Gaaffif deebiin qaba

Gaaffif deebiin qaba jaalala dhugaan akkamin ibsama?

18/07/2023

25/06/2023

Happy Wedding Ceremony !🎉🎉🎈🎈🎉😁😊💒💍🎑

24/05/2023

Coming soon after 14 Days

14/11/2022

EBBA KOOLLEEJII MACAAFA QULQULLUU NAHIMIYAA/Dubai/Sharjah/12/11/2022 Sanbata xiqaa(Saturday) yero hundumaa sa'atii 7...

10/11/2022
06/11/2022

Waaqayyo hirkoo amansiisaadha!

18/04/2022

Nagaan waaqayyoo siif haa ta'u!!

22/09/2021

Karaan jannata geessu Iyesuus kiristoosi!

22/04/2021

Waaqayyo gaariidha!

08/02/2021

Yesuus Fayyisaa biyya lafaati!

26/11/2020

Hagam keenyatu hubatee???
Ati isa kam keessa jirtaa??

√ Namni waa lamaaf gaaffi
1) Waa hubachuuf
2) Falmiif.
# Namni akkamitti falmiif waa gaafata jechuu dandeessu . Anis waa laman isiniif kaasa
1) Yeroo baay'ee namni sababa wallaaluuf utuu hin taane hubannoo dabalataa argachuuf jecha waanuma beeku gaafatee gaafa deebiin isaaf laatamu falma. Sababiin falmii isaas akkuman kaasuf yaale hubannoo dabalataa aegachuufi.
2) Namni waanuma namni jedhe tokko dhagahee utuu waa'ee wantichaa hin hubatiin sababuma nama irraa dhagahe sana amanu qofaaf ( namichi inni irraa dhagahe nama beekamaa ta'e qofaf) gaaffii inni gaafateefii yaada inni kaase sirridha jedhee fudhata. Kunis yoo inni gaaficha nama biraa deemee yoo gaafate namnni kan biraan Deebii ragaa quubsaa waliin utuu kenneefiyyu hin amanu, kunis falmiitti isa geessa.

Garuuu kan hubachuu qabnu:
# Gaafii yoo gaafattu nama dhimma gaaffiinke ilaallatuu beeku gaafadhu irraa waa bari.
# Inni lamataa , yoo falmii barbaadde waan sirriitti adda baastee hin beekne falmuuf hin ariifatiin. Falmiikeef waan si barbaachisu ragoolee deegarsaa funaannadhu (qopheefadhu). Dhugaa irra dhaabbadhu, sobaan dhugaa jal'isuu hin yaaliin, hin miidhamtaa.

Kanaaf :
√ Ati Dhugaadhaan dhugaaf falmii!
√ Dhugaan bilisa nama baasa
√ Dhugaan hangafaa kiristoosi isaaf amanami!
1phe 3:15.
Eebbifamaa!

18/11/2020

NAGAAF ARAARRI WAAQAYYO ISINIIF HAA TA'U!

Address

Dubai

Telephone

+971528751401

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaaffif deebiin qaba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gaaffif deebiin qaba:

Share