Fatuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fatuu, Digital creator, Dubái, Dubai.

🏙️📸 Mee suuraa kana ilaalaa! 👀✨📍 Kooriidarii magaalaa kana eessa akka ta'e kan beektan? 🤔👇💬 Maqaa magaalichaa comment ir...
30/07/2026

🏙️📸 Mee suuraa kana ilaalaa! 👀✨

📍 Kooriidarii magaalaa kana eessa akka ta'e kan beektan? 🤔👇
💬 Maqaa magaalichaa comment irratti barreessaa!

🔥 Kan sitti tole Like godhi, hiriyoota kees waliin qoodi!

Osoo baadiyya taatanii akkanatti muuzii nyaattu mitii silaa namni jallattan mallattoo harkaa sana tuqaa
29/07/2026

Osoo baadiyya taatanii akkanatti muuzii nyaattu mitii silaa namni jallattan mallattoo harkaa sana tuqaa

Jalala sobaa fi jalala dhugaa akkamitti adda baafatta jechuun mallattoolee xiqqoo irratti xiyyeeffachuu dha. Kun si garg...
29/07/2026

Jalala sobaa fi jalala dhugaa akkamitti adda baafatta jechuun mallattoolee xiqqoo irratti xiyyeeffachuu dha. Kun si gargaara:
1. Hojii isaa ilaali, dubbii qofa hin amaniin
Namni si jaallatu dhugaa waan jedhu ni hojjata
Jalalaa sobaa immoo dubbii bareedaa qaba, hojii garuu hin qabu
2. Yeroo rakkinaatti akkam ta’a?
Jalala dhugaa → yeroo rakkinaatti si bira dhaabbata
Jalala sobaa → rakkina keessatti si dhiisa ykn bada
3. Si kabaja moo si to’ata?
Jalala dhugaa → si kabaja, murtee kee ni kabaja
Sobaa → si to’achuuf, si jijjiiruuf yaala
4. Yeroo qofa si barbaada moo yeroo hunda?
Dhugaa → yeroo hunda yaada si qaba
Sobaa → yeroo isa barbaachisu qofa si yaadata
5. Amanamummaa qaba moo hin qabu?
Dhugaa → soba hin dubbatu, iftoomina qaba
Sobaa → dhoksa, soba fi jijjiirama baay’ee qaba
Xumura
Yoo nama tokko irratti yeroo baay’ee si miidhaa, si rifachiisa, nagaa si irraa fudhata ta’e, kun mallattoo gaarii miti.

As wr wb ❤️
29/07/2026

As wr wb ❤️

Kedir Mertu Ati Yomilee Onnee tenyaa Keesaa Mana Qabdaa tokkochaa Akkaa Kumaa!❤️
29/07/2026

Kedir Mertu Ati Yomilee Onnee tenyaa Keesaa Mana Qabdaa tokkochaa Akkaa Kumaa!❤️

Baraa ittii dhalonnii Kilaasteraan Oomishuuttii Innii Immoo Kilaasteraan Nyaataa What's Generation
29/07/2026

Baraa ittii dhalonnii Kilaasteraan Oomishuuttii Innii Immoo Kilaasteraan Nyaataa

What's Generation

Kamtuu Sirridhaa Comment godha
29/07/2026

Kamtuu Sirridhaa
Comment godha

Badhaasaa Birr 200 Gafiin Tuulluu isin suraa irrattii Argitaanuu Kun Essaa 1. Biyyaa kam_____2. Nannoo Kam _____3. Godin...
28/07/2026

Badhaasaa Birr 200

Gafiin Tuulluu isin suraa irrattii Argitaanuu Kun Essaa
1. Biyyaa kam_____
2. Nannoo Kam _____
3. Godinaa kam_____
4. Aanaa kam_______
Ulagaa
1. Deebii sirrii deebisuu
2. Like Shere gochuuf

Mee Baratonnii Kutaa 12 qormaata (intrance) qoramtanii ta'aa jirtanuu Maal murtessitaanii jirtuu ? Isinoo warrii baratot...
28/07/2026

Mee Baratonnii Kutaa 12 qormaata (intrance) qoramtanii ta'aa jirtanuu Maal murtessitaanii jirtuu ? Isinoo warrii baratotaa kana hin taanee maal dhamtuuf ?
Shere godhaa baratotaa biraan naaf gahaa

Address

Dubái
Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fatuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share