Abdii Gaalii

Abdii Gaalii Rakkoon xiqqoo hin qabdu!

Tiruun tokkoo bulte
cimtee lafee taatii
(2)

10/08/2023
Harree meeqatu isinitti mull'achaa jira?πŸ™„ πŸ˜ΉπŸ˜­πŸ˜‚πŸ˜­
22/07/2023

Harree meeqatu isinitti mull'achaa jira?πŸ™„ πŸ˜ΉπŸ˜­πŸ˜‚πŸ˜­

Ilma Oromoo, Captain Qana'aa Margaa, Naqamtetti dhalate! Amma Hojjetaa Xiyyaaraa ta'ee jira. Baga gammadde! Akkasi Ilaa ...
19/07/2023

Ilma Oromoo, Captain Qana'aa Margaa, Naqamtetti dhalate! Amma Hojjetaa Xiyyaaraa ta'ee jira. Baga gammadde! Akkasi Ilaa Ijoolleen Naqamtee!

Congratulations Captain Biniam Kenea Merga
Let’s join all together to congratulate with the new Boeing 737 Captain of Ethiopian Airlines, Biniam Kenea Merga

And also a very Happy Birthday Captain!

In the pictures, Capt. Gibran Chaudhry releasing the new CaptainπŸ‘¨πŸ½β€βœˆοΈ

Hedduun gaddee, heart breaking   πŸ˜­πŸ’”Abbaan keenya Aartist hangafa Adeeroo Ibraahim Aadam addunyaa kanarraa du'aan boqotee...
13/07/2023

Hedduun gaddee, heart breaking πŸ˜­πŸ’”

Abbaan keenya Aartist hangafa Adeeroo Ibraahim Aadam addunyaa kanarraa du'aan boqotee jira ykn gama fuula Rabbii deemaniiti jiran.Rabbiin isaaf haa araaramu. Rabbiin raahmata haa godhuuf. Maatii, firoottanii fi Ummata Oromoo hundaaf obsa haa kennu.

  Soon   Abdii Fayyisaa       Sin EegaGadaa Studio. Production
13/07/2023

Soon
Abdii Fayyisaa
Sin Eega
Gadaa Studio. Production

Address

Addis Ababa Ethiopia
Dubai
154239

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii Gaalii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdii Gaalii:

Share