Gadisa Ahmad

Gadisa Ahmad Well advanced for youth life

02/03/2025

/^

02/03/2025

!

02/03/2025

..

02/03/2025

Thank you to Allah

02/03/2025

.

Ramadan mubarak::
28/02/2025

Ramadan mubarak::

19/01/2025

?

Atileet Taammiraat Tolaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa Itoophiyaaf argamsiise.Waldorgommii Olompikii Paariis 33ffaan Fiig...
10/08/2024

Atileet Taammiraat Tolaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa Itoophiyaaf argamsiise.

Waldorgommii Olompikii Paariis 33ffaan Fiigicha Maaraatoonii har'a adeemsifameen Atileet Taammiraat Tolaan 1ffaan xumuruun Meedaaliyaa Warqee Itoophiyaaf argamsiisee jira.

30/07/2024

Always pray for alignment. To be at the right place, doing the right thing, at the right time, around the right people, which will eventually help you reach where you want to be.

29/07/2024
19/07/2024

Amaloota Jaalala Dhugaa
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
!
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’
โ—ˆ Jaalalli dhugaan waan akka salphatti argamu ykn bira ga'amu miti. Namoota baayโ€™ee xiqqoo taโ€™aniidha kan jaalala dhugaa badhaafaman. Garuu namni hojjatee, carraaqee, dhama'eeti kan jaalala dhugaatiin wal baru. Jaalalli dhugaan walii galuu, kennanii fudhachuufi wal hubachuu gaafata. Jaalalli dhugaan hojii cimaa ykn dadhabbiin waan argamu ykn uumamu malee waanuma gadi ba'anii gabaarraa bitanii ol deebi'an miti.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โถ Gocha irratti hundaa'a. Jaalalli dhugaan waan gochaan agarsiistu malee waan afaaniin odeessituu akka hin taane quba qabaadhu. Jaalalli dhugaan haala kamiyyuu keessatti waan ati namaaf taatu, akkasumas waan namni biraa siif taโ€™uudha. Jaalala dhugaan nama jaalattuuf qabdu 'sin jaaladhaa' afaanii qofaan osoo hin taane gochaan agarsiifama.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โท Nama hin hubu. Jaalalli dhugaan nama hin miidhu. Jireenya keessatti walitti aaruun, mufannaa fi wal hubachuu dadhabuun jira. Bakka jaalalli dhugaa jirus kuni inuma jira. Bakka jaalalli dhugaa jirutti rakkooleen ykn hirโ€™inni kunniin waan irra deddeebidhaan mulโ€™atanii miti.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โธ Jaalalli dhugaan haasawaa gaarin madaalama. Lafa jaalalli dhugaa jirutti maqaa wal ballessuufi wal yakkuun hin jiru. Yoo haasoftu jechoota โ€˜akka natti fakkaatuttiโ€™ ykn โ€˜akka amantaa kootiittiiโ€™ ykn โ€˜akka yaada koottiโ€™ jedhanitti dhimma ba'uu yaali. Waan dhibbaan dhibbatti hinbeekne namatti hin feโ€™in. Jechaa fi shakkiidhaan wal hadheessuun ganda jaalalli dhugaa jiruttii miti kan heeddumatan.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โน Jaalalli dhugaan waan jaalannu akka wareegnuuf nu hin gaafatu. Kana jechuun jaalalli dhugaa waan jalannu, maatii, hiriyaa fi fira keenya akka dhabnu ykn gargar baanu hin eeyyamu. Namni wantoota jaalatuun gargar si baasuuf carraaqu jaalala dhugaa siif akka hin qabne hubadhu. Jaalalli kee madaalawaa taโ€™uu qaba gama hundaanuu.Jaalalli Qabeenya Guddaa Addunyaati

Address

Mechara
Dubai

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadisa Ahmad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share