Kersa Digital Army-East Hararghe

Kersa Digital Army-East Hararghe odeeffannoo sirrii fi maddoota amanamoo Addunyaan geenya.

29/10/2025

"Itoophiyaa keessatti qaama karaa nagaa barbaaduuf karri nagaa ammallee banaadha!"

Ministira Muummee Itoophiyaa
Dr. Abiyyi Ahimed

Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf;
Facebook https://www.facebook.com/share/p/176UpcxWnK

Website: https://www.oromiacommunication.gov.et
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau

TikTok: tiktok.com/

What app=
https://whatsapp.com/channel/0029VbAXcNtAu3aRrGAUuV28
------

kallachaOromia: https://m.facebook.com
---

You tube: https://www.youtube.com/
-------

29/10/2025
29/10/2025

“Gargaaramtummaan Kaansarii Humna hojjechuu danda’u nyaatuudha!”

Ministira Muummee Itoophiyaa
Dr. Abiyyi Ahimed

29/10/2025

Siyaasni fedhii dhuunfaa bu'uureffate xiyyeeffannaan isaa bu'aa irratti waan ta'eef gatii adeemsichi kaffalchiisuuf dhimma hin qabu. Aangoon ittiin argadha jedhee yoo amane adeemsichi biyya yoo diiges isaaf homaa miti. uummata nan qabsaahaaf jedhu gatii yoo kaffalchiises dhimma hin qabu. Bu'aa dhuunfaa isaa malee, adeemsicha bu'aa wajjin wal qixxeessee hin ilaalu.

Kitaaba Mootummaa Ida'amuu keessaa kan fudhatame,

29/10/2025
*የወዲ ወረደ አስተዳደር ኃላፊነት የጎደለው ውሳኔ*📌🩸ሕዝቡ በከባድ ጦርነት ጉዳትና መፈናቀል ውስጥ ሆኖ መልሶ መቋቋምና ፍትህን በጉጉት ሲጠብቅ፣ የአስተዳደሩ ትኩረት ሙሉ ለሙሉ ተቃርኖውን አ...
23/10/2025

*የወዲ ወረደ አስተዳደር ኃላፊነት የጎደለው ውሳኔ*

📌🩸ሕዝቡ በከባድ ጦርነት ጉዳትና መፈናቀል ውስጥ ሆኖ መልሶ መቋቋምና ፍትህን በጉጉት ሲጠብቅ፣ የአስተዳደሩ ትኩረት ሙሉ ለሙሉ ተቃርኖውን አሳይቷል። ለጆን መዲድ የመሰሉ የክልሉ ከፍተኛ አመራሮች 500 ካሬ ሜትርና ከዚያ በላይ የሚሆን ግዙፍ ቦታ በስጦታ መልክ ተሰጥቷቸዋል።

❌❌ይህ ድርጊት የህወሓት አመራር ቀዳሚ ጉዳዩ የሕዝብ ጥቅም ሳይሆን፣ በችግር ውስጥ ሆነውም ቢሆን የግልና የቡድን ብልጽግናን ማስጠበቅ መሆኑን በግልጽ ያሳያል። ሕዝብን ንቆ ለራሱ መሬት መከፋፈል በገዛ ሕዝብ ላይ የሚፈጸም የሞራል ዝቅጠት የመጨረሻው ደረጃ ሲሆን፣ ኃላፊነት የጎደለውና የሕዝብን ጥያቄ ጆሮ ዳባ ልበስ ያለ አስተዳደር ምልክት ነው።

22/10/2025

Address

Australia
Dubai
DIGITAL123

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kersa Digital Army-East Hararghe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share