Oromo Teknology App

Oromo Teknology App Nutis Tecnolojiin ni guddanna!

Gantuu Uummata ofii irratti  Diinaaf Ergamtu!!
27/07/2025

Gantuu Uummata ofii irratti Diinaaf Ergamtu!!

Baandaa diinaf meeshaa taatee saba keenyaa boosiftu , nagaa fi tasgabbii dhowwatuu yoom illee hin dagannu .
27/07/2025

Baandaa diinaf meeshaa taatee saba keenyaa boosiftu , nagaa fi tasgabbii dhowwatuu yoom illee hin dagannu .

የኤርትራ እና የግብፅ ፈረሶች (የመጫወቻ ካርዶች) ዛሬም እነዚህን ገልቱዎች ተጠቅመው ኢትዮጵያን የብጥብጥ ማዕከል ለማድረግ እየሰሩ ነው! በተለያየ ዘመን ባንዳዎች ቢኖሩም ኢትዮጵያን እና ኢት...
27/07/2025

የኤርትራ እና የግብፅ ፈረሶች (የመጫወቻ ካርዶች) ዛሬም እነዚህን ገልቱዎች ተጠቅመው ኢትዮጵያን የብጥብጥ ማዕከል ለማድረግ እየሰሩ ነው! በተለያየ ዘመን ባንዳዎች ቢኖሩም ኢትዮጵያን እና ኢትዮጵያዊነትን አሸንፎ አያውቁም!! አይሳካላቸውም!

03/06/2025
SIINQEE - BAANKII UMMAATA BALDHAA‼  Bulaan Dhaabbilee ummata Oromoo  hin jaalattu yoo jennu ragaa waliini.Yeroo baay'ee ...
27/05/2025

SIINQEE - BAANKII UMMAATA BALDHAA‼
Bulaan Dhaabbilee ummata Oromoo hin jaalattu yoo jennu ragaa waliini.

Yeroo baay'ee gabaabaa keesaatti liqii qarshii biliyoona 16 ol qonnaan bulaa fi damee qonnaatiif kan oolche Baankii Siinqee qofa.

Kuni seenaa baankii biyya kanaa keessatti waan haaraadha. Kanaaf itti duulti. 😊
gadi deemti😅

BAANKII  SIINQEE =====================Baankiileen Itoophiyaa keessa jiran baayyeen isaanii baankii abbaa qabeenyaa qofa ...
27/05/2025

BAANKII SIINQEE
=====================
Baankiileen Itoophiyaa keessa jiran baayyeen isaanii baankii abbaa qabeenyaa qofa tajaajjilanii dha. Baankiileen hiyyeessa qusannaaf, abbaa qabeenyaa immoo liiqii akka fudhatuuf barbaadan qofti biyya guutan keessatti baankii hiyyeessiis ittii qusatee fi liiqiis irraa argatuu Baankii Siinqee dha .
Warri farrisanii bulan garuu dhaabbataa jajjaboo Oromoo hundaatti farrisuun waan kuffisan itti fakkaate ganamaaf galgalaa farrisuu . Farrisee bulaan jaallatees jibbees Baankii siinqees ta'ee dhaabbani keenyaa gurguddaan hundii saba keenya tajaajilu , biyya keenya gara badhaadhinatti tarkaanfachiisu ittumaa fufu .
SIINQEE - BAANKII UMMAATA BALDHAA‼

   Addunyaarra jirtu hunduu jaarmayi ummataa jabaan akka jiraatu hin barbaaddu. Jaarmayi jabaan yoo jiraate burjaajjii u...
27/05/2025

Addunyaarra jirtu hunduu jaarmayi ummataa jabaan akka jiraatu hin barbaaddu. Jaarmayi jabaan yoo jiraate burjaajjii uumuun itti ulfaata.

Akeekni ishee ummata hiyyummaa keessa tursiisuudha. Kanaaf sirnaa fi jaarmaya jabaa jibbite.

Finxaaleeyyiin teennas jaarmayaalee jajjaboo filtee itti duulti. Har'a Baankii Siinqee bira geettee jirti.

Garuu, wanti isiin fiddu tokkollee hin jiru. Ummanni hojiirra jira; burjaajjii jaraa dhaga'uuf yeroo hin qabu. Ifaajee taphaa. 😊

ፖለቲካዊ ጉስቁልና እና ኪሳራ መልክ ቢኖረው ቁርጥ ጀዋር መሀመድን ይመስል ነበር። ጀዋር መሀመድ አካሄድ እና አቅጣጫ ጠፍቶት መሃል በረሃ ላይ የቀረ ጎስቋላ ሰው ከመሰለ ሰነባብቷል። በቅርበት...
27/05/2025

ፖለቲካዊ ጉስቁልና እና ኪሳራ መልክ ቢኖረው ቁርጥ ጀዋር መሀመድን ይመስል ነበር። ጀዋር መሀመድ አካሄድ እና አቅጣጫ ጠፍቶት መሃል በረሃ ላይ የቀረ ጎስቋላ ሰው ከመሰለ ሰነባብቷል። በቅርበት የምታውቁት ሰዎች ሳያመልጣችሁ ወደ ህክምና ብትወስዱት ይመከራል!

27/05/2025

Address

Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Teknology App posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share