23/12/2024
As.wr.wb My Brothers And Sisters All Over The World Whether We Have Islam With Or Not For Our World Peace, Love, Growth, Unity, Science, Civilization And Democracy Gaza,Lebanon,Sudan,Syria,Yemen ,Libya,Ethiopia All Over The World So The "Main Basis**1))** "Ideological Conflict -:..2))*** Backwardness And Problems Of Opportunity For Science Expanded Technological Civilization,...3)** Lack of Understanding and Stories It is the Openness of Western Dictators to Hide the Truth in Religion..Poverty and Misery included is on the doorstep of the World......Let us all remember in retrospect what we will be like if we are born to Mother and Father in Family and Fight Between Them!. In Any Religion, Allah says, "Pray for Peace, Abundantly for Peace, Together for Peace He said do it...For example, as I learned in my religion "ISLAM" and heard from the great scholars and elders of Islam...If you are traveling by road ,Or if you are separated for a minute, you will come together. To Someone Who Has Your Faith..You Say Asalamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu...And He Who You Give Peace To Says So! Wa'aleykum salaam Warahmatullaah Blessed! he will answer Me! (This means ) Peace and Mercy be upon you the best of Allah ..Meaning!.....You too Say Peace and Mercy of Allah be upon you multiplied We Learn From It That We Have...The People Africa,Asia,America and Australia Let's multiply Peace for all countries in the world....World Wars Must Stop! Peace for all of you Peace for Palestine Peace for Gaza Peace for their neighbors,Syria,Russia,Ukraine,Sudan,The whole world must cooperate for peace for human rights May Gaza and Syria live in freedom in their fatherland Please say Amen Amen!! CTN Voice From the Mujahideen!! Islam is Growth, Islam is Civilization! Islam is the Guarantor of the Rights of Justice and Equality of Human Beings ,Islam...Priorities Respect and Brotherhood for All...Islam.Proclaims Peace and Truth and Mutual Support...Free from Any Politics...Islam..Does Not Curse...Does Not Terrorize..Respect All Religions She Has a Great! Islam Is Not Iron That Human Force Can Break!! Thank you! Our Youtube Channel...Subscribe...Thanks Peace World!
●●●●...Dubbisaa Share Godhaa .wr.wb Obboleewwan Tiyya Guutuu Addunyaa Kan Amantii Islaamummaa Wajjiin Qabnus Kan hinqabnes Addunyaa teenyaaf Nageenyi,jaalalli Guddini Tokkummaan Saayinsii Qaroomaafi Dimokraasii Carraa taatee Amantii kamiyyuu Keessttis Dhalattu "Addunyaa Teenyaaf Rabbiin Nagaya Nagaya Buusaa Nuun jedhe...Rakkoo Har'a Gaazaa,Libaanos,Sudaan,Siiriyaa,Yaman ,Liibiyaa,Itoophiyaas Guutummaa Biyya Addunyaa Gubbaa Jiru Kanaaf "Bu'urri Guddaan**1))** "Ilaalcha Yaadaatin Waldhabuu -:..2))*** Duubatti Hafummaafi Rakkoolee Carraan Saayinsiif Qarooma Teknolojii Babaldhisee,...3)** Hubannoo gahaa dhabuufi Seenaalee Amantii Keessatti Dhugaa Dhoksuuf If ittummaa Abbootii Irree Warra Dhihaati..Hiyyummaaf Gadadoo dabalate balbala Addunyaa Raasuu irratti Argama......Mee hundi Keenya Maatii keessatti Haadhaaf Abbaan Irraa dhalanne Yoo Waldhaban Jidduu isaanitti Akkam Akka taanu Of duuba deebinee haa yaadannu!... Amantii Kamiyyuu keessatti Rabbiin "Nagaya Kadhadhaa,Nagaya Baayyisaa,Nagayaaf Walin Hojjadhaa jedhes...Fkn Akka Amantii tiyya "ISLMAA"Kessatti Baradhetti Hayyoota Gurguddoo fi Hangafoota Islaamarraa Dhagahetti...Osoo Imala Karaa Deemtu ,Ykn Daqiiqaafis gargar yoo turtee Walitti Dhuftu taate. Nama Amantiikee Qabuun..Asalamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu...Jettee Dubbifta....Inni Nagaya Kenniteef Sunis Akkas jedha! Wa'aleykum saalaam Warahmatullaahi Wabarakaatuhu! jedhee Naaf Deebisa! (Kana jechuun Isaa ) Nagayaaf Rahmanni Rabbirraa filatamaa tahe Sirratti haajiratu ..Jechuudha!.....Atilleen Jedhee Sirrattis Nagayaaf Rahmanni Rabbii Dachaa Sirratti haajiraatu..jedhee Deebisaaf...Jechi Nagaya Jettu" Maddi Isii Rabbii Keenya irraa tahuufi Dirqama Nagaya baayyifachuu Akka Qabnu Irraa baranna...Ummata Afrikaa,Eeshiyaa,Awurooppaa,Ameerikaa fi Awustraaliyaas Biyya Addunyaa Irra Jirru hundaaf Nagaya Nagaya Haa baayyifnu....Waraanni Addunyaa Dhaabbachuu Qaba! Addunyaan Haqummaaf Walqixummaaf Guddina Saayinsiif teknolojii Jijjiramaafi Kabaja Tokkummaawaaf ,Amantiif Eenyummaa Waliif Kabajnee Jaalalaan Keessa Haa jiraannu! Sagaleen Keessan hunduu Filisxeemif Nagaya Gaazaaf Nagaya jidduu Ollaa Isaaniis Nagaya,Sooriyaas,Raashiyaas,Yukreenis,Sudaanis,Guutummaan Addunyaa Mirga Ilmaan Namaatif Nagaya Tumsuun Dirqama haa tahu! Gaazaaf Sooriyaan Biyya Abbaa isaanitti Walabummaan Haa jiraatan Mee Rabbiin Isin haajaallatu...Amiin Amiin jedhi!! CTN Sagalee Mujaahidootaa irraa!! Islaamummaan Nagaya! Islaamummaan Guddina, Islaamummaan Qarooma! Islaamummaan Wabii Mirga Haqaafi Walqixummaa Ilmaan Namaati ,Islaamummaan...Hundumaaf Kabajaaf Obbolummaa Dursiti...Islaamummaan.Nagayaaf Dhugaa Wal deeggaruu labsiti...Siyaasaa Kamirraayyuu bilisa...Islaamummaan..Hin Abaartu...hin Shororkeessitu..Amantii Hundaaf Kabajaa Guddaa Qabdi! islaamummaan Sibila Humni Namaa Cabsuu Miti!! Ulfaadhaa! Youtube Chaanaali Keenya...Subscribe godhaa...Galatoomaa Addunyaan Nagaya!