Kuullee oro

Kuullee oro Keessoo keessa keessanii
Teessoo keessa keessanii
Maaliif irra teessanii

10/05/2026
Pretty talented actress ❤️
10/05/2026

Pretty talented actress ❤️

🥰🥰🥰
10/05/2026

🥰🥰🥰

Si jaallatee kan sii jibbe fi si jibbee akka ati itti jirtu kan jibbe jira. Lachuu jiraachuun immoo amma ati lubbuun jir...
06/05/2026

Si jaallatee kan sii jibbe fi si jibbee akka ati itti jirtu kan jibbe jira. Lachuu jiraachuun immoo amma ati lubbuun jirtutti dirqama.
Ati hin jirtu taanaan lachuu iyyuu siif hin jiran.

Waanti sii jibban warra si jaallataniin akka jiru.
Waan sii ta’e yookaan ati taate waan hin dandeenyeef kan si jibbanis jiru.
Kanaaf waan ati gochuu dandeessu waan ofii hin dandeenyeef kan si jibban duruu akka jiran, warri si jaallatan waan sii jibbanis beekuun gaari.
Yoo namoota hundaan akkas jette Fira dhabda, kophaa hafta, namoota jeejaa boollatti si oofan qofaan marfaamta.
Kanaaf makmaaksa oromoo lamaan kana hin dagatiin.
1. Maqaaf gurri abbaa duuba deemti.
2. Hafuura ajaa’uuf dubbii fokkisu Abbaan of irratti hin beeku.
Yoo warra kana yaadatte,nama hundaa dhaggeeffacha waan si fakkatuuf deebii laachaa fi jiraachaa deemte nama guutuu taata karaa hundan.Hunda dhaggeeffadhu ittiin of ijaari.
Yoos waan ta’uu barbaadde hundaa taata.

Onnee dhiiraa keessa shamara meqaatu galuu danda'a 🤔
05/05/2026

Onnee dhiiraa keessa shamara meqaatu galuu danda'a 🤔

𝐌𝐞𝐞 𝐢𝐬𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐮𝐦𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚.𝐤𝐞𝐬𝐚𝐭𝐢𝐢.𝐝𝐡𝐢𝐫𝐚𝐚𝐦𝐨.𝐝𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐮𝐮.𝐢𝐫𝐚 𝐜𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐬𝐨𝐛𝐚🤔🤔
05/05/2026

𝐌𝐞𝐞 𝐢𝐬𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐮𝐦𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚.𝐤𝐞𝐬𝐚𝐭𝐢𝐢.𝐝𝐡𝐢𝐫𝐚𝐚𝐦𝐨.𝐝𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐮𝐮.𝐢𝐫𝐚 𝐜𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐬𝐨𝐛𝐚🤔🤔

Bareedinni keeysa⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️Yaa tan bifa tolchee Keessasii balleeyse Ni bareedda seheen Gaafii sii dhiheessee Xiqqo...
04/05/2026

Bareedinni keeysa
⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️
Yaa tan bifa tolchee
Keessasii balleeyse
Ni bareedda seheen
Gaafii sii dhiheessee
Xiqqo sodaadheetiin
Ergaa sii barreessee
Siin jaaladhe je’ee
Anaa if xiqqeeysee
Saniif natti boontee
Mataarra na teeysee

💔💔💔💔💔💔💔💔
Anaa si jaalatee
Filee nama keeysaa
Ati maal waa taate
Hin qabdu balleeysaa
Kanaan booda baddee
Onnee tiyya keessaa
Fuulli humaa mitii
Bareedinni keeysaa.
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟

Address

Jimma

Telephone

+251965067215

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kuullee oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share