Hararge too mettaa callaa

Hararge too mettaa callaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hararge too mettaa callaa, Aua.

31/01/2026
Jechoota Hayyoota Addunyaa***************************๐Ÿ‘‡1.๐Ÿ‘‰ Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadama...
12/12/2025

Jechoota Hayyoota Addunyaa
***************************๐Ÿ‘‡
1.๐Ÿ‘‰ Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias)
2.๐Ÿ‘‰ sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu kaโ€™i. (Jecha warra Ingilizii)
3.๐Ÿ‘‰ Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir)
4. ๐Ÿ‘‰Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa harโ€™aa balleessuudha. (Maaksim Troobey)
5. ๐Ÿ‘‰Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu.(William shekispir)

6.๐Ÿ‘‰ Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru.(Jecha warra Morookoo)
7. ๐Ÿ‘‰Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha.(Jecha warra Arabaa)
8.๐Ÿ‘‰ Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha.(jecha warra chaayinaa)
9.๐Ÿ‘‰ Daandii bakka yaadde si geessitu osuu hin beekiin adeemsa hin jalqabiin.(Jecha warra Ingilizii)
10.๐Ÿ‘‰ Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha.Namni waan argachuu dandaโ€™u qofaa hawwummoo nama ogeessadha.(Jecha warra Aayilaandii)

11.๐Ÿ‘‰ Namni dogoggorsasaa mulโ€™isee himatu akka nama kosii manaa haruuti.(Maataammaa Gaandii)
12.๐Ÿ‘‰ Nama tokko dogoggorasaarraa deebisuun hojii guddaadha.(Abirahaan Liinkan)
13.๐Ÿ‘‰ Namoonni hammuma gammachuuf of qopheessan gammadu.(Abirahaam Liinkan) 14.๐Ÿ‘‰ Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane,waanta namaaf gochuufii dandeenyu yoo dhiifne burqaa gammachuu tokko Akka gogsine beekuu qabna.(Rey Liiman Wiilber)
15.๐Ÿ‘‰ Gammachuu fi sh*ttoon walfakkaatu.Osuu namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu.(Maaliif Waaltoo Imarsan)

16.๐Ÿ‘‰ โˆš Maalaqni nyaata malee fedhii nyaataa hin bitu. โˆš Maalaqni qoricha malee fayyaa hin bitu. โˆš Maalaqni hordoftoota malee hiriyaa hin bitu. โˆš Maalaqni Hojjettoota malee Amanamtoota hin bitu. (Heenriik Ibsan)
17.๐Ÿ‘‰ Namoonni hedduun abdii fuula duraa qaban abjootanii yeroo gammachuu abdiidhaan eeggatu. Garuu guyyaan harโ€™aa guyyaa hundumaarra guyyaa addaati. Sababnisaa guyyaan harโ€™aa harka kee keessa seentee jirti.(Charles Koltan)

Amma kan

biyya alaa jira hanga ammaatti hin heerumnne heerumuun barbaada dhiirti amanamaafii jaalala dhugaa beeytu qofti comantii...
12/12/2025

biyya alaa jira hanga ammaatti hin heerumnne heerumuun barbaada dhiirti amanamaafii jaalala dhugaa beeytu qofti comantii irratti na dubbisi

Shamsiya jedham bayye tokon sin jalaadha like naf godha kan najalaatan hi nan jedhan gaalatomaa
12/12/2025

Shamsiya jedham bayye tokon sin jalaadha like naf godha kan najalaatan hi nan jedhan gaalatomaa

Address

Aua

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hararge too mettaa callaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hararge too mettaa callaa:

Share