26/09/2025
Alhamdulillaah
Obboleessa keenya Daa'ii Ustaaz Ibsaa Hassan Qilleensi Nasrii Bubbise Page Nasrii Bubbise Page baga Rabbiin si gammachiise. Isinis Hawaasni keenya Follow Gootanii Yeroo gabaabaa keessatti Challenge kana milkeessuu keessaniif galatoomaa