Argan Beeko

Argan Beeko Personal blog

12/17/2024
Oduun Finfinne irraa milyixee nudhaqabdee akka jettuti maqaa "Baandii shurrubee" jedhuun ijoleen galan wallisaa Ittiqaa ...
12/04/2024

Oduun Finfinne irraa milyixee nudhaqabdee akka jettuti maqaa "Baandii shurrubee" jedhuun ijoleen galan wallisaa Ittiqaa Tafariin barumsii kennamaaf akka jiruu ibsitii. Amma oduu bali'inaan🤣🤣🤣

12/01/2024

"Shurrubeen inqaartee
Gegeeseen biraa dhufa
Garaa koo jabadhu kaa

Wallagaa yaa lixaa biiftu
Dhagaan gibee konkolaate
Wali dhabnee ree shurrubee koo
Garaan citee gargari yaane........................................."🙃

Kun afferaa kiyyaa kan guyyaa haridhaati

Hundi keesaan affeeramtanii jirtu.

Address

Calgary, AB

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Argan Beeko posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share