08/15/2026
😥Shamarran Kiristaanaa Paakistaan Sababa Amantaa Isaaniitiif Gu* fi U**aamfamaa, Dirqamaan Bu*amaas jiru.
Biyya Paakistaan biyya Hordoftoota Amantaa islaamaan haguugamtetti kiristaanota sababa itti funaananii A # , A # gu*uu, Ari'achuu, Hojiirraa ari'*chuu, Dararuutti aansee warreen kanaaf saaxilamoo hin taane ammoo gocha dir*ii Saal-qu**amtii fi Gaa'elaanis itti hidhachuu Amaleeffatamaa dhufeera.
Kiristaanotni Biyyaattii Dararama kana keessa ta'anis garuu Lakkoofsi isaanii daran dabalaa jira. Haata'u malee Waaqayyo dhiibbaa itti cimaa jiru kanatti akka isaan jajjabeessuu fi isaan baraaruu isaaniif haa kadhannu🙏