kader Chinaksen

kader Chinaksen Awakening is not choice,Mandatory!!

 🎊🎊🎊Maashaa AllahπŸ™πŸ™Bu'uuraalee misoomaa lafa qubsiisaaa jiruCongratulations 🎊 πŸ‘πŸ‘πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ™πŸ™πŸ’πŸ’πŸ’•πŸ’•
07/21/2026

🎊🎊🎊Maashaa AllahπŸ™πŸ™
Bu'uuraalee misoomaa lafa qubsiisaaa jiru
Congratulations 🎊 πŸ‘πŸ‘πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ™πŸ™πŸ’πŸ’πŸ’•πŸ’•

 !@@"  keenyaatu qabsaa'ota, kanaaf sabboontota taane"πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺmaashaa Allah!!Aanaa cinaaksan araddaa waleensuu muhaadaraan ha...
07/12/2026

!
@@" keenyaatu qabsaa'ota, kanaaf sabboontota taane"πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺmaashaa Allah!!

Aanaa cinaaksan araddaa waleensuu muhaadaraan haala bareedaa kanaan gaggeeffamaa oole.
Rabbiin jaalala diinii nuuf haa kennu!
Aaammiin Aaaamiin yaa AllahπŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’•πŸ’•πŸ’•πŸ’•πŸ’•

 !Family and friends 🧑
07/10/2026

!
Family and friends 🧑

  Namaa jabbaa tokko dhabde rabbin rahamata ha godhufAdeeroo  (MandeellaaQabsoo) Cinaaksan jechuun kan beekkamu Hunda ke...
07/08/2026


Namaa jabbaa tokko dhabde rabbin rahamata ha godhuf
Adeeroo (MandeellaaQabsoo) Cinaaksan jechuun kan beekkamu
Hunda kenyaafu rabbin sabrii nuuf haakhenu
Abba kenyaaf rabbin rahamata haa godhufi
Qubsuma isaa Rabbin jannata haa godhu

 !Bu'uuraalee misoomaa wajjiin walqabatee araddaa kana keessa rakkoo bal'aaatu jira.Fknf Rakkoon ifaaa( )fi kan bishaani...
07/06/2026

!
Bu'uuraalee misoomaa wajjiin walqabatee araddaa kana keessa rakkoo bal'aaatu jira.
Fknf Rakkoon ifaaa( )fi kan bishaanii( ),yoo ilaalle rakkoolee ummanni araddaa kanaa baroota hedduu wajjiin dararamaa jiruu fi furmaanni hin laatamneef keessaa muraasa.

1 Rakkoo ifaa(electric) yoo fudhanne araddaa kana keessa qaxaamuree araddaa fagoo tajaajila kennaa jira.
2 Gama Rakkoo bishaaniitiiniis kanuma wajjiin walfakkaataadha.
Maaliif? yoo jenne..
bishaanii magaalaan cinaaksen fayyadamaa jirtu illeen araddaa kana keessa qaxxaamuree tajaajila bishaanii magaalaaf kennaa jira.
Fageenya magaalaa cinaaksen irraaa?
Araddaan Yugyug magaalaa cinaaksen itti dhihaachuu irraa kan ka'e, .2ffaa cinaaksan araddaa kana keessatti argama.

Ummanni araddaa kana jiraatu garuu dukkanaa fi dheebuu daangaa hin qabne keessumeessaa jiran waan taheef, qaamni dhimmi ilaallatu rakkoo kana hubatee furmaata akka laatuuf abdiin qaba!

NB:"dheebuu fi dukkanni maal akka tahan hundi keenya ni beekna".
Galatoomaaaa

" ,Nama jijjiiruu osoo hin taane, kanuma jiru jajjabeesinee waliin hojjechuudha"".  nuti qabnu kana qofaadha!
07/05/2026

" ,
Nama jijjiiruu osoo hin taane, kanuma jiru jajjabeesinee waliin hojjechuudha"".

nuti qabnu kana qofaadha!

 !Sobnee Sirbina malee keessi keenya madaa jedhe
07/02/2026

!
Sobnee Sirbina malee keessi keenya madaa jedhe

07/02/2026


Dr_Lamma_Megarsa

07/02/2026

I got over 10 reactions on one of my posts last week! Thanks everyone for your support! πŸŽ‰

 !
06/25/2026

!

Address

Hamilton, ON
ONTARIO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when kader Chinaksen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share