Sagal Media

Sagal Media Alhamdulillah

05/29/2026

GAAFII Hayyoota Amantiitiif: Quraana takkaa Hadiisa keessa qamadiin filachuun dirqama wanti jedhu ni jiraa ?Ayaatnummaan Muslimni paartii tokko akka filatu dirqisiisu ni jiraa ?

04/20/2026

rabbiin umurii dheertuu isiniif haa kennu Dr raayyaa keenyaa

04/19/2026

Abbaa Qabaam Fardichi 🫅

04/18/2026

Addis Ababa ❌️
Finfinnee Oromiyaa ✅️

Waa'ee mallattoo luka koo irraa kana nan qaana'a ture.. Maaliif akka achi jiru nan ajaa'ibsiifadha ture. Hangan hadiisa ...
04/12/2026

Waa'ee mallattoo luka koo irraa kana nan qaana'a ture.. Maaliif akka achi jiru nan ajaa'ibsiifadha ture. Hangan hadiisa ilaalcha kiyya kan bara baraan jijjiiru tokkotti dhufutti.

Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhan: " Ibiddi ilmaan Aadam hunda ni nyaata mallattoo sujuudaa malee. "

Amma, kana booda akka waan dhoksanitti hin argine..

Akka honour ta'een ilaala. Mallattoo sujood. Trace yeroo ani adda koo fuula Allah dura kaa'e.

Waanan yeroo tokko itti qaana'e, amma galataananin ilaala.

Rabbiin sujuudni keenya ragaa nuuf bahu malee kan nutti hin bahin. Ameen Ameen Ameen Ameen
✍️ saratu Yahaya

03/24/2026
02/15/2026

Dooktar Isin Nagaadha kaa 😂😂

02/14/2026

Address

92 Front Street E
Toronto, ON
NEARST.LAWRENCE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sagal Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share