Obsa Seid Sagantaalee keenya
1 .Odeeffannoo waytawaa
2. Seenaa gara garaa
3. Gorsa gabaabaa
4. Gafii fi deb

19/01/2023

Assalaamu aleeykum warahmatullahi wabrakhatuh Ummata Nabii Mohammed SAW

16/01/2023

Nabiyyiin ﷺ "Obboloowwan kiyyaan yaade!!" ja'an, Sahaaboonni yaa Nabiyyii Rabbiiﷺ "nuti Obboloowwan kee miti!?" ja'ani gaafatan Nabiinﷺ "lakkii isin sahaaboota kiyyaa, Obboloowwan kiyya warra osoo Ana hin argin natti Amaneedha!!"❤️🌹 ja'en.

Yaa Rasuul Allaah Nutis si yaanneﷺ❣️.

✍️Team Sheikh Aadam Tuulaa

16/01/2023
  jirta? Qaalii akka warqeeNama gatii guddaaYoon suuraa kee argeeImimmaantu na muddaa......................................
16/01/2023

jirta?

Qaalii akka warqee
Nama gatii guddaa
Yoon suuraa kee argee
Imimmaantu na muddaa.......................................
Furtuu rakkinaa Koo
Eenyutti naa laattee?
Moo achumaan hafta
Imaanaa lammii baattee?.......................................
Urjii gara barii
Nan dhabe barbaadee
Jabaa gaafa xiiqii
Naaf koottu si yaadee.......................................
Bakkalcha Oromoo
Utubaa sabaa bal'aa
Eessa jirtaree maaloo?
Nutti himi mee har'aa! ........................................
Osoo ati lubbuun jirtuu
Ani abdii hin kutadhuu
Nan beeka garaa-n hirtuu
Gad bahiituma dubbadhu ............................................
Siifan jira osoo jettu
Jiruun koo diigamee
Dafiituma naa koottu
Ani si jalaa miidhamee..............................................

Oduu gammachiisaa!Maqaa Abbaa Ulamaa'ii Muftii Sheikh Aadam Tuulaatiin Universitiin Islaamaa guddoon Akka guutuu biyyaat...
11/01/2023

Oduu gammachiisaa!
Maqaa Abbaa Ulamaa'ii Muftii Sheikh Aadam Tuulaatiin Universitiin Islaamaa guddoon Akka guutuu biyyaatti Birrii Biliyoona 6 oliin ijaaramuufi. Allaahu Akbar!
Yoo gammadde qofa "Allaahu Akbar" je'i.

Faayidaa Salawaata Nabii ﷺ Irratti Buusuun Qabdu! Ergamaan Rabbii ﷺ Salawaata Isarratti buusuu Ilaalchiisee akkana jedhe...
11/01/2023

Faayidaa Salawaata Nabii ﷺ Irratti Buusuun Qabdu!

Ergamaan Rabbii ﷺ Salawaata Isarratti buusuu Ilaalchiisee akkana jedhe

Namni Salawaata tokko Narratti buuse Allaahan Salawaata/rahmata kudhan isarratti buusa Sahiiha Muslim: 384
💚❤💚

Hadiisa biraa Keessatti Ergamaan Rabbii ( ﷺ) akkana jedhe: Nama Salawaata tokko narratti buuse Rabbin salawaata ykn Rahmata kudhan irratti buusa, Cubbuu Isaa ykn dilii Isaa kudhantu Isarraa haqama, Sadarkaa kudhantu Isaaf ol fuudhama
Sunana Nasa’ii: 1297

Akkasuma Hadiisa biraa Keessatti Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana jedhan "Doqna namaa jechuun nama maqaan kiyya biratti waamamee (dubbatamee) narratti Salawaata hin buusin jedhan. Tirmiizii

Mee Nutis Halkan Kabajamtuu Kana kessa Salawata Nabii kenyarratti Haa Buufnu
💚❤ عليه افضل الصلاة والسلام .❤

15/12/2022

~Namni kubbaa Qatar baatii 1f taphatamu ~wal gaafata
~Animmoo ummata keenya isa waggaa ~dhibbaaf wayi ittiin taphatamu addunyaan ~arguu dhabetu na’ajaa’iba😅😅🥰😍

15/12/2022

Please follow me godhaa liked 👍

Hara Galgala guyya kamisa Guyya JUMMA'A ittii barihuu Salawata SAW bufadhuu harkii fayya haa argatuu
01/12/2022

Hara Galgala guyya kamisa
Guyya JUMMA'A ittii barihuu
Salawata SAW bufadhuu harkii fayya haa argatuu

27/11/2022
27/11/2022

Waamicha Dirmannaa barbaadu!!

Godina Harargee Lixaa Aanaa Gammachiis Magaalaa Qunnee Maqaan isii Mukhlisaa Rashiid ja'amti Dhukkuba Onneetiin Qabamtee hatattamaan akka biyya Alaatti oofanii Wallaanamtu Maatii Isheetti himan!birrii Miliyoonaa ol akka isaan barbaachisu Manni Yaalaa maatiitti himan kanaaf humna isaanitii ol tanaan gara keeysan dhufan Obboleytii teenya Qaxalee tanaaf haa dirmannu Xiqqoo qabnuun cinaa haadhaabbannu!Waggaa Shanii ol mana yaalaatti deeddebisaa turan.Akkan dhagahetti abbaan Isii Nama akkaan diin,Diin khaddamu,kan Ula'aama'oota kunuunsu jedhan harra Garuu,Hedduu fayyaan Ilmoo isaa imiimmaan irraa dhangalaasaa jirti.

Rabbiin haa dirmatuuf Rabbiin haa fayyisu.
Account fi Lakk bilbilaa Suuraa irraa argattu.
✍Ustaaz Heydar(Zul Qarneeyni)

11/11/2022

Rabbiin Guyyaa Arraa kana
imaanaa Riszqii fi hiree
sigammachiislftu
Sikofalchiiftu
Futtuq sitti haa godhu

Adresse

Ambo Xiqqo
Bete

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Obsa Seid publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Partager