History in eyes of Oro-historian views

History in eyes of Oro-historian views Be positive, nothing you can lose.

28/06/2026

Live4others

24/06/2026

Sadarkaa Soomanni Guyyaa Ashuuraa Qabu
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

• Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam irra caalaan soomanaa ji’a Ramadaanaatti aansee Soomana ji’a Muharram keessa soomanamu jechuun dubbatan.

• Hadiisa biraa keessatti ammaas Soomanni Guyyaa Ashuuraa dilii waggaa tokkoo tana Bara dabartee akka namaaf dhiisu rabbii kiyyarrati herreeggadha ja’an.

• Kanaaf yaa obboleeyyan islaamaa ji’a kana keessa Guyyaa Tokko ykn Guyyaa lama soomanuun akkaan barbaachisaadha. Sababaa Guyyaa tokkicha Kana soomanuutiin Rabbiin dilii waggaa tokkoo namaaf dhiisa.

• Hubachiisa …. !!!

Muharram Guyyaa 10ffaa kan Bara kanaa Guyyaa Kamisaa June 25 irra oola. Namni Guyyaa sagalaffaa soomanuu barbaade Arbi’aa June 24ffaa haa soomanuu. Kan Arbi’aa fi Khamisa soomanuu hin dandeenye ammoo Kamisaa fi Jumu’aa haa soomanuu.

Beekhaa Guyyaan Ashuuraa kan 10ffaa Guyyaa Kamisaa June 25 taha.

Barreeffama kana dubbisaatii Share Waliif Godhaa.

Waan Dubbistaniif Galatoomaa : Jazaakumullaahu Kheeyran

By: Ibsaa Dhugaa

https://www.instagram.com/ibsaashyusuf/

Amiin
16/06/2026

Amiin

Ali AHMED
13/06/2026

Ali AHMED

Mirga koo harka kiyaan filadhe. Isin hoo mirga Afaniin iyyuu qofa beeytu?
01/06/2026

Mirga koo harka kiyaan filadhe. Isin hoo mirga Afaniin iyyuu qofa beeytu?

30/05/2026

FOR 20 YEARS HOPE. I NEVER SUPPORT SUCH TEAM

30/05/2026

always the same in History of Football in end of the matches not win

30/05/2026

leads happiness

26/05/2026

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when History in eyes of Oro-historian views posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to History in eyes of Oro-historian views:

Shortcuts

Share