25/08/2026
🔥 FACEBOOK NUUF BAASII QOFA MITI… GALIIS NUUF TAASISUU DANDA’A! 💰📱
Facebook guyyaa guyyaan itti fayyadamna; yeroo keenya, interneetii fi dataa keenya itti baafna. Garuu Facebook irraa galii argachuun ni danda’amaa? 🤔
💰 Facebook akkamitti content creator’ootaaf kaffala?
📱 Viidiyoo keenya irraa galii argachuun akkamitti danda’ama?
🌍 Biyya keenya keessatti hoo carraan kun jiraa?
Gaaffiiwwan kana hundaaf deebii viidiyoo kana keessatti siif qopheesseera. 👇🔥
🎥 Viidiyoo kana hanga dhumaatti ilaali, waan ati hin beekne tokko siif gala.
👉 Yoo siif faayidaa qabaate, LIKE ❤️ godhi, SHARE 🔄 godhi, PAGE kanaas FOLLOW ➕ godhi.
Jawar Mohammed