Mudesir media

Mudesir media Alhamdulillah for everything 🙏

Eid Mubarek❤️❤️❤️❤️
30/03/2025

Eid Mubarek❤️❤️❤️❤️

Iyyaaffanoo***********Namni Suuraa isaa armaan gadiitti argitan kun Barsiisaa Amaanaa Amaan Turee jedhama.jiraataa Bulch...
15/10/2024

Iyyaaffanoo
***********
Namni Suuraa isaa armaan gadiitti argitan kun Barsiisaa Amaanaa Amaan Turee jedhama.jiraataa Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee dhalataa Aanaa dodolaa Ganda Bariisaa Yoo ta'u Gaafa Guyyaa 27/09/2016 manaa bahee Haga Ammaa manatti hindeebine!

ji'oota Afuriif maatiin barbaadee argachu hin dandeenyee. Kanaaf maatiin yeroo ammaa yaadoo cimaa keessa waan jiraniif deeggarsa Obbolummaa akka nuuf gootan waamicha hawaasa keenyaaf dhiheesinee jirra.

woliif sheer godha

Lakkoofsa Eeruu 0922719554, 0921497759

Alhamdulillah for everything
14/10/2024

Alhamdulillah for everything

❤️
09/09/2024

❤️

05/08/2024

Happy follow-versary to my awesome followers. Thanks for all your support! Mude Ilmaa Síkko Mäñdõõ

04/07/2024

Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Dodolaa 2-1 Kilaba Hakiimii mo'achuun injifannoo 2ffaa isaa galmeesse .

Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Dirree Dawaatti dorgomamaa jiruun Kilabiin B/M Dodola taphoota 3 taasise 2 mo'atee 1 qixa b'uun ramaddii isaarraa Dursuu eegaleera .

Address

Adaba

Telephone

+251964430895

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mudesir media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mudesir media:

Share