Imaltuu jireenya

Imaltuu jireenya Bilisummaan tolaa hin jirtu ��� wbo zoonii bahaa

Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Lammaa Magarsaa (Ph.D) Hidhi Haa...
09/09/2025

Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Lammaa Magarsaa (Ph.D) Hidhi Haaromsaa Guddichi xumuramuu isaatti gammaduu ibsan.

Lammaa Magarsaa (Ph.D) ibsa OMNf erganiin, “Hirmaannaa fi carraaqqii lammiilee Itiyoophiyaa hundaan Hidhi Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa xumuramuu isaatiin baga gammaddan, baga gammadne” jedhan.

“Kun hidha seena qabeessa Itoophiyaanonni hundi, xiqqaa hanga guddaa: hiyyeessa irraa kaasee hanga dureeyyiitti, hidha kana ijaaruuf hamma danda’e hunduu gumaachuun ashaaraa isaa itti kaa'eedha” kan jedhan Lammaa Magarsaa, “Mallattoo tokkummaa keenyaati. Faayidaa kallattiin hidha kana irraa argannu bira darbee, wanti seena qabeessa ta’e, lammiileen Itoophiyaa hundi tokko ta’anii, waliin ta’uun waan hin danda’amu jedhamee yaadamu hojjechuuf kan danda'an ta'uu isaaniiti” jedhaniiru.

Kunis Itoophiyaanoonni yeroo waliin hojjetan seenaa hojjechuu akka danda’an kan agarsiisu akka ta'e himaniiru.

Kanaaf Itoophiyaanonni hundi yeroo hunda tokkummaan isaanii bu’uura injifannoo isaanii akka ta’e hubachuun, Itiyoophiyaa fooyyoftuu egereef tokkummaa isaanii eeggachuu fi cimsuu qabu jedhan.

Hoggantootaa fi ogeeyyii milkaq'ina hidhichaaf gumaacha taasisanis galateeffataniiru.

“Eebba Hidha Haaromsaa kanaa cinatti, lubbuu lammiilee keenya guyyaa guyyaan badaa jiru, dhiiga dhangala’aa jiruu fi haadha boohaa jirtu, walumaagalatti nagaa fi tasgabbii biyyattiif dhaabbannee yaadnee furmaata barbaaduuf waliin hojjechuu qabna” jedhan Lammaa Magarsaa. Imaltuu jireenya

Nuti bar!Kuun hiree keenya kabachiisuf nyaatama,Kuun hireetu nyaata.Kuun hireet nu nyaata,Kuun hiree keenya nyaata.Kuun ...
05/09/2025

Nuti bar!

Kuun hiree keenya kabachiisuf nyaatama,
Kuun hireetu nyaata.
Kuun hireet nu nyaata,
Kuun hiree keenya nyaata.
Kuun hireet orma nu nyaachisa,
Kuun hireet wal nu nyaachisa!

Walumaa galatti
Hiramnaan hiraarfamteetta, hiree kees dhabdeetta.
Eeyyee!
Hiramnaan nyaattus nyaatamteetta!

04/09/2025

Big shout out to my newest top fans! Miduo, Gadise Caalaa, Usimn Adurahamanu, Feneti Dereje, Niyizibyejo Honourable, Yonas Feyisa, Dêññøh KE, Jaal Obsaa Furgaatuu, Abba U Mar, Mc Jay Walker, Anzzar Rade Kriting, Anas M Usaini, Des Aseaur, Gammachuu Danaqa, Omuya Konyango, Venance Mwaipopo, Sarow Abdela, Mamman Njidda, Ramadhan Issa, Deeni Abdul, Abdullahi Idris, Pauline Kimx, Muahmmed Atta Kdydbmk, Pter King, Lammii Galaye , Daawit Kabbadaa ilmaa walle walisoo, Urji Welega, King Vybz, HAUTEUR , Sparta Guzu, Wagane Gurara, Aliyu S Tanko, Buhari Ravi.u, Nasir JlbLil , Abdulmani U Maishago, Hassan Ramat, Ogwang Emma Suryah, Lagasa Kabada, David Malvin, Kifilu Tammiru, Jamil M Idriss, Abbabaa Tujuma, Thaïlandais Mamba Champion, Gadda Anf Siffi Gammachu, Firii Ilma Sabaa, Wi Çëd'ric, Steven Philip, Thugnificent Mbithi, تعال نلعب, Jack Mfisaa

27/08/2025

Big shout out to my newest top fans! Miduo, Gadise Caalaa, Usimn Adurahamanu, Feneti Dereje, Yonas Feyisa, Dêññøh KE, Jaal Obsaa Furgaatuu, Abba U Mar, Mc Jay Walker, Anzzar Rade Kriting, Anas M Usaini, Des Aseaur, Gammachuu Danaqa, Omuya Konyango, Venance Mwaipopo, Sarow Abdela, Mamman Njidda, Ramadhan Issa, Deeni Abdul, Abdullahi Idris, Pauline Kimx, Muahmmed Atta Kdydbmk, Pter King, Lammii Galaye , Daawit Kabbadaa ilmaa walle walisoo, King Vybz, HAUTEUR , Sparta Guzu, Wagane Gurara, Aliyu S Tanko, Buhari Ravi.u, Muhamedi Jemale, Nasir JlbLil , Abdulmani U Maishago, Hassan Ramat, Ogwang Emma Suryah, Lagasa Kabada, David Malvin, Kifilu Tammiru, Jamil M Idriss, Abbabaa Tujuma, Thaïlandais Mamba Champion, Gadda Anf Siffi Gammachu, Niyizibyejo Honourable, Firii Ilma Sabaa, Wi Çëd'ric, Steven Philip, Thugnificent Mbithi, تعال نلعب, Jack Mfisaa

26/08/2025

Namni harka duwwaa kan humaa harkaa hin qabne,🐕 sareedhaaf sagada

13/08/2025

Qabsaa'oota haqaa jirtuu 💪jirra jedhaa hamaan keessan haa baduu ✊️

️Follow godhaa Page keessanWBO post     WBO Force 💪      ❣️❣️🤗Ten Unknown Facts About  1. Founding and History: BMW, Bay...
19/07/2025

️Follow godhaa Page keessan
WBO post


WBO Force 💪


❣️❣️🤗
Ten Unknown Facts About

1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.

2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.

3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.

4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.

5. Global Presence: BMW is a global automotive Company

6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.

7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.

8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilities worldwide, including in Germany, the United States, China, and other countries, ensuring a global reach and localized production.

9. Brand Portfolio: In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering

💥vacation time💥??💥 💥    WBO WBO postlow
15/07/2025

💥vacation time💥??
💥 💥




WBO WBO postlow

10/07/2025

Oduu gammachuu!

Obboleessi keenya Obsa Mohammed mucaa argatee jira. Haati warraa isaas nagaan hiikamteetti.
Maqaa mucaa isaa Seenaa jedhee moggaase. Seenaa Obsaa!

Fayyaas dhabdu, miilas dhabdu, humnas dhabdu, firas dhabdu - Waaqayyoo jalatti abdii qabaannaan abjuun kee karaatti hin hafu!

Obsaa koo, Seenaan kee siif haa guddattu - haa mul’attu, bakka ati hanqatte siif haa geessu! Kun dhuguma seenaadha.

Rabbi dhala kee siif haa guddisu jedhaa eebbisaa maaloo!

💥vacation time💥??💥 💥    WBO WBO postlow follow
26/06/2025

💥vacation time💥??
💥 💥




WBO WBO postlow follow

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Imaltuu jireenya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share