Breaking News/Oduu Cabsaa

Breaking News/Oduu Cabsaa Oduu_Cabsaa

22/02/2026

Dhugumaan USA fi Iran walwaraanuu???

20/02/2026
19/02/2026

 ‼️Goonni bakkee tokko tokkotti lafa qabatanii irraa galchuu eegalanii jiru raayyaan ittisa biyya ni injifata ‼️(2)*****...
18/02/2026

‼️
Goonni bakkee tokko tokkotti lafa qabatanii irraa galchuu eegalanii jiru raayyaan ittisa biyya ni injifata
‼️(2)******
Waraanni Itiyoophiyaa gama samaraati gara siqeera.
Ergamtuu fi baandonni biyya keessaa gola jaarrolee TPLF tti naasuu guddaa uumaniiru.Dirreen lolaa dachii Itiyoophiyaatti qophaa'e amma gara Ertiraatti qophaa'a akka jiru jaarroleen lamaan rifaatu keessatti kufaniiru.

12/02/2026

US Ameerikaan jeettii dhaloota 7ffaa haaraa beekfsifte

Address

Oromia
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Breaking News/Oduu Cabsaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share