02/11/2024
👉Dhibeen 𝗞𝗼𝗿𝗺𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂 Maalii ?
👉 Furmaanni Isaa Hoo !
🛑 Nafaana Bu'aa 👇
Dursa 𝗞𝗼𝗿𝗺𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂 Jechuun Akkuma Dhibee Adda Addaa Maqaa Dhibee Yammuu Ta'u Akkasumas Garuu Lugaa Gara Garaatiin Akkuma Dhibee Kaawanii Maqaa Baayeen Kan Waamamuufii Kan Beekamuudha ! Fakkenyaaf..
𝗞𝗼𝗿𝗺𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂𝗻 Lugaa (Loqoda) Oroomootiin Yammuu Ta'u. Akkasuma Loqoduma Oromoo Gariitiin Ammoo 𝗕𝘂𝗿𝗼𝗼 Jedhamuunis Beekkama . Gara Biraatiinis Loqoda Sumaaleetin 𝗕𝗼𝗼𝗯𝗮𝘀𝘀𝗶𝗶𝗿 ! Loqoda Amaaraatiin 𝗞𝗶𝗻𝘁𝗮𝗮𝗿𝗼𝘁𝗶𝗶 Yoo Ta'u ! Loqoda Addunyaan Guddittiin Walii Galtuun Loqoda Engiliffaatiin Ammoo 𝗛𝗲𝗺𝗼𝗿𝗿𝗵𝗶𝗼𝗱 Jedhamee Waamama !!
𝗞𝗮'𝘂𝗺𝘀𝗶 𝗗𝗵𝗶𝗯𝗲𝗲 𝗞𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗮𝗹 𝗜𝗿𝗿𝗮𝗮𝘆𝗶 ?
Ka'umsi Dhibee Kanaa Irra Guddinni Gogiitii Garaa Irraa Yammuu Ta'u. Akkasumas Xurii Mar'imaanii . Teesuma Dhagaa Oowwaa . Teesoo Akka Konkolaataafii Teesoo Soofaa. Yaroo Qulqullinna Sagaraa Waraqaa Barruu Qabuun Qulqulleefachuu. Tarii Bishaan Dhiqachuu Dhaburraa. Dabalataan Nyaata Yaroon Nyaachuu Dhabuu Yookaa Nyaata Qibaata Qabu ( Itti baayyate) Baayinnaan Fayyadamuu. K.k.f Irraa Numudachuu Dandawa !
𝗠𝗮𝗹𝗹𝗮𝘁𝘁𝗼𝗼𝗻 𝗜𝘀𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗮𝗹 𝗙𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗮 ?
Mallattoon Dhibee Kanaa. Duuydaa Jilba Qabee Humna Dhoowuu. Gogiitii Garaa. Garaa Kuf Godhuu. Hirriba Nama Jeequufii Homa Xinnotti Aarii Namatti Guddisuu. Dabree Dabree Bowoofii Oowwa Qaamaa Qabaachuu. Bifuma Walfakkaatuun Oowa Miila Jalaa (faana) . Yaroo Sagaraa Taa'an Cinquu Ittansiisuu. Sagaraa Dhiiga Makaa Teesisuu. Naannoo Teesumaati Mijaawinna Nama Orguu. Tessuma Qaccee Irratti Akka Fakkii Aanannoo . Yookaa Akka Foonii Waan Qaccee Harmee Fakkaatu Namatti Bahuu. Tarii Hiddi Naanawa Sanii Iitessu Yammuu Ta'u. Yaroo Qulqullinna Sagaraa Gadi Bahee Muldhachuufii Oll Dee'biuu. Fedhii Wal'qonnamtii Saalaa Hirdhisuu. Walumaa Gala Dadhabbii Kana Hinjenneef Nama Saaxiluufii Mallattoowan Qabu Keesaa Muraasni Kan Fakkaata !
𝗘𝗲𝘀𝗮 𝗙𝗮'𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗡𝗮𝗺𝗮 𝗠𝘂𝗱𝗮𝘁𝗮 ?
Dhibeen Kun Iddoo Nama Mudatu ( Namarratti Bahu ) Keessaa Baayinnaan. Teesuma (Eegee) Keenarratti. Qixuma Saniin Ammoo Garaa Namaa Keessatti. Akkasuma Harkaa Miila . Faana Miilaa Jalatti . Inni Faana Jalaa Kun . Dhakarra Tarii Korfotaa (xaxarii) Irra Tasa Yoo Dhaabbatan Keessatti Oll Nama Waraanuun Hanga Sammuutti Kan Namatti Dhageesisu Tahaee Muldhata.
Gara Birootiin Baayinnaan Tahuu Baatus . Qaama Keena Kam Irrattu Dhibee Nama Mudatu . Sababa Dhibee Kanaatiinis Qaama Miila Jilbaa Gadii Hidda Gurguddaa Baasee Muldhachuu . Akka Firee Ataraa Tahee Jiddu Jiddu Miila Itahee Irratti Muldhachuu . Kunis Ka'umsi Isaa Dhibema Kanarraa . Tarii Dhaabata Guddisuu Irraa Kan Nama Mudatu Yoo Ta.u Vericos Jedhamuunis Waamama. Hub .. Dhibeen Kun Saala Hinfilatu. Eenumarrattuu Kan Mudatu . Inumaa Dubara Irratti Yaroo Dhalaa ( Ciniinsuu) Baayinnaan Kan Irratti Muldhatu Tahee Argama. Hundaafuu Gaafii Asii Oliitiif Deebiin Muraasni Isaa Kana Fakkaata !
𝗙𝘂𝗿𝗺𝗮𝗮𝗻𝗻𝗶 𝗜𝘀𝗮𝗮 𝗛𝗼𝗼 ?
Furmaanni Isaa ....! Kun Isin Hiyyaachisin . Baayyee Salpaadha . Haa Ta'u Malee Garuu Kan Dhibeen Kun Mudateef Rakkisuun Dhalatti . Dhibee Osoo Ufitti Hinbekne . Keesa Namaa Nyaataa. Hanga Du'a Luubbuutti Geesu Ta'uu Isaa Hubachuu Hinhubanna. Garuu Hoo Wanti Hunduu Abbaa Ogummaa Saniitiif Salpama Jedhuu Mii Ree. Yoo Makmaakan . Sanumaafi Jenne. Maaree Irra Deebiin Hiyyadina Nuuf Salpaadha. Akkamiin Isa Jedhuuf. Dawaa Kemikaalarraa Bilisa Ta'eefii Organika Qofaan. Dhiibbaa Takkaan Alatti. Meeshaa Qara Qabuun Alatti Bifa Ta'een Dibata Yookaa Dhugaatii Qofaan Dhumaan Dhumatti Yaala Gahaa Kennuudhaan Fayyisaatiin Jira. 👇
👉𝗧𝗮𝗷𝗮𝗮𝗷𝗶𝗹𝗹𝗶 𝗬𝗮𝗮𝗹𝗮 𝗗𝗮𝘄𝗮𝗮 𝗔𝗮𝗱𝗮 𝗪𝗮𝗮𝗱𝗮 🌿 @𝗛𝗮𝗿𝗺𝗲𝗲 𝗪𝗮𝗷𝗷𝗶𝗶𝗻 Isin Wajji Jirra🤙🏿
Kanaafuu Arguun Amanuu Akkuma Jedhamu Sana . Kootaatii Dhugaa Isaa Ifaan Mirkaneessaa Isiniin Jenna !
𝗗𝗮𝘄𝗮𝗮 𝗔𝗮𝗱𝗮 𝗪𝗮𝗮𝗱𝗮 👍✅
Tessoon , Adaama. Bishoftu Adulaala . Odefannoo Dabalataafis 📞 +251919246199/0912175504
𝗙𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮𝗻 𝗙𝗮𝗮𝘆𝗮 @🔑𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮