Instructor Chala Wagi Page Jesus is my Shepherd

Instructor Chala Wagi Page Jesus is my Shepherd Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Instructor Chala Wagi Page Jesus is my Shepherd, TV Network, Melka Soda, Adama.

16/04/2024
Instructor Chala Wagi pageSirni walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Gujii 75ffaa Gurraandhala  6-13 /2016 turuArdaa Jilaa...
16/02/2024

Instructor Chala Wagi page

Sirni walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Gujii 75ffaa Gurraandhala 6-13 /2016 turu
Ardaa Jilaa Me'ee Bokkootti Gumii taa'uun lallaba gara garaa lallabuun sirnoota adda addaatiin gageffama jiru miidhagummaa isaa eegee cimee itti fufeera.

“Yeroo hundumaa gooftaatti gammadaa! Ammas irra deebi'ee nan jedha, gammadaa!”  — Filp. 4፥4“ሁልጊዜ በጌታ ደስ ይበላችሁ፤ ደግሜ እላለሁ፥...
11/02/2024

“Yeroo hundumaa gooftaatti gammadaa! Ammas irra deebi'ee nan jedha, gammadaa!”
— Filp. 4፥4

“ሁልጊዜ በጌታ ደስ ይበላችሁ፤ ደግሜ እላለሁ፥ ደስ ይበላችሁ።”
— ፊልጵስዩስ 4፥4

Instructor Chala Wagi.........  .....    ........  “Warri nagaa buusan haa gammadan, isaan ijoollee Waaqayyoo in jedhamu...
25/04/2023

Instructor Chala Wagi......... ..... ........
“Warri nagaa buusan haa gammadan, isaan ijoollee Waaqayyoo in jedhamu.
— Mat. 5፥9

“የሚያስተራርቁ ብፁዓን ናቸው፥ የእግዚአብሔር ልጆች ይባላሉና።”
— ማቴዎስ 5፥9

“uffanni mootummaa inni mootichi uffatu, fardi inni mootichi yaabbatu, gonfoon mootummaa inni mataa fardichaatti kaa'amu...
02/04/2023

“uffanni mootummaa inni mootichi uffatu, fardi inni mootichi yaabbatu, gonfoon mootummaa inni mataa fardichaatti kaa'amu haa dhi'eeffaman!”
— As. 6፥8
“ንጉሡ የለበሰው የክብር ልብስ፥ ንጉሡም የተቀመጠበት ፈረስ ይምጣለት፥ የንጉሡም ዘውድ በራሱ ላይ ይደረግ፤”
— አስቴር 6፥8

Nama Motiin Jalaate Maaltu ta'a??.......❤  ......... ❤.....❤“Itti fufees, "Waaqayyo inni harka leencaatii fi amaaketaa n...
26/03/2023

Nama Motiin Jalaate Maaltu ta'a??.......❤ ......... ❤.....❤
“Itti fufees, "Waaqayyo inni harka leencaatii fi amaaketaa na oolche, harka Filisxeemicha kanaas na oolcha" jedhe; Saa'ol kana irratti Daawitiin, "Egaa dhaqi! Waaqayyo sii wajjin haa ta'u!" jedhe.”
— 1Sam. 17፥37
“ዳዊትም፦ ከአንበሳና ከድብ እጅ ያስጣለኝ እግዚአብሔር ከዚህ ፍልስጥኤማዊ እጅ ያስጥለኛል አለ። ሳኦልም ዳዊትን፦ ሂድ፥ እግዚአብሔርም ከአንተ ጋር ይሆናል አለው።”
— 1ኛ ሳሙኤል 17፥37

“Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, "Anatti hin tolan" ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keet...
25/03/2023

“Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, "Anatti hin tolan" ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!”
— Lal. 12፥1
“የጭንቀት ቀን ሳይመጣ በጕብዝናህ ወራት ፈጣሪህን አስብ፤ ደስ አያሰኙም የምትላቸውም ዓመታት ሳይደርሱ፤”
— መክብብ 12፥1

From Instructor Chala Wagi..........     ..........  ........ BARRI 2🌻15 KUN:▬▬▬▬▬▬▬▬🌻 Kan Gammachuu!🌻 Kan Milkaa'inaa!🌻...
10/09/2022

From Instructor Chala Wagi.......... .......... ........
BARRI 2🌻15 KUN:
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌻 Kan Gammachuu!
🌻 Kan Milkaa'inaa!
🌻 Kan Badhaadhinaa!
🌻 Kan Jaalalaa!
🌻 Kan Tokkummaa!
🌻 Kan Guddinaa!
🌻 Kan Haaromsaa!!
🌺 Isiniif!
🌺 Maatii keessaniif!
🌺 Ollaa keessaniif!
🌺 Hiriyyoota Keessaniif!
🌺 Biyya KEENYAAF!

🎄Bara Itti Mul'anni keessan dhugoomu!

🎄Bara itti bakka yaaddan geessan.

🎄Bara itti hojjettanii milkooftan!

🎄 Bara itti firii keessanitti gammaddan!

🌺 ISINIIF HAA TA'U! 🌻
Yoo jennu hawwii guddaa dhaan!

From Instructor Chala Wagi

Address

Melka Soda
Adama
GODISGOODALLTIME

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Instructor Chala Wagi Page Jesus is my Shepherd posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category