Dr. Ibrahim kedir

Dr. Ibrahim kedir Fayyaan hundaaf.
(1)

Faayidaa Bishaan Loomii fi Qurunfudii Dhugaatii Fayyaaf qabuuBishaan loomii fi qurunfudii waliin dhuguun fayyaa namaa gu...
27/11/2024

Faayidaa Bishaan Loomii fi Qurunfudii Dhugaatii Fayyaaf qabuu

Bishaan loomii fi qurunfudii waliin dhuguun fayyaa namaa guddisuu fi haaromsa qaamaa fiduu danda’a. Faayidaa isaa keessaa muraasni:

1. Ittisa Qaamaa Ni Guddisa

Loomii: Vitaamin C kan qabu yoo ta’u, sirna ittisa qaamaa kan cimsu fi qaamni infekshinii ofirraa ittisuuf ni gargaara.

Qurunfudii: Amala farra maaykiroobiyaanii fi farra oksijiinii kan of keessaa qabu yoo ta’u, dhukkuba ofirraa ittisuu kan deeggarudha.

2. Bullaa’insa Nyaataa Gargaara

Loomii: Oomisha inzaayimii bullaa’insa nyaataa kan kakaasu yoo ta’u, fayyaa garaachaa fooyyessa.

Qurunfudii: Dhiita’uu, gaazii fi rakkina bullaa’insa nyaataa salphisuun sirna bullaa’insa nyaataa ni deggera.

3. Fayyaa Afaanii Ni Fooyyessa
Loomii: Amala farra baakteeriyaa waan qabuuf hafuura namaa haaromsuu danda’a.

Qurunfudii: Eugenol, kompaawundii uumamaa, baakteeriyaa afaanii hir’isu fi dhukkubbii ilkaan salphisuuf ni gargaara.

4. Qaama Summii Balleessa

Loomii: Summii qaamaa balleessuu fi hojii kalee deeggaruu keessatti shoora qaba.

Qurunfudii: Dhiiga qulqulleessuu fi marsaa dhiigaa fooyyessuuf ni gargaara.

5. Sirna Hargansuu Ni Salphisa

Loomii: Dhukkubbii qoonqoo tasgabbeessa fi dafqa caccabsa.

Qurunfudii: Amala farra inflammation kan qabu yoo ta’u, qufaa fi rakkoo sirna hargansuu salphisa.

6. Fayyaa Gogaa Ni Guddisa
Loomii: Amala farra baakteeriyaa fi astringent waan qabuuf gogaa qulqulleessa.

Qurunfudii: Infeekshinii fi dhiphina oksijiinii gogaa dulloomuuf sababa ta’an ni lola.

7. Ulfaatina Qaamaa To’achuuf Gargaara

Loomii: Meetaaboliizimii guddisuun cooma akka gubatu ni gargaara.

Qurunfudii: Hamma sukkaara dhiigaa to’achuu fi nyaata araada hir’isuu ni deggera.

8. Dhukkubbii Lafee Salphisa

Loomii: Infeekshinii qaamaa keessatti mul’atu hir’isa.

Qurunfudii: Kompaawundoota farra inflammation kan dhukkubbii fi jabina lafee salphisuu danda’an of keessaa qaba.

Akkaataa Bishaan Loomii fi Qurunfudii Itti qophessan

1. Bishaan bircuqqo tokko danfisa

FAAYIDA QULLUBBI  ADII✍Dhibee kintaarootii ,dhiitoo fi dhullaaf✍Qulqullinna hirribaaf ni ta'a✍Dafanii dulloomuu ni hir'i...
27/11/2024

FAAYIDA QULLUBBI ADII
✍Dhibee kintaarootii ,dhiitoo fi dhullaaf
✍Qulqullinna hirribaaf ni ta'a
✍Dafanii dulloomuu ni hir'isa
✍Miira dhukkubbii ilkaanii ni hir'isa
✍Dhiibbaan dhiigaa fi hammi Sukkaara qaama keenyaa akka ol hin kaane ittisuuf
✍Carraa dhukkuboota Ujummolee dhiigaa(dhiphachu Ujummoo dhiigaa' atherosclerosis' , itita dhiigaa) fi Onnee ni ittisa
✍Hamma koolestroolii qaama keenyaa ni to'ata
✍️Dandeetti dhibee dandamachuu qaama keenyaa(Immunity) ni dabala
✍Dhukkuboota Ujummoo qilleensa gara oli fi gadi(somba) kannen akka Utaalloo, biroonkaayitii, Asmii fi daraanyoo sombaa (TB) fi kkf fa'a ni fayyisa.
✍Dhukkuboota Ujummolee nyaataaf (Liqimsiitu, garaacha fi Mar'ummaan) fayyisuuf ni faayada
✍Fayyummaa lafee fi buusaa ni eega.
✍Dhibee gogaa qaama keenya fi madaa malaa makate ni fayyisa
✍Fedhiin nyaata (Appetite) akka banamu fi nyaanni akka sirriitti daakamu ni gargaara
✍Raammoo garaa keessaaf ni faayada
✍Dhibee Kaanserii garaagaraaf fknf Kaanserii harmaa,hadhooftuu,Mar'ummani,Munee,piroosteeti fi kkf ni ittisa
✍Wal-nyaatinsa Seelota keenya keessa ni dadammaqsa
✍Dhukkuboota saal-qunnamtii tokko tokkoo ni fayyisa fknf Trichomoniasis
✍Dhibee ijaa sababa umriin dhufu kan kaataaraaktii jedhamu ni fayyisa
✍Pirootiina dhumaatii rifeensa mataa ittisuu danda’u of keessaa qaba.

Akkamitti Fayyadamna
👉Nyaata kessatti Dabaluun
👉Aannani wajjin danfisuun
👉 jiraa Isaa alanshun
👉Hundaa caala powder isaa yoo fayyadamtani bareeda
🙏Guyyatti Nama tokkof giraami 80_100 fayyadamu qaba

Hubaachisa
🙏Dubartiin Ulfaa qabdu fayyadamu hin qabdu.
🙏Haati Harma hoosistu fayyadamu hin
qabdu
🙏Namni rakkina qaamni dhiguu qabuf hin tahu
🙏ijollee daa'imaa hin kennamu
🙏 Namni mada garracha qabu hin kennamu!

Dammaa fi Fayyaa*******************■ Dammi qulqulluun kallattiidhaan qaama madaa'e irratti yoo dibame madaan sirritti ak...
07/09/2024

Dammaa fi Fayyaa
*******************
■ Dammi qulqulluun kallattiidhaan qaama madaa'e irratti yoo dibame madaan sirritti akka fayyuu fi hariifatee akka fayyu waan taasisuuf, yeroo tokko tokko sadarkaa mana yaalaatti illee ogeeyyiin fayyaa ni fayyadamu. Kanas kan taasisu dammi farra baakteriiyaa waan ta'ee fi akkasumas amala kulkula qaamaa hir'isuu (anti-inflammatory properties) waan qabuufidha.
Dammi dabalataanis faayidaalee armaan gadii kana qaba.
■ Namoota alerjii qabaniif gargaarsa guddaa godha.
■ Madda annisaa isa guddaadha.
■ Fayyummaa onneef gahee guddaa qabata.
■ Hirriba gaarii akka rafnu gargaara.
■ Coomni qaama keessa akka hin baay'anne taasisa.
■ Qufaan/utaalloo akka nurraa dafee fooyya'u taasisa.
■Keemikaalota antioxidant jedhaman qaama keenyaaf barbaachisan qaba.
***************
Fayyaan Faaya

FAAYIDA QULLUBBI  ADII✍Dhibee kintaarootii ,dhiitoo fi dhullaaf✍Qulqullinna hirribaaf ni ta'a✍Dafanii dulloomuu ni hir'i...
07/09/2024

FAAYIDA QULLUBBI ADII
✍Dhibee kintaarootii ,dhiitoo fi dhullaaf
✍Qulqullinna hirribaaf ni ta'a
✍Dafanii dulloomuu ni hir'isa
✍Miira dhukkubbii ilkaanii ni hir'isa
✍Dhiibbaan dhiigaa fi hammi Sukkaara qaama keenyaa akka ol hin kaane ittisuuf
✍Carraa dhukkuboota Ujummolee dhiigaa(dhiphachu Ujummoo dhiigaa' atherosclerosis' , itita dhiigaa) fi Onnee ni ittisa
✍Hamma koolestroolii qaama keenyaa ni to'ata
✍️Dandeetti dhibee dandamachuu qaama keenyaa(Immunity) ni dabala
✍Dhukkuboota Ujummoo qilleensa gara oli fi gadi(somba) kannen akka Utaalloo, biroonkaayitii, Asmii fi daraanyoo sombaa (TB) fi kkf fa'a ni fayyisa.
✍Dhukkuboota Ujummolee nyaataaf (Liqimsiitu, garaacha fi Mar'ummaan) fayyisuuf ni faayada
✍Fayyummaa lafee fi buusaa ni eega.
✍Dhibee gogaa qaama keenya fi madaa malaa makate ni fayyisa
✍Fedhiin nyaata (Appetite) akka banamu fi nyaanni akka sirriitti daakamu ni gargaara
✍Raammoo garaa keessaaf ni faayada
✍Dhibee Kaanserii garaagaraaf fknf Kaanserii harmaa,hadhooftuu,Mar'ummani,Munee,piroosteeti fi kkf ni ittisa
✍Wal-nyaatinsa Seelota keenya keessa ni dadammaqsa
✍Dhukkuboota saal-qunnamtii tokko tokkoo ni fayyisa fknf Trichomoniasis
✍Dhibee ijaa sababa umriin dhufu kan kaataaraaktii jedhamu ni fayyisa
✍Pirootiina dhumaatii rifeensa mataa ittisuu danda’u of keessaa qaba.

Akkamitti Fayyadamna
👉Nyaata kessatti Dabaluun
👉Aannani wajjin danfisuun
👉 jiraa Isaa alanshun
👉Hundaa caala powder isaa yoo fayyadamtani bareeda
🙏Guyyatti Nama tokkof giraami 80_100 fayyadamu qaba

Hubaachisa
🙏Dubartiin Ulfaa qabdu fayyadamu hin qabdu.
🙏Haati Harma hoosistu fayyadamu hin
qabdu
🙏Namni rakkina qaamni dhiguu qabuf hin tahu
🙏ijollee daa'imaa hin kennamu
🙏 Namni mada garracha qabu hin kennamu!
Halkan garii

Congratulation to all of you!!!
30/06/2024

Congratulation to all of you!!!

ጆሯችን እንዴት ነው መጸዳት ያለበት? ጆሯችንን ለማጽዳት በጣቶቻችን በደንብ መያዝ የማንችላቸውን እና አነስተኛ መጠን ያላቸውን ነገሮች ተጠቅሞ ማጽዳት አይመከርም። ምክንያቱም ይህ ሲሆን ወደ ...
10/06/2024

ጆሯችን እንዴት ነው መጸዳት ያለበት?

ጆሯችንን ለማጽዳት በጣቶቻችን በደንብ መያዝ የማንችላቸውን እና አነስተኛ መጠን ያላቸውን ነገሮች ተጠቅሞ ማጽዳት አይመከርም። ምክንያቱም ይህ ሲሆን ወደ ውስጥ የመግባት እና ምናልባትም ተሰብረው የመቅረት እድላቸው ሰፊ ስለሚሆን ነው።

አብዛኛዎቹ ሰዎች አነስተኛ ማውጫዎችን፣ የፀጉር ማስያዣ፣ ስንጥር እና ቁልፎችን በመጠቀም ጆሯቸውን ሲያጸዱ ይስተዋላል። ይህን ማድረጉ የጆሮ ታምቡር መደፈንንና መበጠስን፣ በጆሮ ውስጥ የሚገኙና ለማዳመጥ የሚረዱ አጥንቶችን ማዛነፍን ያስከትላል።
ይህን ተከትሎም የመስማት ችሎታን ማጣት፣ በራስን ምታት የታጀበ የጆሮ ውስጥ የመጮህ ስሜት እና ሌሎች ችግሮችን ያስከትላል።

ሰውነት በራሱ ጊዜ የጆሮ ኩክን ያመርታል፤ ይህ ደግሞ ብናኝ እና ጥቃቅን ቆሻሻዎች ወደ ጆሮ እንዳይገቡ ለማድረግ ያግዛል።
በሰውነት የተመረቱት የጆሮ ኩኮች ቆሻሻዎችን በውጭኛው የጆሮ ክፍል በማቆየት ተንከባለው ወደ ውስጥ እንዳይገቡም ያደርጋሉ። ስናወራም ሆነ ስናላምጥ የሚኖረው የአገጭ እንቅስቃሴ ጆሮ ውስጥ የቆዩ የጆሮ ኩኮችን ወደ ውጭኛው የጆሮ ክፍል በማውጣት በቀላሉ እንድናጸዳቸው ይረዳናል። ከዚህ አንጻርም፤ ከጥጥ በተሰራ ማጽጃ ጆሮን ማጽዳቱ የጆሮ ኩክን ይበልጥ ወደ ውስጥ በመግፋት እንዲገባ ያደርገዋል ነው። ምናልባት የጆሮ ኩክ ከበዛ ወደ ህክምና ተቋም በመሄድ በባለሙያዎች መታዩቱና ማስወጣቱ መልካም ነው።

የማያቋርጥ ህመም፣ የጆሮ መደፈን ስሜት፣ ማስተጋባት፣ ጆሮ አካባቢ መጥፎ ሽታ፣ ራስ ምታት የቀላቀለ የሚጮህ ድምጽ መሰማት እና ሳል አንድ ላይ ካስተናገዱ ጆሮ ላይ ጉዳት መድረሱን ማሳያ ናቸውና ባለሙያ ያማክሩ።

ሲያፀዱ በመዳፍዎ በደንብ ሊይዟቸው በሚችሏቸው ነገሮች ቢሆን፣ የሚያጸዱበትን ነገር ትንሽ ረጠብ ማድረግ እና ከቻሉ ሽታ የሌላቸውን የተፈጥሮ ዘይቶች በመጠቀም ማጽዳት። ምናልባት ጆሮዎ ከተጎዳ ደግሞ ለቁስል ማከሚያ የሚውሉ ጨዋማ ውሃዎችን በጥቂቱ ተጠቅሞ ማጽዳትና ወደ ህክምና ተቋም ማምራት። ይህን ማድረግዎ ጆሮ ውስጥ የሚሰማዎትን ጩኸት ለማስወገድ ይረዳወታል። ከዚህ ባለፈ ግን የመብነን ባህሪ ባለው ሶፍት፣ በጸጉር ማስያዣ እና ረዘም ባሉ ነገሮች ተጠቅሞ ጆሮን አለማጽዳት። ማጽጃው ላይ ጥቂት ውሃ ጠብ በማድረግ የውጭኛውን ጆሮ ማጽዳት።
ምንጭ፡- https://www.youtube.com/watch?v=S3BdrnAuESY

ተጨማሪ መረጃዎችን ከአብክመ ጤና ቢሮ የመረጃ መረቦች ከታች ያሉ ሊንኮች በመጫን ማግኘት ትችላላችሁ፡፡
AMHARA HEALTH OFFICE

GOGINSAAFI TATARSA’UU HIDHII MAALTU FIDA?✍Dhukkuboota dhungo(kissing)  namatti darbuu danda'an kan akka  Fanxoo (syphili...
10/06/2024

GOGINSAAFI TATARSA’UU HIDHII MAALTU FIDA?
✍Dhukkuboota dhungo(kissing) namatti darbuu danda'an kan akka Fanxoo (syphilis) fi Vayirasii herpes simplex
✍Qilleensa gogaa fi qorraa(diilalla’aa)
✍Bishaan gahaa dhuguu dhabuu.
✍Alarjii wantoota hidhiitti dibamanii(lipstick)
✍Ho’a aduu cimaaf saaxilamuu
✍Hidhii arraabuu ykn cicciniinuu
✍Tamboo xuuxuu
✍Afaaniin harganuu
✍Hanqina vitaaminoota A,B fi C.

AKKAMIIN OF IRRAA ITTISNA?
✍.Bishaan gahaa guyyaa guyyaatti dhuguu
✍Qilleensa gogaafi dilallaa’aa keessa yeroo deemnu,huccuu mormatti maratan godhachuu(scarf)
✍Yeroo manaa gara aduun nu xuquu danda’uutti deemnu hidhii keenyarratti 'sunscreen’ dibachuu
✍Hidhii arraabuu ykn cicciniinuu dhiisuu,kun yeroodhaaf goginsa sana salphisuu danda’a, garuu goginsaa fi tatarsa’uu hidhii ni hammessa.
✍Lipstikii kemikaalota ciccimoo of keessaa qaban fayyadamuu dhiisuu
✍Tamboo xuuxuu dhaabuu
✍.Dibata hidhii( lip balm) hidhii keessaniif ta’u beekuudhaan filachuun murteessaadha
✍.Sukkaara fal’aana lamaafi damma fal’aana tokko walitti makii,hidhiikeerratti erga dibattee booda daqiiqaa muraasaaf tursi. Sana booda bishaan xiqqo ho’een irraa dhiqi.
✍.Qarruu annanii(mataa annan ititee) hidhiitti dibachuudhaan erga daqiiqaa10niif tursitee booda huccuu bishaan ho’aatti cuubameen dhiquu.
Fuula FB: Dr. Muhammed

Dhiirotaaf… 3C’s ==================================Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo saal-qunnamtii hedduminaan rakkoo f...
10/06/2024

Dhiirotaaf… 3C’s
==================================
Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo saal-qunnamtii hedduminaan rakkoo fayyaa qaamaa waliin Kan wal-qabate osoo hin-taane rakkoo xiinsammuuti
Kana hambisuuf tooftaawwan xiinsammuu kana sadan fayyadami.
The three mental C's:-
1. Of -tasgabbeessi(calmness) . Baay'ee hin dhiphatin. Kana dura si mudateera yoo tahe isa Yeroo darbee yaaddee sammuukee hin dhiphisin.

2. Ofitti amanamummaa qabaadhu(Confidence).
Ani hin danda'u, na sodaachisa hin jedhin. Ofitti amanamummaa guutuu qabaadhuu godhi

3.miirakee to'adhu
Garmalee miira keessa hin galin. Miirakee amma dandeessu to'adhu, yoo dandeesse Yeroo wal qunnamtii saalaa gootu yaadakee waan-biraarra godhi.

Fayyaa hin dhabinaa!

Address

Adama

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Ibrahim kedir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dr. Ibrahim kedir:

Share