Shamsuddin Yassin

Shamsuddin Yassin Abbaan feete ilaalcha tuffii fi miilla dhoqqeen mataarra Akka na ejjettu hin ayyamuuf!

Fayyi Jedhi Darbi Namni Obbolessa Kee Master Abinet Jaallattu Daqiiqaa 1 Qofa Fayyadamii ๐Ÿ’”๐Ÿ‘‡๐Ÿ˜ญ
18/12/2025

Fayyi Jedhi Darbi Namni Obbolessa Kee Master Abinet Jaallattu Daqiiqaa 1 Qofa Fayyadamii ๐Ÿ’”๐Ÿ‘‡๐Ÿ˜ญ

18/12/2025

Facebook Download the app โ†’ goliveindia.in/download

17/12/2025

แ‹จแˆ…แŠ•แ‹ต แŒ แ‰…แˆ‹แ‹ญ แˆšแŠ’แˆตแ‰ตแˆญ แŠ“แˆฌแŠ•แ‹ตแˆซ แˆžแ‹ฒ แˆˆแŠขแŒแ‹ฒแˆช แ‹จแˆ•แ‹แ‰ฅ แ‰ฐแ‹ˆแŠซแ‹ฎแ‰ฝ แŠฅแŠ“ แˆˆแŒแ‹ดแˆฌแˆฝแŠ• แˆแŠญแˆญ แ‰คแ‰ถแ‰ฝ แŠ แ‰ฃแˆ‹แ‰ต แ‹ซแ‹ฐแˆจแŒ‰แ‰ต แŠ•แŒแŒแˆญ ETV | EBC | EBCDOTSTREAM

| Ethiopian Broadcasting Corporation Download the app โ†’ goliveindia.in/download

Obboloota keenya Naannoo Gambelaf sagalee haa taanuuf!!Walitti bu'iinsa Saboota Lammaan Nuwer fi Anyu'ak gidduutti guyya...
17/12/2025

Obboloota keenya Naannoo Gambelaf sagalee haa taanuuf!!

Walitti bu'iinsa Saboota Lammaan Nuwer fi Anyu'ak gidduutti guyyaa Sadii dura jalqabeen Rakkoo Nageenya Guutummaa Magaalattiitti baballatee jiruun Namootni keenya Manasaaniti gadibahuu dadhabanii beelaan Mana keessatti dhumaa jiru.
Itti dabaluunis Hidhattotni Anyuwak baadiyyaarra gara Magaalaatti seenuun duulichatti dabalamaa jiraachuun sodaa biraa uumeera. saamichaafis saaxilamaniiru.

Mootummaan humna gahaa geessee Akka Nageenya tasgabbeessu waamicha nuuf godhaafi jechuun sodaa isaani ibsatu.

17/12/2025

Yaa biyyaa Saba keenya Gambeella jiraniif sagalee haa taanu!

17/12/2025

Jireenya Akka lilmoo dabarsineem!

16/12/2025

Dhaamsa Gurbaa Qaxalee!๐Ÿ‘‡

Kan yoo gadi jetteef si hin tuffanne Waaqa qofa!!

16/12/2025

Yaa warra Mormituu Biyyaa fi Mootummaa adda baasii mormi! Download the app โ†’ goliveindia.in/download

16/12/2025

Ibsa Master Abinet Dhaggeeffadha! Download the app โ†’ goliveindia.in/download

16/12/2025

Simannaa MM Hindiif taasifame Download the app โ†’ goliveindia.in/download

Affeerraa Bunaa Muummee Ministeeraa Hindiif Abbichuun taasisan Kun hiika guddaa qaba.
16/12/2025

Affeerraa Bunaa Muummee Ministeeraa Hindiif Abbichuun taasisan Kun hiika guddaa qaba.

Salphaatti Sadarkaa Dippilomaasiin Itoophiyaa Irra gahe tilmaamuun ni danda'ama. Masha allah!!
16/12/2025

Salphaatti Sadarkaa Dippilomaasiin Itoophiyaa Irra gahe tilmaamuun ni danda'ama.

Masha allah!!

Address

Oromia
Adama
123@123

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shamsuddin Yassin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share