TGT Press

TGT Press Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from TGT Press, Media/News Company, Oromiyaa, Adama.

25/06/2020

Etyoophiyaattii Namonnii Dabalataa 141 Qabamannii , 3 Lubbuun Darbee , 58 Damdamattaniruu
==========================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 18, 2012 Guyyaa 10:45

24/06/2020

Etyoophiyaattii Namonnii Dabalataa 186 Vaayiresichaan Qabamannii , 74 Damdamattanii , 3 Lubbuun Darberaa
==========================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 17, 2012

23/06/2020

Etyoophiyaattii Namonnii Dabalataa 185 Qabamannii , 115 Damdamattannii Kan Lubbuun Darbee Hin Jiruu
==========================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 16, 2012
👉 Sa'aa 24 Darbee Keessattii Qoorrana Laabraroorii Namoota 3,775 Taasifameen Namonnii Dabalataa 185 Vaayirasichaan Qabamuun Mirkana'ee
☑ 6 - Oromiyaa
☑ 160 - B/M Finfinnee
☑ 7 - U/Kibba
☑ 4 - Afaar
☑ 2 - Soomalee
☑ 2 - Amharaa
☑ 1 - Tigraay
☑ 1 - Gambellaa
☑ 1 - Haararii
👉 Waliigalaan Etyoophiyattii Namonnii 4,848 Qabamanniruu
👉 Namnii Lubbuun Darbee Hin Jiruu
👉 Namonnii Dabalataa 115 Damdamattaniruu
☑ 6 - Oromiyaa
☑ 81 - B/M Finfinnee
☑ 23 - Amharaa
☑ 2 - Haararii
☑ 2 - B/Gumuuz
☑ 1 - Tigraay
👉 Waliigalaan Namonnii 1,412 Damdamattanirruu
👉 Namonnii 38 Kutaa Yaalii Cimaa Keessattii Argamuu
==============================
👉 TGT - Ispoortii
☑ Share Waallif Taasisaa
👉 Oddeeffannoo Dabalataaf
📲 8335 YKN 📲 952 Bilbilaa ?

22/06/2020

Etyoophiyaattii Namonnii Dabalataa 84 Vaayirasii Koronaa Irraa Damdamattannii , 131 Haraan Dabalataan Qabamannii , 1 Lubbuun Darberaa
==========================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 15, 2012
👉 Sa'aa 24 Darbee Keessattii Qoorranaa Laabratoorii Namoota 3,238 Taasifameen Namonnii Dabalataa 131 Vaayirasichaan Qabamuun Mirkana'ee
☑ 16 - Oromiyaa
☑ 98 - B/M Finfinnee
☑ 4 - Soomalee
☑ 3 - Afaar
☑ 3 - B/M Dirre Dhawa
☑ 3 - U/Kibba
☑ 2 - Gambellaa
☑ 1 - Amharaa
☑ 1 - Tigraay
👉 Waliigalaan Etyoophiyaattii Namonnii 4,663 Vaayiresichaan Qabamanniruu
👉 Namnii Dabalataa 1 Lubbuun Darberaa
👉 Waliigalaan Lubbuun Namoota 75 Darberaa
👉 Namonnii Dabalataa 84 Vaayirasicharraa Damdamattaniruu
☑ 2 - Oromiyaa
☑ 79 - B/M Finfinnee
☑ 2 - Tigraay
☑ 1 - U/Kibba
👉 Waliigalaan Namonnii 1,297 Damdamattaniruu
==============================
👉 TGT - Ispoortii
☑ Share Waallif Taasisaa ?
👉 Oddeeffannoo Dabalataaf
📲 8335 YKN 952 Bilbilaa ?

19/06/2020

Etyoophiyaattii Namonnii Dabalataa 116 Vaayirasichaan Qabamanni , 7 Lubbuun Darbee , 93 Damdamattaniru
==========================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 12, 2012
👉 Sa'aa 24 Darbee Keessattii Namoota Qoorannan Laabratoorii Taasifameef 4,809 Keessa Namonnii 116 Vaayiresichaan Qabamun Mirkana'ee
☑ 6 - Oromiyaa
☑ 101 - B/M Finfinnee
☑ 4 - U/Kibba
☑ 1 - Gambella
☑ 1 - Afaar
☑ 1 - B/M Dirre Dhawa
☑ 1 - Amharaa
☑ 1 - Tigraay
👉 Waliigalaan Namonnii 4,070 Vaayiresichaan Qabamanniruu
🔴 Guyyaa Kannattii Lubbuun Namoota Dabalataa 7 Darberaa
☑ 4 - B/M Finfinnee
☑ 1 - Haararii
☑ 1 - U/Kibba
☑ 1 - Soomalee
👉 Waliigalaan Namonnii 72 Lubbuun Darbanniruu
🔵 Guyyaa Kannattii Namonnii Dabalataa 93 Damdamattaniru
☑ 1 - Oromiyaa
☑ 88 - B/M Finfinnee
☑ 2 - Soomalee
☑ 2 - Amharaa
👉 Etyoophiyaattii Waliigalaan Namonnii 1,027 Vaayiresicharraa Damdamattaniru
==============================
👉 TGT - Ispoortii
☑ Share Waallif Taasisaa ?
👉 Oddeeffannoo Dabalataaf
📲 8335 YKN 952 Qunamaa

18/06/2020

Etyoophiyaatti Namonnii Dabalataa 195 Vaayiresichaan Qabamannii , 2 Lubbuun Darbee , 85 Damdamachuun Mirkana'ee
=======================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 11, 2012
👉 Sa'aa 24 Darbee Keessattii Qooranna Laabratoorii Namotaa 4,853 Taasifameen Namonnii Dabalataa 195 Vaayiresichaan Qabamuun Mirkana'ee
☑ 4 - Oromiyaa
☑ 144 - B/M Finfinnee
☑ 12 - Amharaa
☑ 12 - Tigraay
☑ 7 - B/M Dirre Dhawa
☑ 7 - Afaar
☑ 4 - Soomalee
☑ 3 - Gambelaa
☑ 2 - Haararii
👉 Waliigalaan Namonnii 3,954 Etyoophiyaatti Vaayiresichaan Qabamanniruu
👉 Lubbun Namoota 2 Dabalataan Darberaa
☑ 2 - B/M Finfinnee
👉 Waliigalaan Lubbuun Namoota 65 Darberaa
👉 Namonnii Dabalataa 85 Damdamattaniru
☑ 5 - Oromiyaa
☑ 73 - B/M Finfinnee
☑ 5 - Amharaa
☑ 2 - Tigraay
👉 Waliigalaan Namonnii 934 Damdamattaniru
👉 Namonnii 27 Kutaa Yaalii Cimaa Keessattii Argamuu
==========================
👉 TGT - Ispoortii
☑ Share Waallif Taasisaa ?
👉 Oddeeffannoo Dabalataaf
📲 8335 YKN 📲 952 Bilisaan Bilbilaa ?

16/06/2020

Etyoophiyaattii Namonnii Dabalataa 118 Damdamattannii , 109 Dabalataan Qabamannii , 1 Lubbuun Darberaa
=======================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 09, 2012
👉 Sa'aa 24 Darbee Keessattii Namoota Qoorannan Laabratoorii Taasifameef 5,102 Keessa Namonnii Dabalataa 109 Vaayiresichaan Qabamuun Mirkana'ee
☑ 9 - N/N Oromiyaa
☑ 81 - B/M Finfinnee
☑ 4 - N/N U/Kibba
☑ 4 - N/N Soomalee
☑ 3 - N/N Amharaa
☑ 3 - N/N Afaar
☑ 3 - N/N Tigraay
☑ 2 - N/N Haararii
👉 Waliigalaan Namonnii 3,630 Qabamanniruu
👉 Namnii 1 Dabalataan Lubbuun Darberaa
👉 Waliigalaan Namoota 61 Dhabneraa
👉 Namonnii Dabalataa 118 Vaayiresicharraa Damdamattanirruu
☑ 115 - B/M Finfinnee
☑ 3 - N/N Tigraay
👉 Waliigalaan Namonnii 738 Vaayiresicharraa Damdamattanniru
==========================
👉 TGT - Ispoortii
☑ Share Waallif Taasisaa ?
👉 Oddeeffannoo Dabalataaf
📲 8335 YKN 📲 952 Bilisan Bilbila ?

15/06/2020

Etyoophiyaattii Namonnii Dabalataa 176 Vaayiresii Kooronnan Qabamuun Mirkana'ee , 3 Lubbuun Darbee , 75 Bayyanattaniruu
=======================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 08, 2012
👉 Sa'aa 24 Darbee Keessattii Namoota Qoorannan Laabratoorii Taasifameef 5,636 Keessa Namonni 176 Vaayiresichaan Qabamuun Mirkana'ee
☑ 3 - N/N Oromiyaa
☑ 98 - B/M Finfinnee
☑ 33 - N/N Amharaa
☑ 31 - N/N Tigraay
☑ 7 - N/N Soomalee
☑ 2 - B/M Dirre Dhawa
☑ 2 - N/N Afaar
👉 Waliigalaan Namonni 3,521 Etyoophiyaattii Vaayiresichaan Qabamuun Mirkana'eraa
👉 Dabalataan Lubbuun Namoota 3 Darberaa
☑ 1 - B/M Finfinnee
☑ 2 - N/N Amharaa
👉 Waliigalaan Lubbuun Namoota 60 Darberaa
👉 Namonni 75 Dabalataan Bayyanattaniru
☑ 10 - N/N Oromiyaa
☑ 31 - B/M Finfinne
☑ 28 - N/N Soomalee
☑ 5 - N/N Amharaa
☑ 1 - N/N Afaar
👉 Waliigalaan Namonni 620 Bayyanattaniru
👉 Namonni 28 Kutaa Yaalii Cima Keessatti Argamuu
==========================
👉 TGT - Ispoortii
☑ Share Waallif Taasisaa ?
👉 Oddeeffannoo Dabalataaf
📲 8335 YKN 952 Bilisan Bilbilaa ?

14/06/2020

Etyoophiyaattii Namonnii Dabalataa 179 Vaayirasii Kooronnan Qabamannii , 2 Lubbuun Darberaa
==========================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 7, 2012
👉 Sa'aa 24 Darbee Keessattii Qoorannaa Laabratoorii Namoota 4,845 Taasifameen Namonnii Dabalataa 179 Vaayiresichaan Qabamuun Mirkana'ee
☑ 15 - N/N Oromiyaa
☑ 111 - B/M Finfinnee
☑ 23 - N/N Amharaa
☑ 11 - N/N Afaar
☑ 9 - N/N Tigraay
☑ 5 - N/N Soomalee
☑ 2 - N/N U/Kibba
☑ 2 - B/M Dirre Dhawa
☑ 1 - N/N Haararii
👉 Waliigalaan Namonnii 3,345 Etyoophiyaattii Vaayirasichaan Qabamanniru
👉Lubbuun Namoota 2 Dabalataan Darberaa
👉 Waliigalaan Namonnii 57 Lubbuun Darbanniruu
👉 Namonnii Dabalataa 50 Dandamattaniru
☑ 41 - B/M Finfinnee
☑ 4 - N/N Amharaa
☑ 3 - N/N Afaar
☑ 2 - N/N Tigraay
👉 Waliigalaan Namonnii 545 Dandamattaniru
==============================
👉 TGT - Ispoortii
☑ Share Waallif Taasisaa ?
👉 Oddeeffannoo Dabalataaf
☑ 📲 8336 YKN 📲 952 Bilisan Bilbilaa ?

13/06/2020

Etyoophiyaattii Namonnii Dabalataa 268 Vaayirasii Kooronan Qabamuun Mirkana'ee 8 Lubbuun Darberaa
==========================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 06, 2012
👉 Etyoophiyaattii Sa'aa 24 Darbee Keessattii Namoota Qoorannan Laabratoorii Taasifameef 5,644 Keessa Namonnii 268 Vaayiresichaan Qabamuun Mirkana'ee
☑ 12 - N/N Oromiyaa
☑ 232 - B/M Finfinnee
☑ 8 - N/N Amharaa
☑ 6 - N/N Tigraay
☑ 5 - N/N Haararii
☑ 2 - N/N U/Kibba
☑ 2 - N/N Afaar
☑ 1 - N/N B/Guumuz
👉 Waliigalaan Namoota 3,166 Ta'anniruu
👉 Guyyaa Hara Lubbuun Namotaa 8 Darberaa
☑ 8 - B/M Finfinnee
☑ 4 - Qoorranno Reefaan Beekame
☑ 4 - Yaalii irraa Kan Turan
☑ Waliigalaan Namoota 55 Lubbuun Dhabnera
👉 Namonnii Dabalataa 44 Baayyanattaniru
☑ 3 - N/N Oromiyaa
☑ 28 - B/M Finfinnee
☑ 6 - N/N Amharaa
☑ 4 - N/N Afaar
☑ 3 - N/N Haararii
👉 Waliigalaan Namonnii 495 Baayyanattaniru
==============================
👉 TGT - Ispoortii
☑ Share Waallif Taasisaa ?
👉 Oddeeffannoo Dabalataaf
📲 9335 YKN 📲 952 Bilisaan Bilbila ?

11/06/2020

Etyoophiyaattii Namonnii Dabalataa 164 Vaayiresichaan Qabamanuun Mirkana'ee , Namonnii 5 Lubbuun Darberaa
==========================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 04, 2012
👉 Sa'aa 24 Darbee Keesattii Namoota Qoorranan Laabratoorii Taasifameef 6,630 Keessa Namonnii 164 Vaayiresichaan Qabamuun Mirkana'ee
☑ 2 - N/N Oromiyaa
☑ 104 - B/M Finfinnee
☑ 26 - N/N Soomalee
☑ 22 - N/N Amharaa
☑ 4 - N/N Kibba
☑ 4 - N/N Tigraay
☑ 1 - N/N Haararii
☑ 1 - N/N B/Gumuuz
👉 Waliigalaan Etyoophiyaattii Namonnii 2,670 Vaayiresichaan Qabamanniruu
👉 Lubbuun Namoota Dabalataa 5 Darberaa
☑ 4 - B/M Finfinnee
☑ 1 - N/N Soomalee
👉 Waliigalaan Lubbuun Namoota 40 Vaayiresichaan Darberaa
👉 Namonnii Dabalataa 33 Vaayiresicharraa Bayyanattaniruu
☑ 32 - B/M Finfinnee
☑ 1 - N/N Amharaa
👉 Waliigalaan Namonnii 434 Vaayiresicharraa Bayyanattanirruu
👉 Namonnii 32 Kuta Yaalii Cima Keessattii Argamuu !!
==============================
👉 TGT - Ispoortii
☑ Share Waallif Taasisaa ?
👉 Oddeeffannoo Dabalataaf
📲 8335 YKN 952 Bilisaan Bilbilaa ?

10/06/2020

Etyoophiyaattii Namonnii Dabalataa 170 Vaayiresii Kooronnan Qabamuun Mirkana'ee , 3 Lubbuun Darberaa
=======================
TGT - Ispoortii
Waxabajjii 03, 2012
👉 Sa'aa 24 Darbee Keessattii Namoota Qoorannan Laabratoorii Taasifameef 6,187 Keessa Namonnii Dabalataa 170 Vaayiresichaan Qabamuun Mirkana'eraa
☑ 7 - N/N Oromiyaa
☑ 81 - B/M Finfinnee
☑ 57 - N/N Soomalee
☑ 13 - N/N Amharaa
☑ 7 - N/N Tigraay
☑ 3 - N/N Haararii
☑ 2 - N/N U/Kibba
👉 Waliigalaan Etyoophiyaattii Namonnii 2,506 Vaayiresichaan Qabamuun Mirkana'eraa
👉 Lubbuun Namoota 3 Dabalataan Darberaa
👉 Waliigalaan Etyoophiyaattii Namonnii 35 Lubbuun Darberaa
👉 Namonnii Dabalataa 22 Vaayiresichaarra Bayyanattaniru
☑ 22 - B/M Finfinnee
👉 Waliigalaan Etyoophiyaattii Namonnii 401 Bayyanattaniru
👉 Namonnii 32 Kuta Yaalii Cima Keessattii Argamuu
==============================
👉 TGT - Ispoortii
☑ Share Waalliif Taasisaa ?
👉 Oddeeffannoo Dabalataaf
📲 8335 YKN 952 Bilisaan Bilbilaa ?

Address

Oromiyaa
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when TGT Press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share