Hiriyyaa Jaalalaa Dhugaa

Hiriyyaa Jaalalaa Dhugaa ትኩስና ትክክለኛ መረጃዎችን አናደረሳለን! Odeeffannoo haaraa fi sirrii ta'an isin biraan geenya!

ሰበር መረጃ👉ላመነው ሰጤም እየመጣ ነው!የፀረ ሰላም ሃይሉ ጃውሳ በውስጡ በተፈጠረው ውጊያ እየታወከ ይገኛል። በዚህም ቡድኑ አንደኛ ክ/ጦር በሚል የሚጠራው የሌባ ስብስብ ብትንትኑ ወጥቷል። የ...
12/09/2025

ሰበር መረጃ
👉ላመነው ሰጤም እየመጣ ነው!

የፀረ ሰላም ሃይሉ ጃውሳ በውስጡ በተፈጠረው ውጊያ እየታወከ ይገኛል። በዚህም ቡድኑ አንደኛ ክ/ጦር በሚል የሚጠራው የሌባ ስብስብ ብትንትኑ ወጥቷል። የእርስ በርስ መገዳደሉ በሌሎችም ላይ ተባብሷል። የቡድኑ አመራር የሆኑት ቻላቸው አስናቀ፣ መንግስቱ አማረ እና ላመነው ለጉድ እየተለባለቡ ነው። በዚህ የእርስ በርስ ጦርነት ሙጂብ እና ስላባት የተባሉት የላመነው ተከታዮች ቆስለው በነመንግስቱ ተማርከዋል። እነመንግስቱ ላመነውን ለመግደል የሚያደርጉትን እንቅስቃሴ አሁንም ገፍተውበታል።

ላመነውም እነሱን አጥፍቶ ለመጥፋት ላይ ታች እያለ ነው። ላመነው መንግስቱን እና ቻላቸውን ከመታ በኋላ እጁን ለመንግስት የመስጠት ፍላጎት እንዳለውን የሚደርሱን መረጃዎች ይጠቁማሉ። ሌላው የላመነው ጠባቂ እጁን ለመንግስት ሰጥቷል። እጁን ከሰጠ በኋላ የጎጃሙ ጃውሳ የማይወጣበት የጎጠኝነት ትብታብ ውስጥ እንደገባ ተናግሯል። በቡድኑ ውስጥ የሚደረገው የእርስ በርስ ውጊያ እና ነቆራ አንድም የስልጣን ሽኩቻ እንደሆነ በመግለፅ የታጣቂው መሪዎች በጎጥ ተከፋፍለው በጎሪጥ እንደሚተያዩም የላመነው ሰጤ ጠባቂ እጅ ከሰጠ በኋላ አንስቷል።

በህብራት ችለናል💚💛❤️
12/09/2025

በህብራት ችለናል💚💛❤️

“Marroon zoonii Lixaatuu hoogganuu hin dandeenye” Jaal AbdiiMarroon leenca ilkaan hin qabne ta’uu hunduu amanee dubbachu...
12/09/2025

“Marroon zoonii Lixaatuu hoogganuu hin dandeenye” Jaal Abdii

Marroon leenca ilkaan hin qabne ta’uu hunduu amanee dubbachuu eegalee jira. Keessattuu hoogganoonni zoonii garichaa hedduun isaanii Marron amma akka waan hin jirreetti ilaalamaa jira jechuun dubbatu. Namni ajaja isaa fudhatee hojiitti hiikus erga dhibee oolee bubbuleera jedhu. Galaafatamuu Jaal Shoddee hordofee hamilee dhabuu isaa kan dubbatan hoogganoonni fi miseensonni garichaa yeroo ammaa Marroon hoogganaa waliigala ta’uu dhiisii zoonii lixaatti iyyuu ajaja kennuuf humna tokko illee hin qabu jedhu.

Jaal Abdiinis dubbbii tibbana walgahii dhoksaa irratti godheen kufaatii garichaatiif sababni ijoon Marroo matuma isaati kan jedhe yoo ta’u innis yeroo kana zoonii Lixaatuu hoogganuu hin dandeenye jedheera. Kanaanis akkuma armaan dura jechaa ture Marroon hanga lubbbuun jirutti bosona Qeellamiifi daangaa Sudaan keessaa hin ba’u jedheera. Jaleewwan isaas Shawaa keessaa haxaawwamanii ba’uuf yero dhiyaateera jechuun kan dubbate yemmu ta’u Jaal Warraaqsaa miila jalaa dhahuuf akka jiru dubbii isaa keessatti akeekee jira.

Golli garichaa goolamuun itti fufeera!

Happy Ethiopian new year!
11/09/2025

Happy Ethiopian new year!

Barri 2018 bara Oromiyaa keessaa baduu Shanee ni ta'a!
10/09/2025

Barri 2018 bara Oromiyaa keessaa baduu Shanee ni ta'a!

   Biyyi keenyaa dhaloota egeree ijaaraa jirti. Seenaa badaa darbe irraa barachuun seenaa haaraa fi ammayyaa’aa ta’e dha...
10/09/2025




Biyyi keenyaa dhaloota egeree ijaaraa jirti. Seenaa badaa darbe irraa barachuun seenaa haaraa fi ammayyaa’aa ta’e dhaloota egereef ijaaramaa kan jiru yoo ta’u ,kun ammo milkaa’u kan danda’u yoo nuti cichinee borii keenyaaf hojjanneedha. Tokko taanee borii keenya haa ijaarru.

Qaammee 5 Guyyaa EgereeItoophiyaa Dijitaalaa Dhugoomsuu
10/09/2025

Qaammee 5 Guyyaa Egeree
Itoophiyaa Dijitaalaa Dhugoomsuu

 “Barri kun kan itti kasaarree dha” MarrooBarri 2017 bara itti Shaneen kasaarte ta’uu Marroon dubbachuun dhagahameera. I...
10/09/2025


“Barri kun kan itti kasaarree dha” Marroo

Barri 2017 bara itti Shaneen kasaarte ta’uu Marroon dubbachuun dhagahameera. Innis bara kana keessatti, bara itti garichi hoogganoota ciccimoo du’aan dhabe fi caasaan garichaa akka malee diigame ta’uu ifatti dubbachuu isaa odeeffannoon argame ni agarsiisa. Keessattuu galaafatamuu Jaal Shoddee hordofee keessa deebi’uu kan dadhabe garichi yeroo gara yerootti harcaatiin hooggansaa fi miseensaa akka malee muudatee jira. Marroonis namoota itti dhiyeenyaan isa tajaajilan danuu dhabee jira. Isaan keessaa ijoon Jaal Shoddee, Jaal Amansiis, Jaal Risaa fi kkf isaan ijoo dha. Kanarraa kan ka’e Marroon abdii murannaa guddaa keessa galuudhaan dubbii godheen barri kun bara itti kasaarreedha jechuun namoota itti dhiyatanitti dubbachuu isaa odeeffannoon miliqee bahe ni agarsiisa.

Shaneen kasaartee jirti!

Hidhi Haaromsaa Guddichi gurgurame jechaa kan ture sun eenyu?Mee yaada keessan   irra kaa'a!
09/09/2025

Hidhi Haaromsaa Guddichi gurgurame jechaa kan ture sun eenyu?

Mee yaada keessan irra kaa'a!

ሪቫኑ ተቆርጧል🔥እንኳን ደስ አለን🇪🇹
09/09/2025

ሪቫኑ ተቆርጧል🔥
እንኳን ደስ አለን🇪🇹

ህዳሴ የኢትዮጵያ እንደ አዲስ የመነሳት ሚስጥር!!የህዳሴው ግድብ ለኢትዮጵያ እንደ አዲስ የመነሳት እና የማንሰራራት ወሳኝ ሚስጥር ነው። ምክንያቱም ይህ ፕሮጀክት በራስ  አቅም ለውጥ ማምጣት ...
09/09/2025

ህዳሴ የኢትዮጵያ እንደ አዲስ የመነሳት ሚስጥር!!

የህዳሴው ግድብ ለኢትዮጵያ እንደ አዲስ የመነሳት እና የማንሰራራት ወሳኝ ሚስጥር ነው። ምክንያቱም ይህ ፕሮጀክት በራስ አቅም ለውጥ ማምጣት እንደምትችል ያሳየችበት ስለሆነ ነው። ኢትዮጵያ ከውጭ ሀገራት ተፅዕኖ ነፃ ሆና በህዝቦቿ አንድነት በራስ አቅም የገነባችው ፕሮጀክት በመሆኑ ኢትዮጵያን እንደ አዲስ እንድትነሳ ትልቅ ሚስጥር ወይም መነሻ መሆን ይችላል።

ከአድዋ ቀጥሎም ኢትዮጵያ እንደ አዲስ እንድትነሳ ትልቅ ሚስጥር መሆን የቻለ ሲሆን ወደ ብልፅግና ለምታደርገው ጉዞም የራሱን የሆነ ትልቅ አሻራ ማሳረፍ ችሏል።
#የማንሰራራትብስራት

  ’insaa!Wareegama hedduu irraa injifannoo argame!Hidhi Haaromsaa guddichi keenyaa wareegama fi qabsoo hadhaawaa walitti...
09/09/2025


’insaa!

Wareegama hedduu irraa injifannoo argame!

Hidhi Haaromsaa guddichi keenyaa wareegama fi qabsoo hadhaawaa walitti fufiinsaan godhameen guyyaan eebbaa isaa kabajamaa jira. Kanaan booda biyyi keenya iftee mul’attee jirti. Injifannoon siyaasaa fi dinagdee hidha kanarraa argame waan salphaatti ibsamuu miti. Injifannoon kunis kan dhaloonni ittiin boonaa jiraatuudha.

Address

ADAMA
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hiriyyaa Jaalalaa Dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share