SMART TV

SMART TV Smart media is voice of the silent majority

07/02/2025
21/10/2022

JUMEA MUBAREK

10/08/2021

Ilmaan oromoo hundaaf # jechuudhaan yeroo miliyoonaa hedduu postii gochuun addunyaan hayyichaa oromoo kanaf xiyyeeffanaa akkaa kennituuf akka hirmattaan wamichaa oromuma isiniif goonaa dhaamsa kana ilmaan sabaaf sabaaf sablammotaa oromoo fi oromummaa jalaattaan nu cinaa akka dhabbataniif afaan hedduun barressaa rabsaa

04/09/2020

Ashama harka fuune bale bloggers network dhiheenyaattii addresiii bilbilaa namoota gufuu imalaa keenyaa ta'anii isin biraan gahaa ...waan silaa dhamuufii maltan dhamtaniif .....

01/09/2020

hojjataa baankii daldalaa itophiyaa damee dodolaa kan taee mulugetaa girmaa sababa hin beekamnee torbaan tokkoo oliif manaa hidhattii daraaramaa jiraa free mulugeta girma ...............please mucaa kun oromumaaf sabbonummaa malee yakkaa tokkoo hin qabuu sagalee ta'aafii free mulugeta girma and ALL POLITICAL PRISONERS

30/03/2020

" Namni paartii Bilxiginaa bakkaa bu'ee gama goodinaa fi Aanaa deemu dursee firottaan fi ahlii isattii nagaa haa dhammatuu, " hayyotaa oromoo kessaa tokkotu jedha

Yaa oromoo taatu barana.... Ilmaan sabaa hundii filannoof of qophessaa
09/01/2020

Yaa oromoo taatu barana.... Ilmaan sabaa hundii filannoof of qophessaa

08/01/2020

Waraanii addunyaa 3ffaa jalqabamuuf haal dureewwwan mul'achaa jiruu

Address

Oromia
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when SMART TV posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share