Koodee amboo

Koodee amboo Garaa dhiiraa beektu
galaa dhiiraa nyaatti! JL Abdataan dhugaaf !

   ゚
13/05/2025



07/05/2025
Nagaa kootii
03/05/2025

Nagaa kootii

03/05/2025

Qabsichi aarsaa danuu qabatuyyu galma ga'insaa isaatif hanga dhumaatti ni falmina."Abjuu sodaa hirribaa hin dhiisaan" Ak...
03/05/2025

Qabsichi aarsaa danuu qabatuyyu galma ga'insaa isaatif hanga dhumaatti ni falmina.

"Abjuu sodaa hirribaa hin dhiisaan" Akkuma jedhamu; War-eegama,caba,ma-da'uu fi dhangala'uu dhii-gaa sodaadhaf umurii gabrumaa ofirratti hin goobsinu.
Gatiin dafqa nuti har'a cobsinuu bilisummaa saba keenyati.
Oromoo@

Waan oromoof ta'uu qabduu hundaa otoo of hin qusatiin ijoollumaa kee irraa kaaste kanfalaa as geesse jirtaa. Waaqni abba...
02/05/2025

Waan oromoof ta'uu qabduu hundaa otoo of hin qusatiin ijoollumaa kee irraa kaaste kanfalaa as geesse jirtaa.
Waaqni abbaa oromoo si waliin haa ta'uu!

02/05/2025

Koodee amboo koo yaa'ummaa yakkaallachaa jiru osoo gartee silaa waanan keessa jiru FayeraMilion DiribaCarraa GarramooMonet GemechuJaal Abdii SabaJaalalaa dhugaa

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Koodee amboo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Koodee amboo:

Share