Soora Qalbii Muslimaa

Soora Qalbii Muslimaa A**l muslim

11/09/2022

የቂያማ ምልክቶች
• ግብረ ሰዶም
• ሰዎች ስለሌሎች አያት ቅድመ አያት ክፋት እና ቂም ማውራት
• ልብሶች አብዛኛውን የሰውነት ክፍል የሚያሳዩ መሆናቸው
• በሰማይ ላይ ብዙም ከዋክብት አይኖሩም
• ትላልቅ ህንፃዎች መብዛት
• የደጃል መምጣት
• የኢማም አህመድ መምጣት
• የኢሳ አለይሂሰላም መውረድ
• የእጁጅ እና መእጁጅ መምጣት
• ፀሀይ በገባች መውጣት( የይቅርታ በር በተዘጋ ጊዜ)
• ከመሬት ውስጥ አንዲት ፍጡር መውጣት እና ትክክለኛ አማኞችላይ ምልክት ማድረጓ
• ለ40 ቀናት ጉም መነሳት እና በዛምክንያትም እውነተኛ አማኞች ምንም እውቀትም ሆነ ስሜት ሳይሰማቸው መሞት
• ከባድ እሳት መነሳት በዛም ብዙ ነገሮች መውደም
• የካአባ መፍረስ
• ቁርአን ከሰውም ልብ ከወረቀትላይ መነሳት
• የጡሩንባ መነፋት በመጀመርያው እንስሳዎች አና ሰዎች መሞት
• በሁለተኛው ሲነፋ የአላህ ፍጥረት በሙሉ እንደገና ይነሳሉ ለፍርድ በአረፈት መሬት ላይ ይሰበሰባሉ
• ፀሀይ ወደ ምድር በጣም ትቀርባለች
• ነብዩ ሙሀመድ ሰለላሁ ዐለይሂ ወሰም እንዳሉት" ይህንን ዜና ለአንድ ሰውያደረሰ ( ያስተላለፈ) በፍረዱ ቀን ጀነት ላይ ቦታ ይዘጋጅለታል
• ይህንን መልእክት በስልካችሁ contact ላይ ላሉ ሙስሊሞች በሙሉ ላኩ ይህን መልእክት ችላ ካልከው(ሽው) የረሱልን ንግግር አስታውስ)ሺ)

"ላኢላሀ ኢላ አንተ ሱብሀነከ ኢኒ ኩንቱ ሚነ ዟሊሚን"

አላህ ሁላችንንም ወደሱ ይመልሰን

SalaataSalaanni irraa caaltu waan nutii hojjachuu qabnutii. Namnii eega shihada jedhe wantii  wajibni dura salaata jechu...
09/09/2022

Salaata
Salaanni irraa caaltu waan nutii hojjachuu qabnutii. Namnii eega shihada jedhe wantii wajibni dura salaata jechudha.
Yaa obbolaa aakiraa salaata jabeeffadha salanni nuuf amaanaa tahu hin dagatiinaa wantii qabritti dalagaa tenyarra gaafatamnuu durri selaata salanni tollan waa martii toltee jecha nabii keenyaatii (S.A.W)

 Waan Dildilli siraax tahe dhageette?  qiyaama yeroo dachii fi samiin jijjaramtu iddoon takkalleen hin jirtu jannataa fi...
14/07/2021



Waan Dildilli siraax tahe dhageette?

qiyaama yeroo dachii fi samiin jijjaramtu iddoon takkalleen hin jirtu jannataa fi azaaba yoo taate malee.

jannata dhaquuf ibiddarra dabaruutu jira.

tokkootu ibidaa gubbaa kaayama kan maqaan saa "siraax" ja"amu.

hanguma ibbiddi bal'atu inniis gubbaa bal"ata. Yeroo isa gubbaa dabarte hulaa jannata if duratti arkita.

Rasulliniis s.a.w hulaa sanirra dhaabbate warra jannataa qeebala.
( يا رب جنتك)

siraax

1.Rifeensarra qal'adha.
2. Seeyfirra qara.
3.akkaan dukkana, jalli saa ibiddaatu jira kan ibiddi jala danfitu.

4.Dilii tee cufa duydarratti ba'attee gubbaa dabarta kan diliin tee yoo sirratti heddummaatte akka suuta deemtu ykn akka achi kessatti kuftu si gootuu (والعياذ بالله)
Yoo dilii hin qabaanne ammoo akka hangaasutti si dabarsitu.

5.hookkooleetu isirra jira tan si qabdu oggaa gubbaa dabrtu.
Miila kee jalaas qoreetu jira yoo kan suuta Deemtu taate miila nama kukkuttuu.

6.Namuu hanga salaata irratti tiyfatuu turetti isaaf ifaan ifa.

7.sagalee nama ibidda kessatti kufuu kan si dura deemuu dhageeysa atiis niin kufaa yaadda.

8.namni hundi akka dalagaa saatti gubbaa dabra.

(saw) hulaa jannataa bira dhaabbate dua'i siif godha
يا رب سلم يارب سلم...
Yaa rabbi ngyn gubbaa dabrsi ja"e siif kadhata.

yeroo achirra dabru nama kufu ,kan dabru arka garuu dantaa hin qabu osoo haadhaa fi abbaa saatillee arke Wanni Isaa yaachiftu lubbuu saa qofa.

'ishaan guyyaa 1 qiyaama yaadatteti boochee.

Rasuulli (saw) gaafate maaltu si boochisa Ja'en.

Yaa ergama rabbi guyyaa qiyaama abbooti teenya ni yaadanna? Nama jaalannu ni yaadannaa jatteen?

Rasulliniis ee Ja'en iddoo 3 keessatti male,

Bakka miizaana, yeroo galme fudhatan,yeroo siraax irra dabran.

Sadeen kana malee namuu wal yaadatan Jaen.

Sadeen kanatti ammo namuu lubbuu saa malee quba hin qabu .
Yaa rabbi nagayaan gubbaa nu dabrsi.
QALBII MUSLIMAA

AS WR WBHAQA MUSLIMNI MUSLIMA IRRAA QABU WAA Torba(7).1.Yoo Itti Dhufe Salaama Gaafachuu.2.Yoo Haxxifate "Yarhamukallah"...
18/12/2020

AS WR WB
HAQA MUSLIMNI MUSLIMA IRRAA QABU WAA Torba(7).
1.Yoo Itti Dhufe Salaama Gaafachuu.
2.Yoo Haxxifate "Yarhamukallah" Jedhe Gammachisuu.
3.Yoo Liqaa Barbaadee Liqeessuufii.
4.Yoo Dhukkubsate Gaafachuu.
5.Yoo Du'e Gaggeessuu.
6.Toltutti ykn Waan Gaaritti Isa Gorsee Isaaf Gorfamuu
7.yoo inni Maqaa Rabbiitin itti kakate qeebaluu
..................Jummah mubarak........................
soora qalbii muslimaa

Dubbistuu malee Bira Hin Kutiin IDDOO YEROON ISLAMUMMA KEESSATTI QABDUU.
23/11/2020

Dubbistuu malee Bira Hin Kutiin IDDOO YEROON ISLAMUMMA KEESSATTI QABDUU.

22/11/2020

all computers bisness

FIRII Salaataa Dabalataa (Sunnaa)👉nabiin keenyaa s.a.w sunnan salaata subhii lamaan adunyaafii waan Adunyaa keessatti Ar...
19/11/2020

FIRII Salaataa Dabalataa (Sunnaa)

👉nabiin keenyaa s.a.w sunnan salaata subhii lamaan adunyaafii waan Adunyaa keessatti Argamtuu hundaa ni caaltii jedhan. muslim, ahmad,tirmizii fii annisa'iin Gabaasani jiruu. kunii minda (kaffaltii )salaata sunna suhbiitiif kennameedha.
salaanni fardii (dirqaamaa) takka gabrichii tokko gama rabbii isaatti ta ittiin dhiyaatuu Tahuu bira darbee dalagaan isii bareedduu tanaan mindaan isiille akkasuma taha jecha.
nabiin keenna s.a.w adunyaa fi waan Adunyaa keessa jirtuu hundarra Ni Caaltii Jechuun Isaanii waa malee akka hin taanee hubaadhu Amanii fudhadhu.
Uffirraa kaasaanii Dubbachurra qulqullayanii jiraan waan taheef
nabiin keenyaa s.a.w waan rabbiin irraa isaaniif kennamee malee waa tokko irrayyu hin dubbatan waan taheef.
rabbiin keenna s.w waa hundaanuu uf gahaadha. mee ati quba kee bishaan keessa keette yoo baastee bishaan sanirra akka waa takka hin hirdhisneetti.
Rahmata rabbii irraa waa takka hin hirdhistuu osoo hanga fedhee sii kennelle.
GUYYAA AKIRAA FUULAA RABBII ARGUUDHAAF FILATAMUU
namnii jannata eegaa seene booda wantii akka fuula rabbii isaanii arguu isaan gammachisuu hin jiru. kuni milkii guddadha subahanallah waan sammu namatiin hin yaadamnee kabajaa guddadha. gammachuu hagam geettu. kanalle namnii argatuu nama salaata suhbii gadii dhaabee salaateedha. nabiin keenyaa s.a.w kana akkanatti ibsu ji'aafi Aduu wantii takka osoo isiin hin daggessin laaluu dandettanitti rabbii keessaniis argituu.
aduun bahuu isiitiin duratti fi dhihuu isiitiin duratti salaanni salaatamuu mindaa gudda qabu.
rabbiin keenna s.w quruanaa isaa kessatti akkana jechuudhaan nuuf hima rabbii kee aduun osoo hin bahiinin duratti fi osoo hin dhihiniin duratti rabbii kee ka qulqullessituu tahi suuratuu xahaa lakk 130 irratti.
ibnul jowziin akkana jedhu rabbii ufii qulqullessanii abbaduu irratti wantoota murteesso lama kahaan isaniis
salaataa suhbii fi asrii salaatuudha kuniin lamaan waqtii rabbiin biratti heddu jaalatamtuufi kabajamtuu waan taateefi.

አስር የልብ ህመም  1) በአላህ መኖር ታምናለህ ግን ትእዛዛቱን አትፈጽምም ፡፡  2) አንተ ነቢዩ ሙሐመድ ሰ.ዐ.ወ እወዳለሁ ትላለህ የሱናውን ግን አትከተልም ፡፡  3) የተከበረውን ቁርአን...
14/11/2020

አስር የልብ ህመም

1) በአላህ መኖር ታምናለህ ግን ትእዛዛቱን አትፈጽምም ፡፡
2) አንተ ነቢዩ ሙሐመድ ሰ.ዐ.ወ እወዳለሁ ትላለህ የሱናውን ግን አትከተልም ፡፡
3) የተከበረውን ቁርአን ታነባለህ ግን በተግባር ላይ አታውለውም ፡፡
4) ከአላህ ዘንድ ባለው ጥቅም ሁሉ ትደሰታለህ ግን ለእርሱ አመስጋኝ አትሆንም ፡፡
5) ሰይጣንን እንደ ጠላትህ አምነሃል ግን በእርሱ ላይ አትሄድም ፡፡
6) ጀነት ለመግባት ትፈልጋለህ ግን ለእሷ አትሰራም ፡፡
7) ወደ ገሃነመ እሳት መጣል አይፈልጉም ነገር ግን ለማምለጥ አይሞክሩም ፡፡
8) ሕይወት ያለው ነገር ሁሉ ሞትን እንደሚገጥም ያምናሉ ግን ለእሱ አልተዘጋጁም ፡፡
9) ሐሜት ታደርጋለህ እና በሌሎች ላይ ስህተቶችን ታገኛለህ ነገር ግን የራስህን ስህተቶች እና ስህተቶች ረሳህ ፡፡
10) ሙታንን ትቀብራለህ ግን ከእሱ ትምህርት አትወስድም ፡፡

"Faransaayi ejjannoo ergamaa Rabbiitiif qabdurraa deebi'uu qabdi."https://nuuralhudaa.com/faransaayi-ejjannoo-ergamaa-ra...
09/11/2020

"Faransaayi ejjannoo ergamaa Rabbiitiif qabdurraa deebi'uu qabdi."
https://nuuralhudaa.com/faransaayi-ejjannoo-ergamaa-rabbiitiif-qabdurraa-deebiuu-qabdi/

Ministeerri haajaa alaa Faransaayi Jean Yves, uggura hawaasni Muslimaa Faransaa irra kaayan irratti marihachuuf biyya Masrii jira. Marii tana gurraa arraa Imaamota al Azhar waliin gaggeessaa turan. Imaamni al Azhar Ahmad al Xayyib akka armaan gadii kana jechuudhaan bakka bu’oota mootummaa Faransaa...

YEROO DHIHOOTTI fatwaa Heddu qabanne isiniif Dhiyaanna insha allah isiin garuu page keenyaa like follow gochuu hin dagat...
08/11/2020

YEROO DHIHOOTTI fatwaa Heddu qabanne isiniif Dhiyaanna insha allah isiin garuu page keenyaa like follow gochuu hin dagatina
karaa telegram chanel kenyaatiin qophii adda argachuu yoo feetan
http://t.me/soraqalbimuslima👈
tuquudhan itti makama
jklk. rabbiin rahmata isiiniif haa godhu

Fast. Secure. Powerful.

Rabbiin (SW) hojii hunda akka Isaaf qulqulleessinu (ikhlaasa)tti ajaja. Rabbiin Subhaanahu Wa ta’aalaa akkana jedha:وَمَ...
08/11/2020

Rabbiin (SW) hojii hunda akka Isaaf qulqulleessinu (ikhlaasa)tti ajaja. Rabbiin Subhaanahu Wa ta’aalaa akkana jedha:

وَمَآ أُمِرُوٓاْ إِلَّا لِيَعۡبُدُواْ ٱللَّهَ مُخۡلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ حُنَفَآءَ وَيُقِيمُواْ ٱلصَّلَوٰةَ وَيُؤۡتُواْ ٱلزَّكَوٰةَۚ وَذَٰلِكَ دِينُ ٱلۡقَيِّمَةِ٥

“Gara haqaatti qajeelun, amanti Isaaf qulqulleessuun Rabbiin qofa gabbaruu, salaata sirreessanii salaatu fi zakaa kennuu malee homaa hin ajajamne. Kuni amanti qajeeladha.”
(Suuratu Al-Bayyinah 98:5)

أَلَا لِلَّهِ ٱلدِّينُ ٱلۡخَالِصُۚ
“Dhagayaa! Amantiin qulqulluun Rabbi qofaafi. (Suuratu al-Zumar 39:3)

Abdallah Bin Mas'uud (R.A) akkana jedhe "Namni dalagaa isaa Rabbiif qulqulleesse akka nama daaraa (biyyee tuulaa) keeysa deemeeti; tarkaanfiin isaa hin dhagahamu garuu faanti isaa ni mul'ata " jedha

Soora Qalbii Muslimaa

📽SOORA QALBII MUSLIMAA🎤                 AS       WR         WB                      👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂Maaliif Du'aayiin (k...
29/10/2020

📽SOORA QALBII MUSLIMAA🎤
AS WR WB

👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂
Maaliif Du'aayiin (kadhaan)Keenna Nurrra Ol Fuudhamuu Dide?
👉Gaafa Tokko Alimnii Beekamaan "Ibrahiim Ibn Ad-ham" Jedhamuudhaan Beekamuu Biyya Iraaq Magaala .Basraa Jedhamtuu Keessa Osoo Deemuutti Jiruu Ummanni Ittii Dhufaani Isa Gaafatan. Yaa Sheeka Rabbiin Kitaaba Isaa Keessatti Na Kadhadha Isiiniif Awwadha Jedha Weyita Rabbii Keenna Kadhannu Maaliif Kadhaan Teenna Qeebalamuu Didde? jedhanii Gaafatan. Weyta Kana Sheytichi Deebisaa Ajaa'ibatti Isaaniif Deebisee Akkana Je'een Qalbii Keessan Waan Kudhaniin(10) Ajjesstanii Jirtan. kanaaf Du'aayiin Tessaan Qeebalamuu Didde (dhabde).
1.Rabbii Keessan Beeytanii Haqa Rabbiin Isinirraa Qabu Guutuu Dhabdan
2.Quru'aana Qaraatanii Itti Dalaguu Dhabdan
3.Nabi Muhammad(s.a.w) Afaaniin Ni Jaalanna Jedhaa Sunna Isaa Dagattan
4.Sheeyxanni Xalaata (Diina) keenna Jedhaa Dalagaa Sheeyxanaa Dalaguun Jaalalle isa Godhattan.
5.Jannata Seenuu Hawwitaan Garuu Dalagaa Jannata Isiin Seensistu Hin Hojjattan.
6.Azaaba (Ibidda jahannam) Ni Sodaattan Garuu Irraa Hin Baqattan.
7.Akka Duutaan Uf Beeytan Garuu Du'aaf uf Hin Qophessitan.
8.Badii Keessan Dhiistanii Badii Nama biraa Haasoytan (Odeessitan).
9.Qanaanii fi Rizqii Rabbii Nyaattanii Garuu Galataa Isaaf Hin Galchiitan.
10.Du'a Ykn Obboleessa Keessan Awwaltanii Ittiin Gorfamuu Dhabdan.
🍎akkamitti Du'aayiin(Kadhaan) teessan Isiniirra Qeebalamti(Fuudhamti) Jedhaniin.
=>Nutii Hoo kana Keessa Kam Keesaa Jirra Kadhaan Teenna Ta Fudhaamuu Dhabdeef Jenne Uf Haa Laallu. ni Beeka Hundi Keenna Akka kudhanan Tana kessaa jirru Yoo nama Qubaan Lakkahamuu Taate Malee Kanaaf Ammuma uf Haa lalluu Rabbiin Warra Dhagahee Irraa Fayyadamuu Nu Haa godhu.
Amiiin!.................Amiiin!.....................Amiiin!
✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍
SOORA QALBII MUSLIMAA
/soora qalbii muslimaa.
/soora qalbii muslimaa.
/soora qalbii Muslimaa.

Address

Bale Robe
Adama
1234@AWEL

Telephone

+251918923827

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Soora Qalbii Muslimaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category