Chaltu Sani Fans

Chaltu Sani Fans JAARRAA PODCAST 🎙️ is dedicated to preserving the vision, history, and culture of the Oromo people.
(9)

​A community-led fan page dedicated to highlighting the professional contributions of Chaltu Sani at the Ministry of Urban and Infrastructure of Ethiopia.This page is independently managed by fans and is not affiliated with Chaltu Sani’s personal accounts Through inspiring stories, deep discussions on society, economy, and politics, and reflections on heritage, this podcast educates and empowers t

he next generation. Our mission is to keep voices alive, honor legacies, and create meaningful conversations that connect past, present, and future. 🌍✨

15/08/2026

Misoomni magaalota Itoophiyaa maalirra jira? Turtii Aadde Caaltuu Saanii waliin Download the app → goliveindia.in/download

14/08/2026

🌲🫡

14/08/2026

🙏🙏🙏🙏

14/08/2026

Waliif Share godha Galatooma

14/08/2026

"ኢትዮጵያን የሚመጥኑ ፕሮጀክቶች እየተሰሩ ነው" - ከከተማና መሰረተ ልማት ሚኒስትር ጫልቱ ሳኒ ጋር የተደረገ ቆይታ

Share godha

14/08/2026

Guutuu Sagantichaa Galgala Sa'aati 3 booda tooraa TV faanaatifi YouTube channel Facebook isaaniitin hordofaa.

12/08/2026

Jijjiirama Mana gara magaalaati!!

Magaalaa Finfinnee teeysoo Gamtaa Afrikkaa, magaalaa Finfinnee Teeysoo Motummaa Federaala, fi magaalaa ItiyoophiyaaMagaa...
12/08/2026

Magaalaa Finfinnee teeysoo Gamtaa Afrikkaa, magaalaa Finfinnee Teeysoo Motummaa Federaala, fi magaalaa Itiyoophiyaa
Magaalaa Finfinnee Guddoo Oromiyaa fi Lafa lafee Oromoo fi Oromiyaa. Kanuma

Share $ follow page

Itiyoophiyaan Fooramii Kantiibaa Afrikaa (AMALI-Leadership forum reunion) sirnaan keessummeessuuf filatamte! Barbaachisu...
11/08/2026

Itiyoophiyaan Fooramii Kantiibaa Afrikaa (AMALI-Leadership forum reunion) sirnaan keessummeessuuf filatamte!

Barbaachisummaa, dhiibbaa gaarii fi itti fufiinsa sagantichaa irratti Daarektarri Inishiyeetiivii Hooggansa Kantiibuummaa Afrikaa (AMALI) Jaani Kamalii waliin marii bu’aa qabeessa taasifneerra. Sagantaan kun magaalota keenya keessatti Harari jijjiirama dandeettii hoggansa keenya irrattii fiduu erga jalqabee waggaa 4 ta’eera. Saganticha deeggarsa hoggansa kantiibummaa itti fufiinsa qabu uumuu, dijitaalaayizeeshinii fi bulchiinsa daataa magaalotaa ammayyeessuun, magaalonni galiif qabeenya keessoo offii akka guddifatanii fi of misoomsan dandeessisuu keessatti deeggarsa guddaa taasisaa tureera.
Onkoolooleessaa 2019 magaalota Itiyoophiyaa (Bishooftufi Finfinnee) Waltajjii guddaa Kantiibootaa Afrikaa gaggeessuf filatamtee kana milkeessuuf Ministeerri keenya xiyyeeffannoo fi kutannoo guddaadhaan hojjechaa jira.

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chaltu Sani Fans posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share