Ifa Dhugaa

Ifa Dhugaa Dhugaa filadhu🔹

10/05/2026

Warri nagaa buusan haa gammadan,
isaan ijoollee Waaqayyoo in jedhamu.
Maatewos 5:9

10/05/2026

Warri yaadni garaa isaanii qullaa'oo haa gammadan,
isaan Waaqayyoon in argu
Maatewos 5:8

08/05/2026

Dhugaarraa maqanii eessa deemu

08/05/2026

✍️ Irraa hin goriin karaa sirrii
✍️ Hin tuffatiin hiyyeessa
✍️Hin jibbiin nama

" Wanti lama ta'anii itti dadhabanii hojjetan gatii gaarii waan qabuuf, lama ta'uun kophaa ta'uu irra in wayya;"   __Lal...
08/05/2026

" Wanti lama ta'anii itti dadhabanii hojjetan gatii gaarii waan qabuuf, lama ta'uun kophaa ta'uu irra in wayya;"
__Lal 4: 9

08/05/2026

Gooftaa keenya Yesus Kristos bara baraan ulfaadhu

07/05/2026

Ifa jireenya keenyaati Yesus

07/05/2026

Yaa gooftaa, ati dhalootaa hamma dhalootaatti,
iddoo kooluu itti gallu nuuf taateetta.
Faar: 90:1

07/05/2026

Waan qabduuf Waaqayyo kee galateeffadhu 🤲

06/05/2026

Waaqayyo gooftaaf galanni haa ta'u

05/05/2026

Alfaa Omeegaa - Yesus Kristos

Address

1000
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ifa Dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share