GOD is GOOD

GOD is GOOD good is good

02/04/2019
10/02/2018

illee
Yommus ani mirga isa teessoo irra taa'e sanaatti macaafa maramee taa'u tokko nan arge; macaafichis keessaa fi duubaan caafamee, erga cufamee immoo mallattoo torbaan mallateeffamee ture. Ergamaa aango-qabeessa sagalee isaa dhageessisee, "Mallattoo macaafichi ittiin cufame irraa kutee macaaficha banuudhaaf kan male eenyu?" jedhee labsu tokkos nan arge. Waaqa keessaa, lafa irraa, lafa jalaas tokko illee macaaficha banee keessa isaa ilaaluu hin dandeenye.




Yesuus akkumaa du'e du'a mo'e ka'e gara Waaqayyoottii olba'e debi'ees ni dhufaa!!! Haata'u malee yeroon debi'ee dhufuutti namaa tokkoo illee naan argadhaa laataa? Jechuun dubbaatee. Yaa hadhoo koo guyyaa dhufaa isaattii fulaa isaa duraa dhabbaachuu akkaa dandessuttii fulaa Waaqayyoo isaa araaran guutuu baarbadaadhuu!!! jireenyii araaraa kiristoos jiraachaa turee jiraachuun dirqaama jaalala kessaatii, dhugaa arguuf dhama'uu, bekkumsa fi dandeentiin ofi milka'inaa akkaa hin tanee hubbachuu, jireenyaa kiristoosin barbaadatuu kessaa ta'uun deddebi'un dirqaama jaalala kessaattii!!!!!!! Yesuus nama fulaa isaatti kufuufi isa barbaaduttii dhiyoodhaa! Inni dhiyoodhaa dhiyyoottis ni dhuufaa!!!!! Mul 22:20, 22:12, 2:23 Yesuus inni daafee dhufuu gaati namaa hundaa akkaa hojii isaattii fidee dhufaa! Egaa gatiin hojiiketii badisaan akkaa sin hin genyeettii dursii fuulaa Waaqayyoo barbaadadhuu!!!«Isa mo'u sana mana qulqulluummaa Waaqayyoo koo kessatti utuubaan nan godha; isa keessaas matumaa hin baafamu.»Mul 3:12 Namni gurraa qabuu isa haffurriii qulqulluu waalda kiriiataanaan jedhuu haa dhaaga'u!!!!!! Mul 2:29, 2:17, 3:6, 3:13, 3:22, 2:11, 2:7

08/02/2018

Address

ADAMA
Adama

Telephone

+251983679918

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GOD is GOOD posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share