07/10/2025
QABXIIN REMEDIAL BARA 2018 IFOOME
Barattoonni bara barnootaa 2018 damee Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaa Yunivarsiitiiwwan Mootummaatiin qabxii %49.5 gadi galmeessan garuu ulaagaalee armaan gadii guutan sagantaa Remidial'n akka ramadaman Ministeerri Barnootaa beeksise.
1. Barattoonni sagantaa Remedialii hordofuuf carraa argatan, buโaa waltajjii isaanii irraa dhibbeentaa 33% fi isaa olii argataniidha.
2. Akkuma olitti ibsame sanatti, barattoonni Yunivarsiitii mootummaa keessatti Remedial program hordofan, qofa kan buโaa seensa barbaachisu guutan taโan.
โก๏ธ Barattoota dhiiraa Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaa = 216
โก๏ธ Barattoota dubartii Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaa = 204
โก๏ธ Barattoota dhiiraa fi dubartii naannoo Guddachaa jiranii fi Horsiisee bultoota (developing regions & pastoral areas) = 198
โก๏ธ Barattootni Saayinsii Umamaa Rakkoo Dhageettii qaban (hearing-impaired students) lamaan isaanii (dhiira fi dubartii) = 198
โก๏ธ Barattoota saayinsii Hawaasa rakkoo Dhageettii qaban (visually-impaired students) lamaan isaanii = 165
Odeeffannoo haaraya barnootaan walqabatan kammiiyyuu yeroo barbaachisutti argachuuf liinkii armaan gadii bantanii Telegram Channel keenya gochuun nu hordofuu dandeessu.
Telegram: ๐ https://t.me/barsiisotaf