Sabaa'if Oromiyaa Wabii sabaa

Sabaa'if Oromiyaa Wabii sabaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sabaa'if Oromiyaa Wabii sabaa, Digital creator, ADAMA, Adama.

23/11/2023

Sobaan wal abdachiisuu irra dhugaa jiru walitti himanii abdii wal kutachiisuu wayya.

23/11/2023

Namooni gatii namummaa hin beekne gaafa gatii namummaa lattuuf gowwaa si se'u!

23/11/2023

Deemuuf manaa baane
Hin geenye lafa kaayyoo
Utuu nuti tokko taanee...
Hin taanu warra laayyoo

Lafee; lafa seenaa jiru
Biyyaaf qilee du'aa lixne
Dhugaa nuuf dhufaa jiru
Kichuu meeqa itti fixne

23/11/2023

Waan feetu fi hawwitu yoo dhabde
uumaa keetitti hin gaddiin ,
inni waan barbaaddee osoo hin taane ,
waan si barbaachisuu siif kana.

23/11/2023

Chiikoota FB fayyadamtu dhiira FB hin fayyadamnetu fuudha malee osoo beekuu lakki🤛

23/11/2023

yeroo tokko tokko Karaa waan jibbaniifi hinfeenetti deemunis ni Barbaachisa.

23/11/2023

Dogoggora dabarsite jijjiiruu danda'uu baattuus, wanti guddaan irraa barattee fuuldura kee sirreeysuudha.

23/11/2023

Namnii mataa Ofii
Caalaa
Jaalatu ❤️ me Salawaata
S A W♠️

23/11/2023

Nama 5000 Caalaa Nama 5 kan irratti Salawata Buusu barbaanna ﷺ

26/10/2023

Kana booda nama jimaa tuqu/arrabsu agarraan jirmaan dubbifna
Didu immoo mancaan dubbifna🤝

Address

ADAMA
Adama

Telephone

+251912393827

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sabaa'if Oromiyaa Wabii sabaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share