Keneni Begna Page

Keneni Begna Page Ofta'uun, Walta'uu fida! Kanaafuu of haataanu, wal haa taanu! Waliigalan alaa galan!!! Ani Anuma nama biraa tahuu hin danda'u

Qaammee 3, 2018GUYYAA CICHOOMINAAAkka qaamolee Nageenyaa fi haqaatti Magaalaa Bishooftuutti bifa kanaan kabajamee oole
08/09/2026

Qaammee 3, 2018
GUYYAA CICHOOMINAA
Akka qaamolee Nageenyaa fi haqaatti Magaalaa Bishooftuutti bifa kanaan kabajamee oole

Urjiin qabsoo Oromoo, Artisti Ilfinash Qannoo, bara dukkanaa keessatti ifa taatee sagalee haqaa dhageessifteetti. Weellu...
08/09/2026

Urjiin qabsoo Oromoo, Artisti Ilfinash Qannoo, bara dukkanaa keessatti ifa taatee sagalee haqaa dhageessifteetti. Weelluu fi qabsoo isheetiin dhalootaaf mallattoo taatee jirti; nagaan boqadhu, qaalii teenya!

Du’aan Addunyaa kanarraa darbuu Qabsooftuu Mirga Dhala Namaa Artistii Ilfinash Qannoo gaddaa guddaa natti dhaga’ame.Qabs...
06/09/2026

Du’aan Addunyaa kanarraa darbuu Qabsooftuu Mirga Dhala Namaa Artistii Ilfinash Qannoo gaddaa guddaa natti dhaga’ame.

Qabsooftuu mirga dhala namaa fi artistii beekamtuu Ilfinash Qannoo du’aan addunyaa kanarraa darbuu isaaniitti gaddi guddaan natti dhaga’ameera. Ilfinash Qannoo jireenya isaanii keessatti mirga dhala namaa kabachiisuu fi hawaasaaf gahee isaanii bahuun fakkeenya gaarii ta’anii darbuun isaanii yoomiyyuu hin dagatamu. Du’aan isaanii maatii, firoottan, hiriyootaa fi uummata Oromoo maraaf gadda guddaa dha. Kanaaf, maatii fi firoottan isaanii, akkasumas ummata Oromoo maraaf jajjabina fi obsa. hawwa. Lubbuun isaanii haa qananiisu; maatii fi jaallan isaaniifis jajjabina haa kennu.
Nagaan boqodhu!

03/09/2026
22/08/2026
21/08/2026
SalaaleeWarra duudhaa fi safeeffannaa
20/08/2026

Salaalee
Warra duudhaa fi safeeffannaa

Address

Oromia
Adama
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Keneni Begna Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Keneni Begna Page:

Shortcuts

Share