10/11/2022
"''''"world cup 2022 England squads """"
Leenjisaan Gaareet Saawuzgeet taphataa sarara fuulduraa Maanchistar Yunaayitid Maarkus Raashfoordi fi taphataa sarara fuulduraa Niwukaastil Kaalam Wiilsan, taphataa sarara ittisaa Maanchistar Siitii Kaayil Woolkar fi taphataa sarara ittisaa Arsenaal Been Waayit filateera.
Garuu taphataa sarara ittisaa giddu galeessaa AC Miilaan Fikaayoo Toomoorii, taphataa sarara fuulduraa Bireentifoordi Ivaan Tooni fi taphataa sarara fuulduraa Weestihaam Jaarood Boowen tapha kana irraa hafe.
Ingilaandi tapha waancaa addunyaa jalqabaa Adoolessa 21 (13:00 GMT) Iraan waliin taphatti.
Garee B keessatti Weels fi Ameerikaan itti dabalamaniiru.
Taphataan sarara gidduu Maanchistar Siitii Kaalviin Filiips, dhiheenya kana qofa rakkoo garbaatiin ji'a lamaaf taphachuu irraa deebi'us, akkuma sarara ittisaa giddugaleessaa Haarii Maaguweere bara kana Maanchistar Yunaayitid tapha argachuuf rakkate.
Garee Ingilaandi
Goolii eegdota: Joordaan Piikfoord (Everton), Niik P**p (Niwukaastil), Aaron Raamsdeel (Arsenal)
Taphattoota sarara ittisaa: Haarii Maaguweeri (Maanchester Yunaayitid), Luuk Shaaw (Maanchester Yunaayitid), Erik Daayiir (Tootinaam), Joon Istoonis (Maanchester Siitii), Kaayil Woolkar (Maanchester Siitii), Kiiraan Tiriipiyer (Niwukaastil), Konoor Koodii (Evartan), Been Waayit (Arsenal), Trent Aleeksaandar-Arnoold (Liivarpuul)
Taphattoota sarara gidduu: Juud Beeliinghaam (Borooshiyaa Doortimund), Meeson Maaunt (Cheelsii), Konoor Gaalaagar (Cheelsii), Deeklaan Raayis (Weestihaam), Joordaan Hendersan (Liivarpuul), Kaalviin Filiips (Maanchester Siitii)
Fuulduraa: Jeems Maaddisan (Leesteer), Fiil Fooden (Maanchester Siitii), Jaak Gireelish (Maanchester Siitii), Haarii Keen (Tootinaam), Bukaayoo Saakaa (Arsenaal), Raahim Isteerling (Cheelsii), Kaalum Wiilsan (Niwukaastil), Maarkus Raashfoord (Maanchester Yunaayitid)
Madison unka badhaafame
Maddison Leesteer sadarkaa gadii irraa bahee naannoo gadi bu'iinsaa keessaa akk