𝗞ð—ĩð—ē𝘆ð—ŋ 𝗠ð—ēð—ąð—ķð—Ū ð—Ģð—ŋð—žð—ąð˜‚ð—°ð˜ð—ķ𝗞ð—ŧ JĖģ AĖģ

  • Home
  • Ethiopia
  • Harer
  • 𝗞ð—ĩð—ē𝘆ð—ŋ 𝗠ð—ēð—ąð—ķð—Ū ð—Ģð—ŋð—žð—ąð˜‚ð—°ð˜ð—ķ𝗞ð—ŧ JĖģ AĖģ

𝗞ð—ĩð—ē𝘆ð—ŋ 𝗠ð—ēð—ąð—ķð—Ū ð—Ģð—ŋð—žð—ąð˜‚ð—°ð˜ð—ķ𝗞ð—ŧ JĖģ AĖģ ISLAAMUMMAAN WILIIDHA ROGA HUNDAAN DAGAAAGUUF TEEYSI
INSHAA ALLAAH
âĪïļâĪïļâĪïļðŸŽðŸŽðŸŽðŸŽðŸŽðŸŽ

23/12/2025

Yaa rabbi rakkoo yeroo ammaa jalaa nagaya nu baasi

23/12/2025
Aammiin
18/12/2025

Aammiin

Jecha kana qabadhuTUUTA KALLATTI DOGOGGORAA DEEMU IRRAA KOPHA DEEMUU WAYYAWaan hunda namatti hin himin, tarii diina kee ...
18/12/2025

Jecha kana qabadhu
TUUTA KALLATTI DOGOGGORAA DEEMU IRRAA KOPHA DEEMUU WAYYA

Waan hunda namatti hin himin, tarii diina kee barsiisaa jirta ta'aa.

Namni kan jeeqamu wantootaan osoo hin taane, ilaalcha inni isaan irratti qabuun. Epictetus
17/12/2025

Namni kan jeeqamu wantootaan osoo hin taane, ilaalcha inni isaan irratti qabuun.

Epictetus

22/11/2025

ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°ðŸĨ°

18/11/2025

Pireezidaantii Tanzaaniyaa muudansa ilmaan ifiitiif kennite.

Filannaa Tanzaaniyaa %98 kan injifatte pireezidaantii Tanzaaniyaa Suluhuu Hasan Intala ifiitii fi haadha warraa ilma isii muudde.

Intala isii itti gaafatamtuu Waanuu Heeffid Amerin Mininseera Barnootaa gootee yoo muuddu, haadha warraa ilma isii ammoo ministeera fayyaa gootee muudde jirti. Kun ammoo ijoo dubbii ta'eera.

Address

ð‘Ļ𝒘𝒂𝒔𝒉
Harer
N/A

Telephone

+251994739155

Website

http://jemsoro.wordpress.com/

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 𝗞ð—ĩð—ē𝘆ð—ŋ 𝗠ð—ēð—ąð—ķð—Ū ð—Ģð—ŋð—žð—ąð˜‚ð—°ð˜ð—ķ𝗞ð—ŧ JĖģ AĖģ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to 𝗞ð—ĩð—ē𝘆ð—ŋ 𝗠ð—ēð—ąð—ķð—Ū ð—Ģð—ŋð—žð—ąð˜‚ð—°ð˜ð—ķ𝗞ð—ŧ JĖģ AĖģ:

Share