Namuu waanuma facaafate murata

Namuu waanuma facaafate murata As Wr Wb
B̲a̲g̲a̲ n̲a̲g̲a̲y̲a̲a̲n̲ d̲h̲u̲f̲t̲e̲.

15/09/2025

Salaata Shanan Salaatuu Rabbiin nuuf haa laaffisu 🤲

"Salaanni utubaa diini"jedhan Rasuulliﷺ
15/09/2025

"Salaanni utubaa diini"jedhan Rasuulliﷺ

15/09/2025

Guyyaa kee fi Nabiyyii kee ﷺ irratti Salawaata buusuun eegali🌹

󰤥 󰤦 󰤧

14/09/2025

"Namni Salaata Ishaa'ii Jama'aa wajjiin salaate akka Nama walakkaa Halkanii salaateeti" Rasuul {ﷺ}

14/09/2025

Qormaata fuuldura nu eeggatu sana Rabbiin nu haa dabrsu 🤲

14/09/2025

"Haala gaariidhaan namoota waliin jiraadhu." Jedhan Rasuulliﷺ

14/09/2025

"Namni tokko waan isa hin ilaallanne (isa hin galchine) dhiisuun Islaamummaan isaa toluu irraayi." jedhan Rasuulliﷺ

14/09/2025

"Salaanni utubaa diini"jedhan Rasuulliﷺ

14/09/2025
Ergamaan Rabbii (S.A.W.) Akkana jedhan:"Doqna/qorqodaa namaa jechuun nama maqaan kiyya biratti dubbatamee salawaata narr...
14/09/2025

Ergamaan Rabbii (S.A.W.) Akkana jedhan:
"Doqna/qorqodaa namaa jechuun nama maqaan kiyya biratti dubbatamee salawaata narratti hin buusini"
Tirmiiziitu Gabaase.

Sallallaahu Aleyhi Wasallam.

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Namuu waanuma facaafate murata posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category