ABBA KAYO

ABBA KAYO AMBOO HAMBAA LAFA, EENYUTU WAL IRRAA HAFA. UNITY IS POWERFUL.

The Beautiful Girl Of JIBAT.
28/12/2025

The Beautiful Girl Of JIBAT.

Unity is Power.
10/12/2025

Unity is Power.

HERO OF H***Y AFRICA.

04/12/2025

Namni Nagaa Hin feene Walitti Dhufeenyi Waaqa waliin qabu 0%dha garuu kan Seexana waliin qabu 100% dha.

Ati kam filaattare

22/11/2025

HERO OF H***Y AFRICA.

DUUR OROMOON BANDAA HIN QABU, HAR'A GARUU.......?   WAAN QAANIITI.
12/11/2025

DUUR OROMOON BANDAA HIN QABU, HAR'A GARUU.......?
WAAN QAANIITI.

Nuti akka abboota Gootota Aduwaa Balchaa abba saafoo Akka Gabayyoo GurmuuBaqqaala Wayyaa fa'a Kan Onnee Sibila Abishee G...
11/11/2025

Nuti akka abboota
Gootota Aduwaa
Balchaa abba saafoo
Akka Gabayyoo Gurmuu
Baqqaala Wayyaa fa'a
Kan Onnee Sibila
Abishee Garbaa
Garaasuu Dhukii
Goota Karamaarraa
Akka Alii Barkee
Taaddasaa Birruu
Agarii Tulluu yoo ta'an
Yoo gootummaa malee
Hin qabnu haattuuf bandaa
Kan har'a kun maaliree
Hin deemin mana gandaa
Ati oromoo mitiree
Ati damee mitii jirmaa
Gurbaa bandaa waliin figdee
Hin nyaatiin maqaa oromoota
Aseb gurguuratte galte wayyaaneen
Nuti oromoota
Seenaa badee deebifna
Aseb badee hin hafuu
Qaama Itoophiya
Damaaqa dammaaqna
Kane haa areednu
Gara Aseb keenyaa!!!

Biyyoota Afrikaa Ulaa Galaana hin qabne keessa kan keenyaatu shira guddaan guutame.Waan wayyaanen nu hin goone maal qabd...
09/11/2025

Biyyoota Afrikaa Ulaa Galaana hin qabne keessa kan keenyaatu shira guddaan guutame.
Waan wayyaanen nu hin goone maal qabdi. Waan Bandummaa duruma itti beeku.

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ABBA KAYO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share