Phawulos

Phawulos Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Phawulos, Digital creator, add, Adama.

12/04/2025
10/04/2025

Gootummaan, Yaada keenya, dafqa keenyaan!

10/04/2025

Hirmaannaa fi fayyadamummaa dargaggootaa, Badhaadhina hunda galeessaaf!

10/04/2025

Paartiin Badhaadhinaa diinagdee dam daneessa ijaaruun dargaggootni fayyadamaa ta'uun imala badhaadhinaa eegalame akka dhugoomsaniif iniisheetiiviiwwan adda addaa bocuun hojiirra oolchaa jira.
Inisheetiiviiwwan bocamanii hojiirra oolaa jiran kunis dargaggoota hedduuf carraa hojii uumaniiru. Bu'uuruma Kanaan hoogganaan waajjira Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa fi hogganaan damee siyaasaa Obbo Namarraa Bulii magaalaa Aggaarootti argamuun carraawwan hojii inisheetivoota horsiisa lukkuu, Loon aannaniifi furdisaa akkasumas gama indaastirii godootiin uumame daawwataniiru.

ሰበር ዜናሾዴ "የመሮ ዋና ሰው ተገደለ"የመሮ ዋናው ሰው የነበረው እንዲሁም በታንዛኒያው ድርድር ከጫካ ወጥቶ ታንዛኒያ ዳሬሰላም ድረስ ከመሮ ጋር ተጉዞ የሸኔ ሽብር ቡድን ተደራዳሪ የነበረው ...
06/04/2025

ሰበር ዜና

ሾዴ "የመሮ ዋና ሰው ተገደለ"

የመሮ ዋናው ሰው የነበረው እንዲሁም በታንዛኒያው ድርድር ከጫካ ወጥቶ ታንዛኒያ ዳሬሰላም ድረስ ከመሮ ጋር ተጉዞ የሸኔ ሽብር ቡድን ተደራዳሪ የነበረው ሾዴ በተወሰደበት እርምጃ ሊገደል ችሏል። ሾዴ የተባለው የሽብር ቡድኑ አመራር ከታንዛኒያ መልስ የአጠቃላይ የወለጋ ዞኖች አዛዥ ተደርጎ በመሮ ተሹሞ የነበረ ነው። ሾዴ የተገደለው ምስራቅ ወለጋ ዞን ሃሮ ሊሙ ወረዳ ገንጂ አካባቢ ከኮርማ ወንዝ ወደ ሱጊ በሚወሰድ መንገድ ላይ በሞተር ሳይክል ተደብቆ ሲጓዝ የፀጥታ ኃይሎች ባገኙት መረጃ በ26/07/2017 ዓ/ም አመሻሽ ላይ እርምጃ ወስደውበት ከሱ ጋር የነበሩትን ጨምሮ በርካቶች አጅበው ሲጓጓዙ የነበሩት ተደምስሰዋል።

Oduu AmmeeNama Marroo ijoo kan ta’e SHODDEE  irratti tarkaanfiin fudhatamee jira Shoddeen nama ijoo Marroo yoo ta’u yaal...
06/04/2025

Oduu Ammee
Nama Marroo ijoo kan ta’e SHODDEE irratti tarkaanfiin fudhatamee jira

Shoddeen nama ijoo Marroo yoo ta’u yaalii waliigaltee Taanzaaniyaa Daareesalaamitti taasifame irratti Marroo waliin argamee ture.
Imala Taanzaaniyaatiin booda ajajaa waraanaa waliigalaa naannawa Wallagaa taasifamee muudamees ture.
Godina Wallaga Bahaa Aanaa Haroo Limmuutti nannawa Ganjiitti dhokatee motoraan socho’aa osoo jiruu eeruu ummatarraa qaamolee nageenyaa qaqqabeen tarkaanfiin irratti fudhatameera.
Shoddee dabalatee gareen isa waliin socho’aa turan hundi barbadaa’aniiru.

02/04/2025

Address

Add
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Phawulos posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share