26/07/2025
Adoolessa, 2025/2017
Ulaagaan Galmee Sad. 2ffaa Ifoome.
BBO- Adoolessa 19/2017 Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Bultii Addaafi Addaa Bara 2018 asii gaditti tarreeffameera.
- Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 80%fi ol, Shamarraniif 77%fi ol kan qaban;
- Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi ol, Shamarraniif 75%fi ol;
- Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban.
-
- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- 77%fi ol, Dub- 74%fi ol
- Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol;
- Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi ol, akkasumas Shamarraniif 70%fi ol kan qaban
-
- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- 77% fi ol, Dub- 74%fi ol,
- Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol;
- Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi ol kan qaban.
waggaa 16 kan hin caalle
Geggeeffamu:
: Adoolessa 21 hanga 30/2017 ta' a
:
- Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa Oromiyaa hundaafi
- Waajjira Barnoota Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti yemmuu ta’u,
- Qormaanni barreeffamaan jiddugala 24 irratti kan kennamu ta’a.
Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a.
- Hagayya 14/2017
- Waraqaa eenyummaa isaan ibsu qabachuun buufata qormaataatti argamuu qabu.
- 80%fi ol Qabxii Qormaata Barreeffamaa
- 15% Qabxii ministrii(Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa)
- 5% Qabxi Transkriiptii
kan Qopheessu waliin ta'uun.
: Barattootni Qabxii darbiinsaa fiduun darban Manneen Barnootaa Ifa Boru Bultii Addaa BBOfi WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du yoo ta'u,
Hafan Qabxii darbiinsaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa Murteessee Beeksisuun Manneen Barnootaa Addaa Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiifna.
BBO fi WMO!