D̸r.O̸bsee s̸anyii ørø

D̸r.O̸bsee s̸anyii ørø dhaloota ilaalcha fi kaayyoo hin dangeffamneef tahabbatuu

11/08/2025

Amiiiiiiiin Yaa Rabbii
🤲🤲🤲🤲🤲

11/08/2025

Your #1 source for quality music & videos! SUBSCRIBE NOW! ❤️👆⬆👆⬆👆⬆👆⬆❤️Like | Share | Subscribe ​ ​ ​ ​ ...

10/08/2025

Celebrating my 5th year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

🎉 Facebook recognised me for starting engaging conversations and producing inspiring content among my audience and peers...
06/08/2025

🎉 Facebook recognised me for starting engaging conversations and producing inspiring content among my audience and peers!

Guyyaa gaafan taa'uYaadanan si waamaa;Halkan  abjuu kootiinSi waliinan deemaa!Nyaadhee hin gabbadhuuYaada kee na fixee;F...
05/08/2025

Guyyaa gaafan taa'u
Yaadanan si waamaa;
Halkan abjuu kootiin
Si waliinan deemaa!

Nyaadhee hin gabbadhuu
Yaada kee na fixee;
Finyootiin si hidhuuf
Foo'aa meeqan fixee!

Si jibbuun dadhabee
Waa'een kee naan galuu;
Tole naa jetta moo?
Albeedhaan of qaluu?

Garaa yoo jabaattee
Ani ofan fannisaa;
Faayyaatti si dhabnaan
Maraadheen qalbisaa!

Jaalalli kee kunii,
Laphee koo biteeraa;
Kiyyoodhaan si qabuuf,
Yeroo koo fixeeraa!

Ani kana booda
Fala homaan qabuu;
Innan qofaa boo'uu,
Waa'een koo sin dhibuu?

Yoo garaa naaf laaftee,
Tole mee naaf jedhii;
Boquu koo gadi cabee
Takkaa ol naaf godhii?

D̸r.O̸bsee s̸anyii ørø ❤️
➖➖➖➖➖➖➖➖

Maalan badiin koo??Si jaaladha nan jechaaKan fuula natti baddeeAni jaalala ishee maleeHin beeku ittu gaddee!!Buna caalan...
05/08/2025

Maalan badiin koo??

Si jaaladha nan jechaa
Kan fuula natti baddee
Ani jaalala ishee malee
Hin beeku ittu gaddee!!

Buna caalan ishee araada
Halkani guyyaa hin jedhuu
Jaalalanin ishee kunuunsa
Isheerratti nama hin fedhuu

Abbaa feete naaf caaltiim!!
Hin qabdu anaaf dorgomaa
Jaalalli ishee na moo'ateera
Fakkeessuf miti dhugumaa
Nan jaaladha hunda caalatti
Isheenis kaleessa na jaalattii
Garuu....
Maaltu galee ji'a muraasaatti
Kan garagalfattee fuula natti
Osoon jaalala ishee cimsuuf
Guyyuu kufee ka'ee kaadhu
Maal badiin koo amma kana
Kan na haalte osoon jaaladhu

01/08/2025

Maalif yaada kuustaa
Boquu kee gad-qabdee
Fayyaa qabaachuu keef
Maaf galata dhabdee
Kaan lubbuusaa dhabee
Ta'e irbaata rirmaa
Ati garuu yaadaan
Baatta dhiphuuf jirma

Nagaa qabaachuunuuu
Hundumarra caala
Hiyyeessa ta'uunkee
Sin-godhu wallaalaa
Qixxee sooressaatii
Ilaaltee of-dhabdee
Uumaakee hin abaarin
Bakkee keessa labdee

Wanta har'a hin qabne
Bor argachuuf jirta
Har'a dhiphiin duwwaa
Bor addunyaaf hirta
Ofin tuffatini
Dhabdee michuuf obsa
Karooraan jiraadhu
Innuu qabaa gorsa

Waaqakee isa amantu
Hin komatin teessee
Sitoo of dhiphisaa
Inni maal balleessee
Kan biraan yoo hafe
Qabda nagaa guutuu
Maalif dhiphattaree
Hanga gaafa duutuu
Si Uumee sin ganne
Siif-laateera fayyaa
Uumaa keetti hin qoosin
Galata siif-wayyaa

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Sooressa Limmuu, Koka Fekir, Olani Gonfa, عبد الرحمن محمو...
01/08/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Sooressa Limmuu, Koka Fekir, Olani Gonfa, عبد الرحمن محمود, Hassan Kazi, Fuze'lihle Mashiyamahle, Jahangir Jahangir, Boru Doyo Liben, أدام ماليك بيلال, Misra Ori, Arifishaa Kan Siraaj, Mosab Baloci, BD Belell MD Belell, Dhiiga Dhiigaan Dhugoome, Tuufaa Mucatii Jillee, Derbalgato Lafto, Adisu Jarso, Aadan Maxamed, Bhekinkosi Ndlovu, Abdi Jaalala, Marup Mia, MdsahadatHossian Sojol Sojol, Ammu Devli, علي كوكو

💌 GAAFFII JAALALA HAR’AA 💌Jaalalli dhugaa maal fakkaata jetta? 👀Namni si jaallatu maal siif gochuu qaba jetta? ❤️Deebii ...
01/08/2025

💌 GAAFFII JAALALA HAR’AA 💌

Jaalalli dhugaa maal fakkaata jetta? 👀
Namni si jaallatu maal siif gochuu qaba jetta? ❤️

Deebii kee komii irratti barreessi👇
Namni hundi haala jaalala isa ittiin hubatu haa qooddu! 🥰

🎉 Just completed level 3 and I'm so excited to continue growing as a creator on Facebook!
01/08/2025

🎉 Just completed level 3 and I'm so excited to continue growing as a creator on Facebook!

01/08/2025
01/08/2025

Raayyaa Abbaamacca 2ffaa
MAASHA ALLAH A
TODAY IS FRIDAY





Address

Finfinne
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when D̸r.O̸bsee s̸anyii ørø posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to D̸r.O̸bsee s̸anyii ørø:

Share