Sire Robi town Communication 2018

Sire Robi town Communication 2018 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sire Robi town Communication 2018, Digital creator, Oromia East Shoa Adama woreda, Adama.

08/08/2025
Bulchiinsa magaalaa Siree Roobiitti Inisheetivii lukkuu killee!!
07/08/2025

Bulchiinsa magaalaa Siree Roobiitti
Inisheetivii lukkuu killee!!

‎Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti Milishoonni leenjii gahumsa dandeettii raawwachiisummaa cimsuu,heeraa fi seera akk...
03/08/2025

‎Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti Milishoonni leenjii gahumsa dandeettii raawwachiisummaa cimsuu,heeraa fi seera akkasumas tooftaa loltummaa irratti leenjii fudhachaa ture Bulchiinsa Magaalaa Siree Roobiitti
Eebbaan booda arjooma dhiigaa taasisan!!

‎ !‎‎Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti Milishoonni leenjii gahumsa dandeettii raawwachiisummaa cimsuu,heeraa fi seera...
03/08/2025

‎ !

‎Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti Milishoonni leenjii gahumsa dandeettii raawwachiisummaa cimsuu,heeraa fi seera akkasumas tooftaa loltummaa irratti leenjii fudhachaa turan bakka Bulchaan Aanaa Aanichaa Obbo Seeyfaddiin Huseen argaman Bulchiinsa Magaalaa Siree Roobiitti eebbifamaa jiru.

Address

Oromia East Shoa Adama Woreda
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sire Robi town Communication 2018 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share