FM Salaalee 95.4

FM Salaalee 95.4 Public Media

26/08/2026

Oduu Sa'aatii 9:00 Hagayya 20,2018

26/08/2026

Oduu Sa'aatii 5:00 Hagayya 20,2018

26/08/2026

Waqtiin ce'umsa Gannaa gara Birraa yeroo jaataniin heddumatu waan ta’eef, afoolan simannee kan geettii gahes akka kaadhimatu taasisna jedhan Maanguddoonni Godina Shawaa Kaabaa. Naannoo sin jiraattanitti Shamara geettiif yoom Kaadhimatu? Yaada keessan nuuf barreessaa!

25/08/2026

Oduu Sa'aatii 10:00 Hagayya 19,2018

25/08/2026

Oduu Sa'aatii 5:00 Hagayya 19,2018

25/08/2026

Hojii qindoominaan hojjetameen qabxiin barataa yeroo gara yerootti fooyya'aa jiraachuu barsiisonni Bulchiinsa Magaalaa Fiichee himan.

Fooyya'iinsi qabxii barataa kana caalaa cimee akka itti fufuuf qaamni hunduu ammas qindoominaan hojjechuu qabaa dhaaman.

25/08/2026

“Gurmoofnee hojjechuun fayyadamaa taane.” Dargaggoota Magaalaa Caancoo

24/08/2026

Oduu Sa'aatii 10:00 Hagayya 18,2018

24/08/2026

Oduu Sa'aatii 5:00 Hagayya 18,2018

22/08/2026

Hagayya 16,,2018 Qophii Nooruu:-Sirba,walaloo fa'an kallattiin toora bilbilaan hordoftoonni hirmaatu.Nooruu Dagaaginaa Aartii Oromooti.

Address

Bole, 04
Adama
2919

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when FM Salaalee 95.4 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share