26/08/2026
Hojiiwwan tajaajila lammummaafi misoomaa Aanaa Qoree maalirra jiru?
Bulchaa Aanaa Qoree Obbo Raammatoo Bancaa waliin mari’anne.
Warri tajaajila lammuummaatiin deeggarsa argatan qusatanii, harka qalleessa biraa akka gargaaran hojjetamaa jira.
Shaashamannee 107.2 MHZ
Sagalee Ummataa