MB Dirre Saden S1

MB Dirre Saden S1 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from MB Dirre Saden S1, Digital creator, Dire Saden Kebele, Adama.

15/07/2026

Gurraa bichaa

Shamarran tun lameen maaloo abbaakoo barachuu fedhaa heeruma ammatti hinbarbaadu na hin heerumsiisin jechuun cimtuu akka...
06/07/2026

Shamarran tun lameen maaloo abbaakoo barachuu fedhaa heeruma ammatti hinbarbaadu na hin heerumsiisin jechuun cimtuu akka taatee qabxii gaarii fiduun akkatti abbaashee gaabii uuwwiste
Manni barumsaatis miyyoo( ) kana caalaa cimi jechuun qopheesse. Waan hawaasni irraa baratu waan taheef itti fayyadamaa jenna.

20/06/2026

Kaaliidiif Accountiin Banamtee jirti!
Waadaa Harmee kootii hin nyaadhu jechuun,Harmee isaa aakiramte manatti dhiisee Qormaata isaa Qorame,duubaa Inni Waadaa Harmee isaa yeroo guutu nuti ammoo Hawwii Harmee isaa dhugoomsuuf bakka haati yaadde san akka gahu Daa’ima kana Guddisuufi Barsiisuun nuqabdi

Kaaliidiifi Obbaleeyyan isaa kichuuwwan Ganaa ol guddatan har’a Haadha dhabanii balballi itti Cufamtuus,dirmannaa lammiitiin Abdiin biraa godaante gara isaanii fuula waan deebite fakkaatti,kun kan dhugoomu akkuma amma bakka takkaa kaanee sooshaal miidiyaaf qoodaa jirru kana Deeggarsa isaaniis bifuma kanaan yoo milkeessineedha.

Kunoo Accounti Nama 3 banamte tanarratti hirmaadhaf

Baakii Sinqee
11 14385901915
Awaash: 013201115433100

18/06/2026

Abdana Kebede

18/06/2026

I accepted 2 fan badges from Abdana Kebede and Kiyyuu Lijuu.

18/06/2026

Try

Address

Dire Saden Kebele
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MB Dirre Saden S1 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share