Efa Telila Official

Efa Telila Official Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Efa Telila Official, Digital creator, Adama.

Ani Ifaa Taliilaati kuni Fuula Facebook kan kooti muuxannoofi muudannoo kan koo, maxxansawwan hojiileen ani hojjedhuun walqabataniifi kan biroo argachuuf fuula Facebook kan koo kana "Follow" gochuun na hordofaa, waan na hubattaniif Galatoomaa!

Yeroon Sooma Ramadaanaafi Faasikaa lamaanuu haala gaariin eegalameera. Waqtii Soomaa kana keessa dhaabbanni keenya haadh...
20/02/2026

Yeroon Sooma Ramadaanaafi Faasikaa lamaanuu haala gaariin eegalameera. Waqtii Soomaa kana keessa dhaabbanni keenya haadholii harka qalleeyyii 85 ol ta’aniif deeggarsa midhaan nyaataa, Ruuzii, Temiira, zayita, Saamunaafi kkf taasisaa jira. Kanneen hojii gaarummaa kanatti hirmaachuun Eebbi haadholii akka isin gahu barbaaddan qarshii 100 "transfer" gochuudhan akka hirmaattan jenna.

YouTube:-youtube.com/
Facebook:-facebook.com/efatelilaofficial

17/02/2026

Nama gargaaru ni barbaanna garuu yoomi kan nuti nama gargaaru jalqabnu?
Monet Beksisa Ejeta
Robera Gudeta Bedada
Yosan Getahun
Monet Gemechu
Girmaa Tashoomaa
Keol Negesa Melka
Share Efa Telila Official

16/02/2026

Madaallin namummaa gaarummaadha!

16/02/2026

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

https://url-shortener.me/CSSB
15/02/2026

https://url-shortener.me/CSSB

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

https://url-shortener.me/CJRK
13/02/2026

https://url-shortener.me/CJRK

ይህ "የኔ ሀሳብ" የምለው ፕሮግራም አርብ በየሳምንቱ 10:00 ለይ እናንተ ጋር ይደርሳል።

youtube.com/Ilmaan Ayyaa biyya keessafi biyyaa alaa kan jirtan, YouTube chaanaalii banadheen jira, linkin jalqaba irra i...
11/02/2026

youtube.com/
Ilmaan Ayyaa biyya keessafi biyyaa alaa kan jirtan, YouTube chaanaalii banadheen jira, linkin jalqaba irra isiniif ka'ee kanan seenun "Subscribe" taasisun na jajjabeessaa, hiriyoota keessaniifis "share" godhaa, page kanas follow
Efa Telila Official

10/02/2026

አድስ ነገር በቅርቡ at youtube.com/

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Efa Telila Official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share