Mana qorichaa Adda Qamar

Mana qorichaa Adda Qamar Mana qoricha Aadaa Qamar 🌙

Ajaawuu Miilaa Fi Furmaata Isaa Wajji ▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭• Guyyaa guyyaan miila dhiqachuu dhiisuu.• Guyyaa guyyaan kophee tokko...
18/02/2026

Ajaawuu Miilaa Fi Furmaata Isaa Wajji
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭

• Guyyaa guyyaan miila dhiqachuu dhiisuu.
• Guyyaa guyyaan kophee tokko uffachuu ykn yeroo baay’ee jijjiiruu dhiisuu.
• Kophee dafqi akka hin danfneef garmalee dhiphate, ykn kophee meeshaa 'hafuura hin baafne' (fkn, pilaastikii) irraa hojjetame uffachuu.
• Haalota dhiphina namatti fidan kan caalaatti akka dafqu si taasisan.
• Yeroo dheeraaf dhaabbachuu.
• Ulfaatina qaamaa garmalee qabaachuu.

• Qorichoota tokko tokko, fkn, qoricha dhiphina sammuu.
• Haala qilleensaa ho’aa.
• Shaakala. Kophee kaawwatanii spoortii hojjachuu.
• Jijjiirama hormoonii qaama kee keessatti (keessumaa dargaggoota fi dubartoota ulfaa).
• Infeekshinii fangasii kan akka miila atileeti quba miilaa gara keessani fi quba gidduu jiru.

Furmaata Isaa
➯➯➯➯➯➯

➾Sooqiddaa maankaa lamaafi bishaan baala baargamoo wojji hoo'isaa. Luka keessan daqiiqaa 15 keessa tursiisaa.
➾Apple venager(kalli Applii) kan suuraa irra jiru san supper markeetii bitadhaa, galgala galgala dibataa rafaa.
➾Aplle venager yoo dhabdan Acheetoo(Komxaaxxee) bakka isaa fayyadamaa.
➾ Loomii lukatti dibadhaa.

🛑 ይብቃን! የኢትዮ ቴሌኮም ግልጽ የኢንተርኔት "ዝርፊያ" እና ስልታዊ ማታለል!✅ ዛሬ በተጨባጭ በምስል እንደምናየው፣ ተቋሙ በግልጽ የንግድ ሴራ ደንበኞቹን "ኪስ እያጸዳ" ይገኛል። ከላይ ያ...
18/02/2026

🛑 ይብቃን! የኢትዮ ቴሌኮም ግልጽ የኢንተርኔት "ዝርፊያ" እና ስልታዊ ማታለል!
✅ ዛሬ በተጨባጭ በምስል እንደምናየው፣ ተቋሙ በግልጽ የንግድ ሴራ ደንበኞቹን "ኪስ እያጸዳ" ይገኛል። ከላይ ያሉት ሁለት ምስሎች የዚሁ ሴራ ህያው ምስክሮች ናቸው።

✅ ልዩነቱን ተመልከቱ፡
✅ 🐆 ጥቅል (Limited Package) ሲሆን - "እንደ አቦሸማኔ"
በሁለተኛው ምስል ላይ እንደሚታየው፦ የገዛነው በሜጋ ባይት (MB) የተገደበ ጥቅል ሲሆን ፍጥነቱ 13.84 Mbps ይደርሳል። ለምን መሰላችሁ? የገዛነው ዳታ በፍጥነት ተለብልቦ እንዲያልቅና ደግመን እንድንገዛ ስልታዊ በሆነ መንገድ መንገዱ ስለሚመቻች ነው። እዚህ ጋር 4G ፍጥነቱ በሙሉ አቅሙ "ይለቀቅልዎታል።"

✅ 🐢 ያልተገደበ (Unlimited) ሲሆን - "ከኤሊም የዘገየ"
በመጀመሪያው ምስል ላይ እንደሚታየው፦ ነገር ግን "Unlimited" የተባለውን ጥቅል ስንገዛ ነገሩ ሁሉ ይገለበጣል። ልክ ክፍያውን እንደፈጸምን ፍጥነቱ ወደ 0.47 Mbps ዝቅ እንዲል ይደረጋል! ይህ የቴክኒክ ችግር ሳይሆን ግልጽ የሆነ "Throttling" ወይም የፍጥነት ገደብ ሴራ ነው።

⏺ "ያልተገደበ" ሳይሆን "ያልተገደበ ስቃይ" ነው! ገንዘባችንን የምንከፍለው ለፍጥነት እንጂ የ "Loading..." ምልክት ቀኑን ሙሉ እያየን እንድንናደድ አይደለም።

🔍 ማህበረሰቡ ሊያውቃቸው የሚገቡ ድብቅ አሰራሮች፡
1️⃣ የ FUP (Fair Usage Policy) ማጭበርበር፦
በዓለም አቀፍ አሰራር "Unlimited" ሲባል የተወሰነ መጠን (ለምሳሌ 5GB) ከተጠቀሙ በኋላ ፍጥነት ሊቀንስ ይችላል። ነገር ግን ኢትዮ ቴሌኮም ይህንን መረጃ ለደንበኛው በግልጽ አይናገርም። "ያልተገደበ" ብሎ ሸጦ፣ ውስጡ ግን በድብቅ የፍጥነት ገደብ በማስቀመጥ ደንበኛውን እያታለለ ይገኛል። ይህ መረጃ በሽያጭ ወቅት ለደንበኛው በግልጽ ሊነገረው ይገባል!

2️⃣ የቴክኖሎጂ መድልዎ፦
በከፈልንበት የ 4G/5G ኔትወርክ የ 2G ፍጥነት መስጠት "ዝርፊያ" ካልሆነ ምን ሊባል ይችላል? ኔትወርኩ እያለ ፍጥነቱን መገደብ (Artificial Slowdown) ተቀባይነት የሌለው አሰራር ነው።

3️⃣ የኢኮኖሚ በዝበዛ፦
ተቋሙ ፍጥነቱን የሚጨምረው በሊሚት (Package) ሲሆን ብቻ መሆኑ፣ ደንበኛው "ቶሎ አለቀብኝ" ብሎ እንዲያምንና በየቀኑ ተጨማሪ ብር እንዲያወጣ ለማስገደድ የታለመ ስልት ነው።

​4️⃣ የተፎካካሪ አለመኖርን እንደ እድል መጠቀም፦ ሳፋሪኮም (Safaricom) ወደ ገበያው ቢገባም፣ ተደራሽነቱ በሀገር አቀፍ ደረጃ ገና ደካማ በመሆኑ ኢትዮ ቴሌኮም ይሄንን እንደ ክፍተት በመጠቀም ደንበኞችን ያለ አማራጭ እያሰቃየ ይገኛል። ውድድር በሌለበት ጥራት የለም!

​5️⃣ የግልጽነት (Transparency) ጉድለት፦
​ተቋሙ በየጊዜው "አዳዲስ ጥቅሎችን አስተዋወቅሁ" እያለ በሚሊዮን የሚቆጠር ብር ለማስታወቂያ ያወጣል። ነገር ግን ስለ ጥቅሎቹ ዝርዝር ገደቦች (Terms and Conditions) በግልጽ አይናገርም። ለምሳሌ አንድ ደንበኛ "Unlimited" ሲገዛ በቀን ውስጥ ስንት GB ከተጠቀመ በኋላ ፍጥነቱ እንደሚቀንስ አስቀድሞ የማወቅ መብት አለው። ይህንን መረጃ መደበቅ ደግሞ በህግ ጭምር የሚያስጠይቅ የተጠቃሚዎች መብት ጥሰት ነው።

​6️⃣ የዲጂታል ኢኮኖሚ ዕድገትን ማደናቀፍ፦
​ሀገሪቱ "Digital Ethiopia" በሚል መሪ ቃል ዜጎች በኢንተርኔት ስራ እንዲሰሩ፣ እንዲማሩ እና እንዲነግዱ እያበረታታች ባለችበት ወቅት፣ የኢትዮ ቴሌኮም የፍጥነት ገደብ ለወጣቱ ትልቅ እንቅፋት እየሆነ ነው። በተለይ በቤት ውስጥ ሆነው ኦንላይን ለሚሰሩ (Remote Workers) እና ለተማሪዎች "ያልተገደበ" ጥቅል ገዝተው ኢንተርኔቱ አለመስራቱ የኢኮኖሚ እና የጊዜ ኪሳራ እያደረሰባቸው ይገኛል።

​7️⃣ የአገልግሎት ጥራትና የዋጋ አለመመጣጠን፦ ኢትዮ ቴሌኮም በየጊዜው የታሪፍ ጭማሪ ሲያደርግና በቢሊዮን የሚቆጠር ትርፍ መሰብሰቡን ሲያበስር እንሰማለን። ነገር ግን ይህ ትርፍ ወደ አገልግሎት ጥራት አልተቀየረም። ደንበኛው የሚከፍለው ክፍያ ከሚያገኘው "የኤሊ ፍጥነት" ኢንተርኔት ጋር ፈጽሞ አይመጣጠንም፤ ይህ ደግሞ በግልጽ ደንበኛን መበዝበዝ ነው።

​8️⃣ የደንበኞች ቅሬታ ሰሚ ማጣት (Customer Neglect)፦ ማንኛውም ደንበኛ ችግር ሲያጋጥመው 994 ላይ ደውሎ የሚያገኘው ምላሽ "ችግሩ ከስልክህ ነው" ወይም "ኔትወርክ አካባቢህ ላይ ችግር ስላለ ነው" የሚል አሰልቺ እና ተደጋጋሚ ምክንያት ነው። የደንበኛን ቅሬታ በጥልቀት መርምሮ መፍትሄ ከመስጠት ይልቅ ጥፋቱን ወደ ደንበኛው ማላከክ የተቋሙ መለያ ሆኗል።

​9️⃣ የማስታወቂያ ማታለል (Deceptive Marketing)፦ ተቋሙ በሚሊዮን የሚቆጠር ብር በማውጣት በሚያሰራቸው ማስታወቂያዎች "ፈጣን እና አስተማማኝ" እያለ ይሰብካል። ነገር ግን በተግባር "ያልተገደበ" ጥቅል የገዛ ደንበኛ ቪዲዮ ቀርቶ ሜሴጅ መላክ አቅቶት ሲቸገር ይታያል። ይህ ማስታወቂያውና መሬት ላይ ያለው እውነት አለመገናኘት ተቋሙ ለደንበኞቹ ያለውን ንቀት ያሳያል።

​🔟 የሀገራዊ ምርታማነት ላይ የሚፈጥረው ተፅዕኖ፦ ኢንተርኔት ዛሬ ለኢትዮጵያ የቅንጦት ሳይሆን የህልውና ጉዳይ ነው። ኢንተርኔት ሲዘገይ ባንኮች ስራ ያቆማሉ፣ የውጭ ምንዛሬ የሚያስገኝ የፍሪላንስ ስራ ይስተጓጎላል፣ ተማሪዎች መረጃ ያጣሉ። ኢትዮ ቴሌኮም የራሱን ጥቅል የመሸጥ ትርፍ ብቻ በማሰብ የዜጎችን እና የሀገርን ምርታማነት እየገደለ ይገኛል።

❓ ለኢትዮ ቴሌኮም ጥያቄ አለን፦
✅ "Unlimited" ብላችሁ ሸጣችሁልን ለምን ፍጥነቱን በድብቅ ትገድቡታላችሁ?
✅ ለምንድነው በጥቅል (Limited) እና በ Unlimited መካከል የሰማይና የምድር ያህል የፍጥነት ልዩነት የሚኖረው?
✅ ይህ አሰራራችሁ ለደንበኛ ካላችሁ ንቀት ነው ወይስ ተፎካካሪ ስለሌላችሁ?

✅ እናንተስ ተመሳሳይ ችግር አጋጥሟችኋል? የእናንተስ የኢንተርኔት ፍጥነት ስንት ነው? በኮሜንት ላይ የፍጥነት ልኬታችሁን (Speed Test Screenshot) እያነሳችሁ አጋሩን፤ ድምፃችንን እናስማ! ይሄ በደል እንዲቆም ለሁሉም Share በማድረግ አድርሱት።

Ethio telecom
Abiy Ahmed Ali

ቁጥር እና ሀቅ፡ የኢንተርኔት ዋጋ ዳሰሳ በኢትዮጵያየዳታ (የኢንተርኔት) ተደራሽነት የኢኮኖሚ ተወዳዳሪነት ቁልፍ ሆኗል፡፡ በአፍሪካ የዳታ ተደራሽነት እያደገ ሲሆን የዋጋ ጉዳይም አብሮ ይነሳል...
18/02/2026

ቁጥር እና ሀቅ፡ የኢንተርኔት ዋጋ ዳሰሳ በኢትዮጵያ

የዳታ (የኢንተርኔት) ተደራሽነት የኢኮኖሚ ተወዳዳሪነት ቁልፍ ሆኗል፡፡ በአፍሪካ የዳታ ተደራሽነት እያደገ ሲሆን የዋጋ ጉዳይም አብሮ ይነሳል፡፡ ከሰሃራ በታች ከፍተኛ የቴሌኮም (ዴታ) ዋጋ ያለባቸው አገራት (ከ1 -3)

1. ኢኳቶርያል ጊኒ
2. ሴንት ሄሌና
3. ሳኦቶሜ እና ፕሪንሲፔ

በቀጠናው እንደ ደቡብ ሱዳን፣ ዚምባብዌ እና ዛምቢያ ያሉ ሀገራት ለኢንተርኔት አገልግሎት ከፍተኛ ዋጋ እንደሚጠይቁ መረጃዎች ያሳያሉ፡፡ እንደ ኢትዮጵያ፣ ጋና እና ኮሞሮስ ያሉት ደግሞ ዝቅተኛ ዋጋ ካላቸው ይመደባሉ፡፡

ባሳለፍነው ሳምንት በኢትዮጵያ የቴሌኮም ኦፕሬተሮች የ5 በመቶ የአደጋ ሥጋት ምላሽ ፈንድ ክፍያን ተግባራዊ ማድረግ መጀመራቸው ይታወሳል፡፡

እንዲያም ሆኖ የሁለቱ ኦፕሬተሮች የኢንተርኔት ዋጋ ንጽጽር ምን ይመስላል፡፡

ሰንጠረዥን ይመልከቱ፡

ምንጭ፡ GSMA Intelligence እና ሌሎች

#ቅዳሜገበያ

Namoonni yeroo hedduu jilba, ciqilee, tafa, lafee guutuu qaamatu na dhukkuba jettan, Firii baaqula ykn Dubbaa nyaadhaa. ...
12/02/2026

Namoonni yeroo hedduu jilba, ciqilee, tafa, lafee guutuu qaamatu na dhukkuba jettan, Firii baaqula ykn Dubbaa nyaadhaa. Ummanni keenna waan nyaatamu hin sehu quncisee keessaa baasee gata/darba. Biyya Faranjitti nyaachuu bira kutanii akka baala shaayitti qopheessanii danfisanii dhugu. Firiin baaqulaa/dubbaa faaydaa hedduu qaba. Faaydaa isaa keessaa muraasa isiniif tarreessa. Akka irri fayyadattan abdii qaba.

**1) Fayyaa onnee,
**2) Dhiibbaa dhiigaa namoota qaban akka dhiigi ol hin kaane gargaara,
**3) Nyaanni nyaannu akka seeran daakamu fayyada,
**4) Fincaan akka qulqullaawee bayu godha, Ujumoo fincaanii akka infekshinii gara garaatif hin saaxilamne gargaara,
**5) Hiriiba akka raftu si gargaara, Namoonni rakkoo hirriibaa qabdan itti fayyadamaa.
**6) Lafeen akka jajjabaatu gargaara,

LAASH /ARRAABDUU (Alopecia).```````````````````````````````````````````````` Laash/arraabduu(Alopecia) jechuun maali?-La...
09/02/2026

LAASH /ARRAABDUU (Alopecia).
````````````````````````````````````````````````
Laash/arraabduu(Alopecia) jechuun maali?
-Laash( Alopecia) jechuun haala fayyaa naannoo qaamaa murtaa'e keessatti, keessumaa mataa keessatti rifeensa mataa ykn areedaa balleessuudhaan kan beekamudha.
-Dhukkubni kun saala lachuu nimiidha dubartoota taanaanimmoo nihammaata rifeensi isaanii dheeraa waan taheef jalaa balleessuu danda'a.
- Laash(Alopecian) sababa adda addaa kan akka jeequmsa hormoonii, dhukkuba gogaa ykn dhiphina sammuu ta’uu danda’a.
▪︎Sababni uumama laash (Alopecia)
- Rakkoo hormoonii:
kanneen akka jeequmsa taayirooyidii ykn jeequmsa hormoonii saalaa.
- Dhukkuboota gogaa: kan akka psoriasis ykn eczema.
- Dhiphina saayikoloojii: kan akka yaaddoo ykn dhiphina sammuu.
- Qabxiilee jeneetikii: Alopecian darbee darbee dhalootaan jiraachuu danda’a.
- Qorichoota: Qorichootni dhukkuba biraa yaaluuf fudhataman tokko tokko alopecia fiduu danda’u.
- Mallattoolee Laash(Alopecia): Rifeensa namarraa balleessuu : Naannoo qaamaa murtaa’e keessatti, keessattuu mataa.
- Tuqaan adiin mumuldhachuu : gogaa naannoo dhibee kanaan qabame irratti.
- Hooksisaa(Itching) ykn Diddiimachuu ( redness): naannoo dhibee kanaan miidhame keessatti.

▪︎Yaala Dhibee kanaaf:
- Zayitii ejersaa: Qabiyyee farra inflammatory fi farra baakteeriyaa qaba zayita kana bakka dhukkuba kanaan miidhametti yoo dibame niyaala.

- Cuunfaa qullubbii adii : Amaloota farra fangasii fi farra baakteeriyaa qaba bakka dhukkuba kanaan miidhametti guyyaatti yeroo 2-4 yoo itti dibame rifeensi akka biqilu taasisa.

Qorichoota jarrabamaa tahan:

- Dhadhaa ejersaa /qaxiraana 2 .
- Zayita qullubbii ykn cuunfaa isaa maankaa 1 .
- Dhangala'aa shunkurtii maaankaa 1 .
-Loomii firii tokko .
-Damma maankaa xiqqaa 1.
-Kibiriit/weeruu 3gdaakuu ykn zayita isaa maankaa tokko.

¤ Itti fayyadama isaa:

- Qorichoota kanneen akka gaariitti wolitti makuun qodaa tokkotti naqachuudhaan erga qopheeffattee booda bakka dhukkuba kanaan miidhametti dibda erga dibdee booda huchuu qulqulluudhaan haguugii hanga 30-1:00 tti dhiisi sana booda bishaan hoo'aadhaan ofirraa dhiqi.

- Adeemsa kana torbanitti yeroo 2-3 tti fayyadami.

Hubadhaa: Dawaan kun shakkii hin qabu jarrabamaadha itti fayyadamaa.
Fayyaa qabaadhaa!

Qorichoota sihiirii yaalan :`````````````````````````````````````▪︎ Yeroo ammaa kanatti sihiriin biyya keessa baayyatee ...
08/02/2026

Qorichoota sihiirii yaalan :
`````````````````````````````````````
▪︎ Yeroo ammaa kanatti sihiriin biyya keessa baayyatee waan jiruuf namni dawaalee isaa beekee manumatti yaalamuufi nama biraas taaluu danda'uu qaba.

Mee dawaalee jarrabamaa sihirii hiikuuf dandeettii guddaa qaban kanneen itti siqinaan hordofaa.

1-Haltiit : Foolii/shurrufkaa isaa ykn dhandhama isaa jinniin saahireetiin qaama keessatti hidhamtee nama rakkistu hin dandeessu gadi lakkiftee baati yeroo dhugdan ykn liqimsitan 1g tokko caaluu hin qabu akkaataan itti fudhatan hanga 1g shaayiitti naquun nidhugama,daakuu isaa arrabarratti naquudhaan liqimsuu dandeessu.

2:Ceraddaama/Xalataama: Ceraddaamni biqiltuu foolii urgaa qabduufii akka urgeessituutti kan itti fayyadamaniidha.
Sheexaanni foolii isaa nibaqatti miidhaa cimaa waan irraan gahuuf qaama dhukkubsataa gadi dhiistee baati.
Itti fayyadama isaa: Caraddaama erga daaktee booda bishaanitti qaraatee bishaan sanatti dabaltee dhugda nudhiqattas hanga guyyaa 21tti.

3 -Tamira: Tamirri jinnii nimiidha nihacuuca akka qaama keessaa baatuuf akka dirqamtu taasisa, namni sihiriin itti godhamte nyaachuu hin jaallatu, keessattu tamira Ajwa kan jedhamu.

4 -Miskii: Miskiin wontoota foolii urgaawaa qaban keessaa isa beekamaadha. jinnii qaama keessaa baasa fuunfachuudhaan ,dhuguudhaan , dalagaalee sihirii niballeessa ,jinniilee nama miidhuuf qaama namaa keessatti hidhaman dirqisiisee baasa nihudha kanaafuu sihirii fi dhukkuboota hafuuraa yaaluu keessatti fakkaataa hin qabu.

5- Kaamoomilii(بابونج) : Biqiltuun kun sirna narvii nitasgabbeessa,jeequmsaafi dhiphinallee niyaala,abjuu fi wontoota qulqullina hirriba keenyaa balleessan nidhabamsiisa, jinnii nimiidha nirakkisa akka jarri qaama keessa hin sochoone ittisa, bahuuf dirqisiisa.
Biqiltuu kanaa shaayii isii ykn damma woliin fayyadamta.

6 -Irqassuus(hudhaa loonii): Irqassuusa dawaalee sihiriifii jinnii yaalan keessaa isa beekamaadha ,jinniirratti miidhaa hamaa geessisa dawaan hanga isaa gaariin hin jiru.
Bifa dhugaatiin,dibataan fayyadamuu dandeessa dawaan hanga isaa gaariin hin jiru.
Mana qoricha aadaarraa argatta.

7- Qabrichoo hindii( قسط الهندى): Dhugaatiidhaan ,dibataan,arfannaa/ulachuudhaan dawaalee sihiriifii sheexaanaa hunda niyaala.

8 -Qurquraa: Baala 7 fuutee bishaan 2tti naqxee itti qaraatee Ittiin dhiqachuudhaan , Daaktee maankaa xixiqqaa tokko dhuguudhaan dhukkuboota sihiriifii hisdii akkasuma gosoota sheeyixaanaa cufaaf dawaadha.

9 - Udussaliib (عود الصليب):
Udussaliib ulachuunis tahee nyaachuudhaan sheexaana namarraa fageessa.

10- Tamira hindii(Roqaa):
Roqaan danfifamee akka shaayiitti dhugama.

Hubadhaa:
Dawaalee armaan olitti tarreessine kana daakamaa isaa maankaa tokko tokko hunduma isaarra fuudhamee damma 1ktti makamee yoo nyaatame sihirii garaa keessaa baasuu danda'a.!

Mana Qoricha Aadaa Qamar 🌙 dawaalee sihirii gosa hundaaf nubiraa argattu .
Teessoon keenya Adama argamna.
lakk:0969777831

 ?••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••✓Jiraachuuf jennee sobna.✓Nyaachuuf jennee hanna.✓Gammachuudhaaf jettee ...
06/02/2026

?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
✓Jiraachuuf jennee sobna.
✓Nyaachuuf jennee hanna.
✓Gammachuudhaaf jettee ejjita.
✓Sooressa ta'uufi dhagaan ati gara galchine hin jiru. Keessaan jiraadha jettee mana ijaarratta.
✓Beekkumsaan argadha jettee ni baratta.
✓Daa'imaan argadha jettee fuuta naaf hin taane jettee hiikta
✓Miilaan hin deemu jettee konkolaataa bitatta.
✍️Haadha manaa osoo qabduu tan biraa hawwita.
✍️Ilma tokko yoo qabaatte isa lammaffaa yaadda.
✍️Diploomaa yoo qabaatte digriidhaaf dhippatta.
✍️Maastarsii yoo qabaatte PhD
Yaadda.
✍️Mana tokko yoo qabaatte lammaffaaf dhippata.
✍️ Konkolaataa tokko osoo qabduu kan biraatiif yaadda.
✍️Obboleessa koo obboleettii too
✍️Guyyaa duutu yaaddee beektaa?
✍️Yoomiin du'a jettee of Qopheessitee beektaa?
waan gaarii dalagadhuu waaqa kee yaadadhu wantoota gaggaarii hojjadhu guyyaan kee kanuma arra keessa jirtu kanaa waaqa kee hin mufachiisin adaraa

ከስልኮች የሚወጣው አደገኛ ጨረር ይህንን "SAR Value" ቁጥር ቸክ ያድርጉ !📌 ብዙዎቻችን ስልክ ስንገዛ ካሜራውንና ባትሪውን እንጂ፣ ስልኩ ወደ አእምሯችን የሚልከውን የሞገድ መጠን (Ra...
06/02/2026

ከስልኮች የሚወጣው አደገኛ ጨረር

ይህንን "SAR Value" ቁጥር ቸክ ያድርጉ !

📌 ብዙዎቻችን ስልክ ስንገዛ ካሜራውንና ባትሪውን እንጂ፣ ስልኩ ወደ አእምሯችን የሚልከውን የሞገድ መጠን (Radiation) አናይም ። እያንዳንዱ ስልክ SAR (Specific Absorption Rate) የተሰኘ የራዲየሽን ልኬት አለው ። ይህ መጠን ከፍ ካለ ለራስ ምታት፣ ለእንቅልፍ ማጣት እና ለከፋ የጤና እክል ሊዳርግ ይችላል ።

~ እንዴት ማወቅ ይቻላል?

📌 ወደ ስልክዎ መደወያ ይግቡና * #07 # ብለው ይደውሉ።

📌 ወዲያውኑ "Maximum SAR Level" የሚል መረጃ ይመጣላችኋል ።

📌 የአለም አቀፍ ስታንዳርድ (FCC) እንደሚለው፣ የአንድ ስልክ የራዲየሽን መጠን ከ 1.6 W/kg መብለጥ የለበትም ።

🎯 ቁጥሩ ከ 1.6 በላይ ከሆነ ስልኩ ለጤና አደገኛ ሊሆን ስለሚችል፣ ስልኩን ለረጅም ጊዜ ለጥሪ ወደ ጆሮዎ አለማስጠጋት ወይም በ "Earphone" መጠቀም ይመከራል ። ቁጥሩን ቸክ ማድረግ ትችላላችሁ !

📌 ከዚህ በተጨማሪ ደግሞ በምንተኛበት ጊዜ ስልክን አብዝቶ መጠቀም ለጤና ጠንቅ እንደሆነ ይታወቃል !

❗️ የስልካችሁ ባትሪ ከ 10% በታች ሲወርድ፣ ስልኩ ደካማውን ሲግናል ለመያዝ ሲል የሚለቀው የራዲየሽን መጠን በ 1,000 እጥፍ ይጨምራል። ስለዚህ ባትሪችሁ ዝቅ ባለ ቁጥር ስልኩን ከራሳችሁ ብታርቁት ይመከራል ብዙ ራዲየሽን ሲለሚለቅ !

☆ KintaarotiiMaqaa kintaarotii naannoo garaagaraatti maqaa adda addaatiin beekama:KintaarotiiBaasuriHuddu-foor Ykn Buroo...
05/02/2026

☆ Kintaarotii

Maqaa kintaarotii naannoo garaagaraatti maqaa adda addaatiin beekama:

Kintaarotii

Baasuri

Huddu-foor Ykn Buroo

Qormadee

Kormommaa

1. Kintaarotii Maali?

Dhukkubni kintaarotii dhukkuba yeroo dheeraaf namoota jeequun beekamu dha. Yeroo ammaa kana, addunyaa guutuu keessatti walakkaa ol ta'uu namoonni kintaarotii qabu jedhamee tilmaamama. Keessumaa namoota umrii 40 hanga 70 ta'an irratti ni heddummaata. Kintaarotiin dhukkuba ujummoolee dhiiga dabarsanii mar'imaan furdaa irraa hanga teessumaatti argamanitti dhalatu dha.

Sababoota Kintaarotii

Wantoonni akka sababaa ka'umsa dhukkuba kintaarotii ilaalaman keessaa:

Baasaa yeroo dheeraa namarra turuu

Gogiinsa garaa yeroo dheeraa

Waan ulfaataa olfuudhuu

Hojii humnaa cimaa hojjachuu

Teessoo hoo'aa irra yeroo dheeraa turuu

Dubartoota yeroo ciniinsuu ciniinsurra turuu

Bishaan dhuguu hir'isuu

Nyaata goggogaa soorachuu

Mana fincaanii qulqullina hin qabne fayyadamuu

Fincaanitti yeroo dheeraa turuu

Gosa Kintaarotii

Kintaarotiin akka armaan gadiitti qoodamuu danda'a:

Kintaarotii garaa keessa:

Gubaa garaa fi dhukkubbii dugdaa namaaf fidu

Fedhii nyaataa hir'isa

Kintaarotii dhiiga qabuu:

Yeroo bobbaa dhiiga waliin mul'atu

Kintaarotii keessaa gara alaa deebii qabu:

Sagaraa yeroo bobbaa irra jiran gadi bahee yeeroo geeffatan ofumaan kan deebi'u

Kintaarotii deebii hin qabne:

Qubaan yoo deebisan malee ofiin kan hin deebine

Kintaarotii alatti bayee deebii hin qabne:

Kintaarotii alatti yoo bahee, Harkanis ta'ee ofiin kan hin deebinee, Yeroo hundaa gadi bahee mudhata.

Kintaarotii hooksisu:

Ni hooqsisa. Waan ba'u fakkaatu malee homtuu hin mul'atu, teessuma gubee hooqsisa.

Mallattoolee Kintaarotii

Gubaa garaa keessaa

Bokokuu fi didissuu garaa

Hafuurri garaa keessatti guutuu

Fedhii nyaataa hir'achuu

Dadhabbii fi qal'achuu qaamaa

Ulfaatina laphee fi onnee dhawachuu

Naasuu fi tasgabbii dhabuu

Dadhabbii qaamaa fi sammuu

Hirriba dhabuu fi dallansuuf sababa malee nama jeequu

Sammuu fi yaada wal dhabsiisuu

Dadhabbii dhiirummaa

Hubachiisa:
Kintaarotiin bakka qaama adda addaa irratti mul'achuu danda'a. Isaan keessaa teessuma irratti, funyaan keessaa, faana (miilaa), fi quba irratti mul'achuunis ni jira.

Dhukkuba Asmiif Dhukkuba dadhabbii qaama guutuuDhukkuba qorraa kamuu 1. Jabeenya qaama saalaa dhiiraa ni dabala 🔥🐎 2. Fe...
05/02/2026

Dhukkuba Asmiif
Dhukkuba dadhabbii qaama guutuu
Dhukkuba qorraa kamuu

1. Jabeenya qaama saalaa dhiiraa ni dabala 🔥
🐎 2. Fedhii saalaa ni dabala
🐎 3. Humna dhaabbannaa (er****on) ni cimsa
🐎 4. Dhangala’iinsa dhiigaa gara qaama saalaa dhiiraatti ni dabala
🔴 Akka itti fayyadaman (karaa kanaan qopheessun ):
1️⃣ Baaqulaa /Atara magariisaa ( magariisaa = heel haaraa) garaamii 100 jinjibila, kholanjaan , fi filfil gurraacha waliin bilcheessi; itti dabali qullubbii adii, qullubbii diimaa, hundee sadii fi zayita zayituunii.wajjiin walitti makuun damma kg 2tti makaa kanneen hunda makta.
2️⃣ Ganama ciree dura irratti akka nyaata ganamaa nyaadhu.
3️⃣ Guyyaa hunda irra deebi’i hanga bu’aa barbaadde argattuu fayydami hamma guyyaa kudhanii.

(ቱልት /ዉሻ ምላስ ተብሎ ይጠራል)   ከሣር የሚመደብ ዕፅ መጠሪያ ስም ነው  ይህ ዕፅ ለማመን የሚከብዱ ከዘመናዊውህክምና አቅም በላይ የሆኑ  8  የበሽታ ዓይነቶችን በሚደንቅ ሁኔታ የመፈወ...
05/02/2026

(ቱልት /ዉሻ ምላስ ተብሎ ይጠራል)

ከሣር የሚመደብ ዕፅ መጠሪያ ስም ነው ይህ ዕፅ ለማመን የሚከብዱ ከዘመናዊው
ህክምና አቅም በላይ የሆኑ 8 የበሽታ ዓይነቶችን በሚደንቅ ሁኔታ የመፈወስ አቅም ያለው ዕፅ ነው።

በማንኛውም ቦታ የሚበቅል ቅጠሉ የውሻ ምላስ የሚመስል ሰፋፊ አገዳው ቀይ የሆነ ከሣር የሚመደብ የሳር አይነት ነው።

የውሻ ምላስ የሚለውን ስያሜ በአማረኛ ቋንቋ ያገኘውም የቅጠሉ ቅርፅ የውሻ ምላስ
የሚመስል ቅርፅ ስላለው ነው ይላሉ ።

ቱልት/ የውሻ ምላስ ከሚፈውሳቸው የበሽታ ዓይነቶች መካከል ጥቂቶቹ፦

ለቋቁቻ ወይም ለባርሌ በሽታ ይሆናል። በሽታው ብዙ ጊዜ የአንገት አካባቢን ያጠቃል ለዚህ የበሽታ ዓይነት ቅጠሉን ወቅጦ ትንሽ በእሳት ሞቅ እያደረጉ ለ7 ቀን ቢቀብት ያጠፋል።

ለፊት ማድያት በሽታም ለቆዳችን ከሚስማማ ቅባት ጋር ለውሶ ቢቀቡት ይፈውሳል።

ለቁርጥማት ህመም ፍሬውን ደቁሶ ለ1 ቀን 1የሻይ ማንኪያ ሙሉ በማር ለውሶ መውሰድ በቂ ነው ።ለ10 ቀን ከምግብ በፊት ቢሆን ይመረጣል።

ስሩን ካኘክነው ጊንጥ የምትባለዋ የበረሐዋ ተናካሽ አውሬ ብትነክሰንም አያመንም መርዟን ያከሽፈዋል ማለት ነው።

ለዓይነማዝ ወይም ለማንኛውም የዓይን ህመም ሥሩን ከፍትግ ገብስና ከምስር ገለፈት ጋር ወቅጦ በቅቤ አንጥሮ መቀባት ነው ፈፅሞ ይድናል።

ሆዱን እየነፋው ለሚቸገር ሰው ለሥራይ ወይም ሌላ በሽታ ስሩን ከቀጠጥና ሥር ጋር
ወቅጦ በማር ወይም በወተት አፍልቶ ማጠጣት ነው፦መጠኑን በሚመለከት ከሁለቱም ዓይነት ውህድ 1የሻይ ማንኪያ ዱቄት በቂ ነው፡፡

ለሽንት ማጥ በሽታና የከፋ የሐሞት ጠጠርን ለማውጣት ሥሩን በውኃ ቀቅሎ ከወተት ጋር ቀላቅሎ መጠጣት ወይም ከሰመሬታ ገብስ ጠላ ጋር ቀላቅሎ ለ፩ ቀን ፩ የውሃ ብርጭቆ መጠጣት በቂ ነው፦
በሽታው ዕስኪድን ድረስ መደጋገም ይቻላል፡፡

ለድክመተ ወሲብ ብቻውን ይሆናል፡፡
አጠቃቀም
ስሩ ተቆርጦ ዕንዳይቀር በአንካሴ ወይም በማንኛውም መቆፈሪያ በጥልቀት ቆፍሮ ማውጣት ተቆፍሮ ከወጣ በኋላ ላም አርጎ
ወቅጦ በተወቀጠ ኑግ ለውሶ በገብስ ጠላ
ለ7 ተከታታይ ቀናት በቀን 1ጊዜ 1የውሃ ብርጭቆ መጠጣት በቂ ነው፦
ስሩ ከመሬት ተቆርጦ ከቀረ አይሠራም፡፡

ለሪህ በሽታ ስሩን ወቅጦ በሱፍ ውኃ በጥብጦ አጥልሎ ነጭ ሽንኩርትና ዝንጅብል በትንሽ በትንሹ እየጨመሩ በቀይ ጤፍ እንጀራ እየፈተፈቱ መብላት ።

በሆድ ውስጥ ላለ ኪንታሮትና በፊንጥጣ
ዙሪያ ጎልቶ ላልወጣ ኪንታሮት ፍቱን መፍትሔ ነው።

አጠቃቀም

ቅጠሉን እንደሐበሻ ጎመን በዕርጥቡ
ለቅሞ በደንብ አጥቦ ልክ ዕንደጎመን ድቅቅ አርጎ ከትፎ ለአልጫ ጎመን ወጥ የሚገቡትን ግባቶች አስገብተው ከሠሩ በኋላ
በጥቁር ጤፍ ዕንጀራ ከምግብ በፊት እየፈተፈቱ መብላት ነው፡፡ አወሳሰዱ ዕንደኪንታሮቱ ጥንካሬ ይለያያል።

“እሁድን በEBS” sagantaa jedhun hordofaa ture (YouTube irraa). Abbaa manaa fi haadha manaatu affeerame. Gaaffii gaafatamu:-‎...
02/02/2026

“እሁድን በEBS” sagantaa jedhun hordofaa ture (YouTube irraa). Abbaa manaa fi haadha manaatu affeerame. Gaaffii gaafatamu:-

‎Gaaffii: “Dureessa ta’uufi beekamaa ta’uu keessaa kam filattu?”
‎Deebii: Hiyyeessa.
‎Gaaffii: “Irran deebi’a, dureessa ta’uufi beekamaa ta’uu keessaa kam filattu?”
‎Deebii: Ajajamuu/abboomamuu.
‎Gaaffii: Tole, akka haadha manaafi abbaa manaa tokkootti wanti isin waliin taatanii milkeessuu barbaaddan maayinni?”
‎Deebii: Gaahila dhaabbachuu🤣

‎‘Comment’n achi jalatti kenname tokko maal jedha seetan?

‎“Gaaffii uummataa fi deebii mootummaa”🍷🚶

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana qorichaa Adda Qamar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share