A3 media pega

A3 media pega A3 ✓ 🆕S world service
A3 ✓ ዜና በአማርኛ
A3 ✓ oddu afan oromoo follow please 🙏

11/04/2026

Iyyafanoo
Essa jirtaa saudiy
Namnii harmee keessan jalatan
video kana Sher sher godhaa imimaan harmee kana irraa haqaa.
Harmeen tun zeynii katabe jedhamti .ilmaa ishee saudiy Kan jedhamuu ergaa biyyaa ba'ee hin mulanee.
Namnii saudiy beytan keessan Akka nuu dubiftani imimaan harmee kana irraa haqxan isinin jennaa

A3 media follow godhaa
,
,
,
,
゚viralシfypシ゚viralシalシ ゚viralシfypシ゚viralシ ゚viralシfypシ゚viralシalシfollowers ゚viralシfypシ゚viralシal

11/04/2026

Qimamota mana Madaami
yero rakko isanii arkuu bayyee Na dhukubsa
Obsii kayyoo keessan haa ta'uu isinin Jenaa
Qaliwan koo
,
,
,
,
゚viralシfypシ゚viralシ ゚viralシfypシ゚viralシalシfollowers ゚viralシfypシ゚viralシal ゚viralシfypシ゚viralシalシ

11/04/2026

Namnii humna hin qabnee jirachuu hin danda'uu moo oromoo ?

Wallahi an video gamanan arge garuu imimaan na hudhe post gochu dadhabe

Akkamitti garuu nama hangana baayyatu keessa namni xiqqo garaa lafu dhabame
Akka yaada kiyyaatti gareen kun mafiyaa natti fakkaatu warra waaqaaf lafti dadhabe
Yaa Rabbi siif salphaadha haqa Abba kiyya kana naaf baasi, gumaa isaa baasiiti nagarsiisi
Qamnii nagenyaa balee robee jiratan namota
Godhaa kana rawaatan kana qabuu keessanif galatoma ulfadhaa jechuun barbada
Garuu qabuun qoftii ga'aa mitti tarkanfii barbachisaa ta'ee fudhachuun namota
Godhaa akkana rawaatan barsisuun barbachisaa

A3 media follow godhaa

゚viralシfypシ゚viralシ ゚viralシfypシ゚viralシalシ ゚viralシfypシ゚viralシalシfollowers ゚viralシfypシ゚viralシal

የትንሣኤን በዓል ምክንያት በማድረግ ለመከላከያ ሠራዊት የሰንጋ ድጋፍ ተደርጓል። የኢፌዴሪ መከላከያ ሠራዊት ሚያዚያ 04 ቀን 2018 ዓ.ም በሰሜን ወሎ ዞን የላሊበላ ከተማ መስተዳደር በቀጠና...
11/04/2026

የትንሣኤን በዓል ምክንያት በማድረግ ለመከላከያ ሠራዊት የሰንጋ ድጋፍ ተደርጓል።

የኢፌዴሪ መከላከያ ሠራዊት ሚያዚያ 04 ቀን 2018 ዓ.ም

በሰሜን ወሎ ዞን የላሊበላ ከተማ መስተዳደር በቀጠናው ለሚገኘው የመከላከያ ሠራዊት የፋሲካ በዓል መዋያ ከብትና ፍየል ድጋፍ አድርጓል። ከመስተዳድሩ የተሰጠውን ድጋፍ የዕዝ ሎጅስቲክስ ተረክቧል።

በተመሳሳይ በምስራቅ ጎጃም ዞን ማቻከል ወረዳ ግዳጇን እየፈፀመ ለሚገኘዉ የ6ኛ ዕዝ ወልወል ክፍለ ጦር የትንሣኤ በአልን ምክንያት በማድረግ ከወረዳ አመራሮች የሠንጋ ደጋፍ ተለግሷል።

የክፍለ ጦሯ ዋና አዛዥ ኮሎኔል አለም ሰገድ ተስፋዬ ድጋፉን ላበረከቱ የወረዳው አመራሮች ምስጋና አቅርበዋል።

በተያያዘ ማዕከላዊ ዕዝ ለጊቤ ኮር ስታፍ አባላት በምዕራብ ወለጋ ዞን ጊምቢ ከተማ መስተዳደር የትንሳኤን በዓልን ምክንያት በማድረግ ለሰራዊቱ በአል መዋያ የሚሆኑ የእርድ ሰንጋዎችን በስጦታ መልክ አበርክተዋል። ዘገባው የክፍሎች ነው

የኢፌዴሪ መከላከያ ሠራዊት reported

A3 media follow please


Filannoo Waliigalaa 7ffaan Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliigalaan teessoowwan meeqaaf filannoo kan gagg...
20/02/2026

Filannoo Waliigalaa 7ffaan Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliigalaan teessoowwan meeqaaf filannoo kan gaggeessu isinitti fakkaata?

1. Naannoo Hararii…. Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 2, lakkoofsi teessoo Mana Maree Naannoo 36

2. Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa…. Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 35, Lakkoofsi teessoo Mana Maree Naannoo 175
3. Naannoo Sidaamaa ….. Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 19, Lakkoofsi teessoo Mana Maree Naannoo 190
4. Naannoo Somaalee …. Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 23, lakkoofsi teessoo Mana Maree Naannoo 273
5. Naannoo Beenishaangul Gumuz …… Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 9, lakkoofsi teessoo Mana Maree Naannoo 165

6. Naannoo Tigraay…. Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 38, lakkoofsi teesoo Mana Maree Naannoo 152

7. Naannoo Amaaraa … Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 138, lakkoofsi teessoo Mana Maree Naannoo 294

8. Magaalaa Finfinnee ….. Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 23, lakkoofsi teessoo Mana Maree Magaalaa 158

9. Naannoo Afaar ….. Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 8, lakkoofsi teessoo Mana Maree Naannoo 142

10. Naannoo Oromiyaa…. Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 178, lakkoofsi teessoo Mana Maree Naannoo 537

11. Naannoo Kibba Lixaa Itiyoophiyaa …. Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 20, lakkoofsi teessoo Mana Maree Naannoo 171

12. Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa …. Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 49, lakkoofsi Mana Maree Naannoo 229

13. Magaalaa Dirre Dhawaa …. Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 2, lakkoofsi teessoo Mana Maree Naannoo 189

14. Naannoo Gambeellaa ….Lakkoofsi teessoo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 3, lakkofsi teessoo Mana Maree Naannoo 205
Boordichi waliigalaan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa, Mana Maree Naannoo fi Mana Maree Bulchiinsa Magaalaaf teessoowwan 3463’f akka dorgomsiisu beektuu?

⚙️ Isinhoo qophaa’aa jirtu?

⚙️ Bakka Bu’aa keessan filadhaa!

⚙️ Sagaleen keessan gatii qaba! Qophaa’aa!

A3 media follow godhaa bekkunsa irraa arkatuu

19/02/2026
Ramadana Halkaan 2ffaa  S,A,Wiraatii Salawata BuusiiA3 media page follow godhaa bekkunsa irraa arkatuu Insha Allah ☝️🕋🕌🤲...
18/02/2026

Ramadana Halkaan 2ffaa
S,A,W
iraatii Salawata Buusii

A3 media page follow godhaa bekkunsa irraa arkatuu Insha Allah ☝️🕋🕌🤲☝️

゚viralシfypシ゚viralシ ゚viralシfypシ゚viralシal ゚viralシfypシ゚viralシalシfollowers ゚viralシfypシ゚viralシalシ

18/02/2026
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Wardii Kan Jamal, Abdu Kinniso, Mekurya Getachew, Kalid M...
17/02/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Wardii Kan Jamal, Abdu Kinniso, Mekurya Getachew, Kalid Mohamed, Abdii Rashuu, Kaalid Usmaan, Koti Huissan, Mahammad Hasad, Mimi Mamo, Emiru Kebede, Riyano Mahmmde, Ahamed Alii

17/02/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Wardii Kan Jamal, Abdu Kinniso, Mekurya Getachew, Kalid Mohamed, Abdii Rashuu, Kaalid Usmaan, Koti Huissan, Mahammad Hasad, Mimi Mamo, Emiru Kebede, Riyano Mahmmde, Ahamed Alii🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when A3 media pega posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share