Yooyyaa times

Yooyyaa times Oromia Should be Free!

   Ayyaanni Iid Al-Adhaa 1446ffaa guyyaa Jimaataa Caamsaa 29, 2017 ayyaaneffatama.Guyyaa har'aa baatiin ji'a Zulhijjaa m...
27/05/2025



Ayyaanni Iid Al-Adhaa 1446ffaa guyyaa Jimaataa Caamsaa 29, 2017 ayyaaneffatama.

Guyyaa har'aa baatiin ji'a Zulhijjaa mul'attee jirti. Guyyaa boruu Roobii guyyaa jalqabaa ji'a Zulhijjaa ti.

Galatooma Tour😍😍 at Norway🚩🚩🚩
11/06/2022

Galatooma Tour😍😍 at Norway🚩🚩🚩

Duulli Twitter kaleessa geggeessine haala gaariin deemaa ture. Akkuma screenshot kaleessa kaase irraa argitan kanatti 1f...
05/10/2021

Duulli Twitter kaleessa geggeessine haala gaariin deemaa ture. Akkuma screenshot kaleessa kaase irraa argitan kanatti 1ffaa irra turre. Duula Twitter PP irra aannee gadi buufne. Garuu booda sababa rakkoo facebook mudateen namni hedduun active hin turre akkasumas WhatsApp fi facebook ajandaa addunyaa tahee akka Itoophiyaattis waa hunda ukkaamse 1ffaa irra turan. Gabaabumatti duula geggeessitaniif bu’aa keessanitti gammadaa jechuun barbaada. Horaa bulaa!

Artist Keenya Galaana GaromsaBirraa walagarran tanuma jedhe ✅
03/10/2021

Artist Keenya Galaana Garomsa

Birraa walagarran tanuma jedhe ✅

Irreechi bareedinnaIrreechi Faaya Baga geessan jetti hayuti    godha mee
03/10/2021

Irreechi bareedinna
Irreechi Faaya

Baga geessan jetti hayuti
godha mee

Hiriirri akkuma itti fufee jira!Qeerroo too of eeggannoo‼️Harka diinaa akkan buune.Teelegraama irranis nu hordofuu dande...
02/10/2021

Hiriirri akkuma itti fufee jira!
Qeerroo too of eeggannoo‼️
Harka diinaa akkan buune.
Teelegraama irranis nu hordofuu dandeessu

Sabboontotataa Fi gootota kanneen lamaan like itti na roobsame
01/10/2021

Sabboontotataa Fi gootota kanneen lamaan like itti na roobsame

Irreechi Irree Oromooti 💪💪💪💪💪
01/10/2021

Irreechi Irree Oromooti 💪💪💪💪💪

25/11/2020

Abiy “dhimma keessoo keenyaa isin hin galchu” jedhee addunyaa iyyaa jirtuuf tuffiin deebii kennee jira. Kana irraa wanti tilmaamnu addunyaa wajjiin akka hamaatti wal dhabee jira. Abbaa Irree hamaa mataa jabaatu tahuu isaa qabatamatti addunyaa beeksifate. Gama kaaniin “abbaa fedhetu du’a malee lola hin dhaabnu” jedhe. Addunyaan “yakka waraanaa hojjataa jirta” osoo jettuun didee kana dubbachuun akeektuu hammeenya Abiy biyya san keessatti raawwatuuf deemuuti. Kanaafuu yoo akkanumatti itti fufe yeroo gabaabaa keessatti mana murtii addunyaa dhihaachuu mala. Addunyaa tuffiin inni ilaalu kanatu biyya san yoo xiqqaate 40% gargaaraa jira. Biyyi sun of dandeessee hin beektu. Gargaarsa alaa malee jiraachuu hin dandeessu; keessattuu gaaga’ama siyaasaa kana keessatti. Ammumayyuu rakkoo mudate argaa jirra. Mindaa ummata irraa muranii waraanaaf dhimma itti bahaa jiru. Hanga yoomiitti akkasiitti mindaa ummata irraa muru; yeroo jireenyi qaala’ee silaa mindaan dabalamuu qabutti. Gabaabumatti Abiy boolla keessaa hin baanetti kufe. Namni biyya saniif yaadu Abiyyiif harka rukutaa biyya akka hin dandamannetti balleessuun dogoggora guddaadha.

24/11/2020

Abiy+ መከላከያ+Amaara + የ8 ክልሎች ልዩ ሃይል + የኢትዮጵያ ህዝብ ደምና መዋጮ + ኤርትራ + የUAE ድሮን + Sangoota OPDO = የትግራይ ህዝብ።

Loluma ajaa'ibaa arginee bar!

Gootichi waraana bilisummaa oromoo hojii irra jira.
23/11/2020

Gootichi waraana bilisummaa oromoo hojii irra jira.

Yaa Rabbi Bilisummaa nu fidiyaa Rabbi abiyootin dhaba godhiAamin jedhaOolma gaari!!
23/11/2020

Yaa Rabbi Bilisummaa nu fidi
yaa Rabbi abiyootin dhaba godhi

Aamin jedha
Oolma gaari!!

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yooyyaa times posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category